“Namni uumama gaaffii gaafatuudha. Yeroo dhalannee kaasnee gaaffii gaafachuu jalqabna. Seenaan ilmaan namootaa, gaaffiifi deebii nuti uumneen kan guutameedha jechuun ni danda’ama.” –Barreessaa walaloo lammii Meeksiikoo, Oktaabiyoo Paaz NAMNI nyaata qopheessu nyaata... Read more »
Gaazexaan Bariisaa Fulbaana 2 bara 1968 nama dhuunfaa Doktar Maahidii Hamiid Muudee (Abbaa Bariisaa) jedhamuun qophaa’uu jalqabe. Bariisaa jechuun yeroo itti dukkanni dhumee bariin jalqabu gidduu jiuudha. Bariisaa jechuun dukkana keessas hinjirru,... Read more »
Kadhataa tokkotu qoobii harka lamatti qabatee karaarra dhaabate kadhataa ture. Achumaan namni karaa darbu tokko saantima fuudhee qoobiisaa tokko keessa buuseefi darbee adeemuuf erga miila tokko lafaa fuudhee booda itti deebi’ee qoobii... Read more »
“Kan naqale miti, kan natakaaletu nagalaafate” jedhe sangaan. Cuuphatanii ilaalanii yoo mi’aaye faffatatu. Yoo ejjennaa tolan darbatanii rukutu. Waraabessi bakka altokko nyaatetti sagal deddeebi’a. Firri gara firaatti jennaan, kal’een gara loonii jette.... Read more »
Lammiin qomoo malee Sabni aadaa malee Fardi kooraa malee Arfaasaan rooba malee Birraan qilleensa malee hintolu. Sheekiin imaama malee Qeesiin kitaaba malee Malkaan riqichaan malee Manni saagaa malee hintolu. Qamadiin baddaa malee... Read more »
Gaaf tokko harreefi waraabessi hanga yoomiitti akka diinaatti wal ilaalla? Ammaan booda lola gidduu keenya jiru dhiisnee walitti yaa araaramnu jedhanii waliigalan. Araarichis maatiiwwan harreefi waraabessaa bakka argamanitti akka ta’u murteessuun beellama... Read more »
Shashamanneen magaalaa guddoo Godina Arsii Lixaati. Maqaan magaalaa kanaa akkamitti moggaafame? Obbo Kamaal Elemoo magaalaa Shashamannee Ganda 01 jiraatu. Akka isaan jedhanitti, dur dubartii Shaashee jedhamtutu naannawaa kanatti Farsoo gurgurti turte. Qonnaan... Read more »
Arba Minci Naannoo Kibbaatti, magaalaa guddoo Godina Gaamooti. Barsiisaan Yunivarsitii Arba Minci, Doktar Saamu’eel Gondaree akka jedhanitti, maqaan magaalaa kanaa ‘Arba Minci’ jedhamee kan moggaafameef sababa qaba. Akkuma maqaansaa ibsu burqituuwwan 40tu... Read more »
Hantuutni qomoo dhiba shanii ol qabdi. Addunyaa irratti baayyi’nni hantuutaa kan namaa wajjin walqixa. Hantuutni dhukkuba dabarsuudhaan kan beekamtu yoo ta’u, badii guddaa qabeenyaarraan geessi. Fincaan ishees dhukuba Weyilis (weilis disease) jedhamu... Read more »
Sirriitti of qajeelchuu dadhabuun 1-Bultiidhaaf gufuu ta’uudha. 2-Karoora dhabduu ta’uudha. 3-Maatii bittimsuudha. 4-Hiriyaadhaa gadi nama godha. 5-Jecha hintaaneef nama saaxila. 6-Gufuu guddinaati. 7-Kufaatii keessaa hinkaaneef nama saaxila. 8-Fira irraa nama fageessa. 9-Daandii... Read more »