Oromiyaan bakkeewwan hawata turistii aadaa, uumamaafi namtolcheetiin badhaatuudha. Haroowwan, fincaa’aawwan,holqawwan,paarkiiwwan, bakki argama lafee durii (arkiyooloojii) Malkaa Qunxurree, ardaalee jilaa, Masaraa Abbaa Jifaar, Masaraa Kumsaa Morodaa, Masgiida Dirree Sheek Huseeniifi bakkeewwan hawata tuuristii... Read more »
Babal’inni Mootonni Abisiniyaa lafa Oromoo weeraruuf gochaa turan guguddaan yeroo lamaati qoodama. Inni dura Kufaatii Mootummaa Daamoot kan Mootii Lammiin gaggeeffamaa tureefi Motummaan Agawuufi Sulxaanonni Ifaat gamtaan Mootummaa Oromoo Warjiirratti gaggeeffamaa ture... Read more »
Mul’ata ilaalchisee waan baay’een jedhameera. Hiikkaan hedduun itti kennameera. Haa ta’uyyuu malee kan irratti waliigalamu yoo jiraate rakkoo har’a addunyaan qabdus ta’e dhaloonni qabu hiikuu kan danda’an namoota mul’ata qaban qofa. ... Read more »
Arba Minci Naannoo Kibbaatti, magaalaa guddoo Godina Gaamooti. Barsiisaan Yunivarsitii Arba Minci, Doktar Saamu’eel Gondaree akka jedhanitti, maqaan magaalaa kanaa ‘Arba Minci’ jedhamee kan moggaafameef sababa qaba. Akkuma maqaansaa ibsu burqituuwwan 40tu... Read more »
Hantuutni qomoo dhiba shanii ol qabdi. Addunyaa irratti baayyi’nni hantuutaa kan namaa wajjin walqixa. Hantuutni dhukkuba dabarsuudhaan kan beekamtu yoo ta’u, badii guddaa qabeenyaarraan geessi. Fincaan ishees dhukuba Weyilis (weilis disease) jedhamu... Read more »
Sirriitti of qajeelchuu dadhabuun 1-Bultiidhaaf gufuu ta’uudha. 2-Karoora dhabduu ta’uudha. 3-Maatii bittimsuudha. 4-Hiriyaadhaa gadi nama godha. 5-Jecha hintaaneef nama saaxila. 6-Gufuu guddinaati. 7-Kufaatii keessaa hinkaaneef nama saaxila. 8-Fira irraa nama fageessa. 9-Daandii... Read more »
Badiin bultii keessaa kudha shan; .Shan ni dhoksu; .Shan ni gorsu; .Shan ni obsu; . Gabaan tokko dagattu malee walii hingaltu, . Olkaa’an malee olka’aniif hinfuudhan, . Yaa afaanii... Read more »
Yeroo tokko namicha ollaa kiyyaa, “Mana yaalaa deemnaan hir’ina dhiigaafi dhiibbaa dhiigaa qabda jedhee lamaaniifuu qorichi naa ajajame. Kun akkamiin ta’a, walhinfaalleessuu?” Jedhee na gaafate. Yeroo baay’ee namoonni hiika dhiibbaa dhiigaafi hir’ina... Read more »
Caffeen lafa bal’aa diriiraa margaafi bishaan ga’aa qabudha. Daran bal’aa waan ta’eefis bakka namoonni hedduu walitti itti qabaman akkasumas, namoonni kallattii maraan loowwan isaanii itti bobbaafatanidha. Caffeen bakkee mijataa Oromoon waltajjii siyaasaa... Read more »