Bara kana keessa akkuma wanti gaariin jiru wantootni hamoofi nama dhiphisan baroota darban caalaa kan itti heddummaataniifi waggaatii gara waggaatti akka itti caalaa deeman qorannoon ni addeessa. Keessumaa dandeettiifi obsa geggeessitootaa kan... Read more »
Dhalootaaf eeggachuun dubbiin, gochaan, ilaalchaan dantaa dhuunfaa irra dabarsanii egeree dhaloota irratti hojjechuu gaafata. Inni kun ammoo faayidaa dhuunfaan jaamanii dhumiinsi dhalootaa kan itti hindhaga’anme danuun yoo jiraatanillee gartuu isaan keessa yeroof... Read more »
Akka qorannoowwan gara garaa mul’isanitti namni yeroo dhalatu hamaa ta’ee hindhalatu, nama ta’ee dhalata. Deemsa keessa gaariittis ta’e hamaatti ni harkifama. Namni akka fakkeenyaatti ilaallu gaarii yoo ta’e borii keenyarratti dhiibbaa gaarii... Read more »
Biyya lafaa kanarratti utuu rakkoon hinjiraannee wantootni bara kana nama ajaa’ibsiisan hedduun hinkalaqaman turan. Fakkeenyaaf dhukkubni utuu hinjiraannee dawaan, salphaatti ardii tokkoo gara ardii biraa dhaquun utuu danda’amee xiyyaarri, namni salphaatti waamee... Read more »
Sadaasa 16 bara 2017 magaalaa Finfinneetti walga’ii Komishinii Dinagdee Afrikaa irratti Priska Mandimika namni jedhamtu lammii biyya Namibiyaa barbaachisummaa dargaggoota angeessuu irratti yeroo dubbattu mootummootni biyya Afrikaa dargaggootaaf hojii uumuun barbaachisaa ta’uu... Read more »
Wantootni tamboo wajjin walqabatanii araada namatti ta’an kan namootni irraa of eeggachuu dandaa’aniidha. Haa ta’uyyuu malee yeroo ammaa waggaatti du’a namoota miliyoona saddeet ta’aniif sababa guddaa ta’eera. Rakkoon gama shiishaa xuuxuun dhufu... Read more »
Dhiyeenya kana fuula sabqunnamtii garaa garaa irratti suurri armaan olii maxxanfamee ture. Namootnis waan isaanitti dhaga’aame yaada kennaniiru. Suurri kun rakkoo jeequmsaatiin uummata Sooriyaa dararfama guddaa keessa jiraniif nyaata utuu kennuu gaaffii... Read more »
Irreechi ayyaana guddaa Oromiyaa keessatti, akkasumas biyyoota ambaattis waggaatti si’a lama kan kabajamu inni tokko Irreecha Birraa jedhamee kan beekamu ji’a Fulbaanaa keessa kan kabajamuufi inni lammaffaan ammoo Irreecha arfaasaa kan ji’a... Read more »
Tarii baay’een keenya dhaabbata gartuu Aliibaabaa jedhamu dhageenyee beekna ta’a. Dhaabbata addunyaa kanarratti guddina ariifachiisaafi qabeenya guddaan beekamuudha. Maanaajarri dhaabbata kanaa Jaak Maa nama abdii hinkutanne, nama kufaatiif harka hinlaatne ture. Yeroo... Read more »
Maxxansa darberratti waa’ee dhiifamaa ilaalchisee dhiifamni wallaalummaa utuu hinta’in beekumsa; dadhabina utuu hinta’in jabina; dawaa jibba haxaa’ee calaasu; biiftuu jaalalaa kan baasu; nama jibbi xiqqeesse kan guddisu; fuuncaa jibbaa ciree kan walaboomsu;... Read more »