“Dargaggoonni miira abbummaatiin badii biyyasaaniirratti aggaamame qolachuu qabu” -Miseensota WDO

Riippoorta gaazexichaatiin Finfinnee: Dargagoonni Oromoo lubbuufi barnoota itti dhabanii, lafeesaanii itti cabsanii harka duwwaa dhagaan qabsaa’anii kabaja biyyaa eegsisaafi eegaa jijjiiramni gama hundaan wayita ammaa mul’atu akka ittifufu gaafatame. Pirezidaantii Ittaantuun Waldaa... Read more »

Ergaa pirezidaantiin Gumii Dhimmoota Islaamummaa Oromiyaa, Sheek Haajjii Ibraahim Tufaa Arafaa ilaalchisuun dabarsan

Charinnat Hundeessaatiin Finfinnee: Hordoftoota amanti Islaamaa hundaan baga Ayyaana Iid Al-Adahaa (Arafaa) kan bara 1442fatiin nagaafi gammachuu guutuudhaan isin gahe, nu gahe. Kan baranaa kan bara egeree dacha dachaan warra itti deebi’u... Read more »

“Imala badhaadhinaa milkeessuuf sadarkaa maatiitti badhaadhina mirkaneessuun dirqama” -Pirezdaanti Shimallis Abdiisaa

Saamraawiit Girmaatiin Adaamaa: Caffeen Oromiyaa walga’ii idileesaa 14fa, waggaa 6fa, bara hojii shanaffaa Adaamaa Galma Caffeetti kaleessaa eegalee taa’aa jira. Cafficha adda kan taasisu, sababa weerara koviid-19n turtiinsaa waggaa shan ture ja’a... Read more »

Magaalaa Hawaasaa caalaatti wiirtuu turizimiifi investimantii taasisuuf hojjetamaa jira

Natsaannat Taaddasaatiin Hawaasaa: Sidaamaan naannoo biyyattii 10fa taatee erga hundooftee waggaa tokko ta’eera. Naannoo Sidaamaa keessatti kan argamu Magaalaan Hawaasaa yeroo ammaa teessoo bulchiinsa mootummmaa naannichaafi naannoo Sabootaafi Sablammoota Kibbaa ta’ee tajaajilaa... Read more »

Kununsa naannawaa: Dawaa umrii dheeressuu Hidha Guddichaa

Saamraawiit Girmaatiin Finfinnee: Ragaaleen akka mul’isanitti, addunyaarraa lafti  heektaarri biliyoona 40 bosona uffateera. Itoophiyaattimmoo lafti heektaara miliyoona 17.2 mukeen gosa garagaraan uwwifameera. Kanarraa kan ka’es akaakuuwwan lubbuu qabeeyyii hedduu qabaachuun addunyaarraa 25fa,... Read more »

“Ummanni qamadii kadhatu kabaja hinqabu, kabaja keenya deebifachuuf hojjechuu qabna” -Doktar Abiyyi Ahmad

Wayinisheet Kaasaatiin Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa Walga’ii Addaa 4fa Bara Hojii 6fa Wiixata darbe kan gaggeessee yoo ta’u, Ministirri Muummee Doktar Abiyyi Ahmadis walga’icharratti argamuun gaaffiilee miseensota mana maricharra dhiyaateefi haala... Read more »

“Rakkoon mana jireenyaa uwwisa seeraa akka qabaatuuf danbiin qophaa’a jira” – Obbo Jamaal Kadir

Saamraawiit Girmaatiin Finfinnee: Biiroon Misooma Magaalaa Manneenii Oromiyaa rakkoo mana jireenyaa magaalotatti mul’atu furuuf barana Caffeetti labsii kan raggaasisee ture yoo ta’u, kunis uwwisa seeraa akka argatuuf danbiin qophaa’aa jiraachuu ibse. Hogganaan... Read more »

Tajaajilli ‘4G LTE Advanced’ Riijinii Kibbaa magaalota 12 fayyadamoo taasise

Natsaannat Taaddasaatiin Hawaasaa: Itiyoo Telekoom tajaajila (‘4G LTE Advanced’) Riijinii Kibbaa, tajaajila interneetii mobaayilii daran si’eessu Kibxata darbe Magaalaa Hawaasaatti jalqabsiiseera. Tajaajilichi maamiltoota kuma 925 magaalota 12 (Hawaasaa, Shaashamannee, Arsii Nagallee, Bulee... Read more »

“Bajanni ramadame guddina fayyaalessaa Itoophiyaa kan murteessuudha” – Obbo Maammoo Miratuu

Waasihun Takileetiin Finfinnee: Rakkoon qaala’insa gabaa Itoophiyaanotatti ba’aa ta’aa jiru kun hudhaa waggoota 15f lafarra gangalachaa dhufeefi ammallee furmaata barbaadu akka ta’e Gorsaan Imaammata Dinagdee Ministira Muummee ibsan. Gorsaan ministira muummee Obbo... Read more »

Finfinneetti Zooniin Dinagdee Addaa ijaaramuufi

 Saamraawiit Girmaatiin Finfinnee: Waggaa dhufu Bulchiinsa Magaalaa Finfinneetti ijaarsi Zoonii Dinagdee Addaa (Special Economic Zone) ijaaramuuf ta’uu Waajjirri Ijaarsa Pirojektota Guguddoo magaalattii ibse. Hogganaan waajjirichaa Injinar Shimallis Isheetuu gaafdeebii tibbana waajjirasaaniitti Gaazexaa... Read more »