Sagalee dhukaasaa dhabamsiisuun misooma Afrikaatiif haala mijeessuu

Finfinnee: Yaa’ii 36fan mana marii raawwachiistuu hojii Gamtaa Afrikaa galamsaa Finfinneetti argamutti geggeeffamaa kan jiru yoo ta’u, biyyoonni miseensota gamtichaa 55 irratti argamaniiru. Qaama yaa’ichaa kan ta’e walgahiin idilee mana marichaa dursa... Read more »

“Dirree dimokraasii bal’isuufi olaantummaa seeraa mirkaneessuun walqixa deemu qaba” -Abbaa Duulaa Gammadaa

Rakkoolee nageenyaa kutaalee biyyattii adda addaatti mul’achaa jiran furuuf mootummaan hojii dirree dimokraasii bal’isuufi olaantummaa seeraa mirkaneessuuf raawwatu walqixa hojjechuu akka qabu dubbatu Pirezidaantii Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaafi Afyaa’iin Mana Marii Bakka... Read more »

Ammayyuu haadholiin % 50 ta’an dhaabbilee fayyaa alatti da’u

Sababa kanaan guyyaatti haadholiin 20-30 lubbuusaanii ni dhabu Finfinnee: Mootummaan mataduree, “Haati tokko lubbuu kennuuf lubbuu dhabuu hinqabdu” jedhuun fayyaa haadholiirratti xiyyeeffatee hojjechuu erga eegalee waggoonni lakkaa’amaniiru. Hojii kanaanis yeroo da’umsaa qofa... Read more »

Aviyeeshiiniin Itoophiyaa akka Afrikaatti raawwii olaanaa galmeessise

Finfinnee: Seenaasaa keessattis ta’ee akka Afrikaatti raawwii olaanaa ta’e galmeessisuu Abbaan Taayitaa Siviil Aviyeeshiinii Itoophiyaa beeksise. Torbaan tokkoof gareen odiitaroota Siviil Aviyeeshiinii Addunyaatiin abbaa taayitichaarratti taasifamaa ture xumuramuu sababeeffachuun qabxii olaanaan kun... Read more »

“Ammayyuu mirgi sirreeffamtootaa manneen sirreessaa dukkana keessatti dhiitamaa jira” -Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa

 “Mirgi sirreeffamtootaa manneen sirreessaa keessatti gonkumaa dhiitamaa hinjiru”                 -Obbo Birhaanuu Tsaggaayee Finfinnee: Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa Kibxata darbe raawwii karoora hojii baatii jahan darbanii Abbaa Alangaa Waliigalaa Federaalaa kan gamaggame... Read more »

Adeemsa duula filannoo akka tarsiimootti

Finfinnee: Biyyoota Afrikaa  guddinarra jiran  keessatti, wayita filannoon waliigalaa adeemsifamuwalitti bu’iinsi paartiilee siyaasaa gidduutti uumamu kan amaleeffame ture. Itoophiyaa keessattis filannoo waliigalaa marsaa shaniif adeemsifamaa turerratti paartii biyya bulchaa jiruufi morkattoota gidduutti... Read more »

Invastimantoota hudhaalee xixiqqoodhaan xaxamanii dhaabatan hojiitti seensisuuf hojjetamaa jira

Finfinnee: Pirojektota invastimantii Oromiyaa rakkoolee xixiqqoodhaan xaxamanii dhaabatan hojiitti seensisuuf xiyyeeffannaan hojjetamaa jiraachuu Waajjirri Pirezidaantii Oromiyaa beeksise. Waltajjii marii dheengadda abbootii qabeenyaa naannichatti hojii invastimantiirratti bobba’an wajjin Hoteela Ililliitti geggeeffamerratti gorsaan invastimantiifi... Read more »

Guraagiffa afaan barnootaa gochuuf murtii siyaasaatu eegama

Walqixxee: Akkaataa heera RFDItti sabaafi sablammiileen mirga afaan ofiitiin barachuu, aadaafi duudhaasaanii guddisuu kan qaban ta’us ummanni Guraagee isa kana dhabuun afaan saba biraa akka baratu taasifamaa tureera. Sabichi hayyoota barataniifi gahumsa... Read more »

“Qalbeeffatan malee fiiganiif iddoo yaadan hinqaqqaban” -Konkolaachistoota qaxalee

Adaamaa: Obbo Jiyaad Abbaa Maccaa Godina Jimmaatti Jiraataa Aanaa Qarsaa yoo ta’an, hojii konkolaachisummaarratti bobba’anii argamu. Erga hojii kana eegalanii waggoota 30 ol ta’us hanga yoonaa takkaa balaa hinqaqqabsiifne, rakkoofis hinsaaxilamne. Waggoota... Read more »

“Torban torbaniin muudna malee hoogganaa hojiirra ciisu baannee hindeemnu” – Obbo Shimallis Abdiisaa

Finfinnee: Gamaagamni raawwii hojii seektaroota mootummaa naannoo Oromiyaa kurmaana lammaffaa Roobii darbe adeemsifame kan hojii itti kenname sirnaan raawwate kan itti jajameefi kan hanqina qabuufi raawwiin isaa guutuu hintaane kan akeekkachiisni  itti... Read more »