Ummatni Affaariifi Oromoo ulee tokkoon loon tikfatu

Adaamaa: Itoophiyaa keessatti ummatni Oromoo hundee hinsochoone ta’uusaa ragaaleen seenaa ni mul’isu. Waltajjiin hariiroo obbolummaa adeemsifamaa turaniifi jiranis kanuma mirkaneessaniiru. Hariiroon obbolummaa ummattoota Affaariifi Oromoos har’a kan adeemsifamu yoo ta’u, hoggantoonni olaanaa... Read more »

Jijjiiramoota eegalaman milkeessuuf deggarsi hawaasa dippilomaatotaa gaafatame

Finfinnee: Jijjiiramoota siyaas-dinagdee Itoophiyaa keessatti mul’achaa jiran fiixa baasuuf hawaasni dippilomaatota biyya keessaa tumsa barbaachisaa ta’e gochuu akka qaban Ministeerri Haajaa Alaa mootummaa Rippablikii Federaalawaa Dimokiraatawaa Itoophiyaa(RFDI) gaafate. Ministirri haaraa 28fa ministeerichaa... Read more »

“Qonna tuffataafi irraa dheessaa beela keessaa bahuun hindanda’amu” -Doktar Addunyaa Waaqjiraa

Finfinnee: Doktar Addunyaa Waaqjiraa kan dhalatan Godina Shawaa Lixaa, Aanaa Xiqur Incinnii duraanii Dirree Incinnii ammaatti. Barumsasaanii hanga sadarkaa lammaffaatti naannawuma dhalootasaaniitti hordofan. Sana booda ALA bara 1982 Yunivarsitii Haromaayaarraa saayinsii biqiltuutiin ... Read more »

Komii qonnaan bultoota Guduruu dhageettii dhabe

Finfinnee: Giddugaleessi Qorannoo, Horsiisaafi Tursiisa Beeyladaa Guduruu ALI bara 2001 irraa eegalee Yunivarsiitii Wallaggaan kan hogganamaa jiru ta’uu ragaaleen Bulchiinsa Horro Guduruu Wallaggaafi ogeessota yunivarsiiticharraa argaman ni ibsu. Yunivarsiitii Wallaggaatti Diiniin Kaampaasii... Read more »

Hanqinni ogeeyyotaa qormaata Indaastirii Keemikaalaa ta’ee itti fufeera

Finfinnee: Teknooloojii  barbaachisu hunda maallaqni jiraannaan bituun kan danda’amu ta’uyyuu, ogeessa teknoloojichi sochoosu  argachuun dirqama. Biyyattiin bu’aawwan teknooloojii yeroon gaafatu bal’inaan gara biyyaatti galchaa kan jirtu ta’us, humni namaa teknoolojii kana sochoosus... Read more »

Lammilee Oromoo mil.1.4 qe’eefi qabeenyasaaniitti deebisuuf hojjetamaa jira

Finfinnee: Lammilee Oromoo qe’eefi qabeenyasaanirraa buqqa’an miliyoona 1.4 bakkatti deebisuuf hojjetamaa jiraachuu Komishiniin Hoggansa Sodaa Balaa Oromiyaa beeksise. Komishinarri Ittaanaa Komishiniichaatti,  Obbo Garramuu Hulluuqaa ibsa Gaazexaa Bariisaaf Roobii darbe laataniin, lammileen Oromoo... Read more »

Afaan Oromoo Itoophiyaa keessatti babal’isuuf hojjetamaa jira

Afaan Oromoo Itoophiyaa irra darbee Afrikaa keessatti dubbatamu haalaan babal’atee akka baratamuuf hojjetamaa jiraachuu Biiroon Barnoota Oromiyaa ibse. Hoogganaa Ittaanaa BBO kan ta’an Obbo Maammoo Boggaalaa ibsa tibbana Gaazexaa Bariisaaf addatti kennaniin,... Read more »

Laangaanootti hoteelli tokkoofi manneen 80 ol abbaan hinbeekamne

Nageellee Arsii: Waggoota lamaafi sadiin dura gamoo manneen jireenyaa waliiniitu bade oduun jedhu dhagahamuusaatti namni ajaa’ibsiifatee ittiin qoosaa ture. Bara darbemmoo oduun faallaa sanaa gamuma  Finfinneerraa dhagahame ammo manneen baduun hafee gara... Read more »

Manni marichaa muudama komishinarootaa raggaasise

Finfinnee: Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa walga’ii idilee 39fa bara hojii 4fa kaleessa gaggeesseen muudama komishinaroota Komishinii Dhimmoota Bulchiinsa Daangaafi Eenyummaafi Komiishinii Araara Nageenyaa raggaasiseera. Doktar Xaasawu Gabreefi Ustaaz Abubakar Ahmad Komishinariifi... Read more »

Sagantaan duula qulqullinaafi affeerraa irbaataa Shaggar iftaan adeemsifama

Finfinnee: Sagantaan duula qulqullina Itoophiyaa ji’a darbe eegalameefi affeerraan irbaataa Shaggar iftaan kan adeemsifamu ta’uu Waajjirri Ministira Muummee beeksise. Sagantaan duula qullinaa ganama sa’aatii 1:30 irraa eegalee kan adeemsifamu yoo ta’u, daawwannaan... Read more »