“Manni Murtii Olaanaa Shaggar naamusa ogummaa ofiisera seeraan, haqni maallaqaan akka hinsharafamne moosaajiin hordofa” – Obbo Kumalaa Buusaa (Pirezidaantii mana murtichaa)

Manni Murtii Olaanaa Magaalaa Shaggar Lakkoofsa Danbii 233/2015n kan hundaa’e yoo ta’u, hawaasni aanaaleefi kutaalee magaalaa Shaggar hunda keessa jiraatu tajaajila murtii haqa qabeessaafi si’ataa akka argatu taasisuuf kan dhaabatedha. Tajaajila mana... Read more »

 “Itoophiyaatti qaroo dhabeeyyiin carraa barnootaa argatan dhibbantaa shan hincaalan” – Obbo Wandimmuu Asaffaa

Qaroo dhabeessa yeroo namni qaroo guutuu qabuyyuu carraa barnootaa argatee hinbarannetti baratee rakkoolee qaroo dhabeeyyii biyyattii mudataa turan beekumsaan dura dhaabate, rakkoo hawaas dinagdee namoota qaroo dhabeeyyiitiif falmatee dhaabbilee hojiin gargaarsaa miidhamtoota... Read more »

 “Sosochiin Itoophiyaa qulqulluu ijaaruuf Finfinneetti eegalame wantoota magaalota alaatti arginee hawwinu akka argannu kan taasisuudha” Obbo Wandimmuu Mirreessaa  (Abbaa Qabeenyaa Warshaa Qorqorroo Hoolataa)

Keessummaan Bariisaa maxxansa kanaa Durataa’aafi Abbaa Qabeenyaa Warshaa Qorqorroo Hoolataa Obbo Wandimmuu Mirreessaati. Abbaan qabeenyaa kun hojiilee tajaajila hawaasummaa mirkaneessaniifi hojiilee misoomaa mootummaan raawwaturratti hirmaannaa ho’aa taasisuudhaan beekamu. Abbaan qabeenyaa kun sosochii... Read more »

 “Karroonni Shanan Finfinnee sa’aatii 24:00’f teknolojiifi humna gahaan tikfamu” – Obbo Leejjisaa JooteeBariisaa

Magaalaa Guddoo Oromiyaafi Itoophiyaa; teessumni gamtaa Afrikaa, Finfinneen karroota shan qabdi. Karroonni kunniinis Karra Qaalluu (karaa qaallittii), Karra Qoree (Karaa Sabbataa) Karra Qirxii (karaa Karaa Sulultaa), Karra Gafarsaa (karaa Amboo), Karra Alloo... Read more »

 “Nageenyi waan daangaa hinqabneef hundi keenya dhimma ijaarsa nageenyaarratti qindoominaan hojjechuu qabna” – Luba Taagaay Taaddalaa

Keessummaan Bariisaa maxxansa kanaa Barreessaa Olaanaa Gumii Dhaabbilee Amantii Itoophiyaa Luba Taagaay Taaddalaa yoo ta’an, gaafdeebiin torbee darbe hojiilee guguddoo gumichi dhimmoota ijaarsa nageenyaafi walitti bu’iinsota furuurratti raawwataa tureen bu’aalee galmaa’an irratti... Read more »

 “Kaka’umsi waggoota jahan darbanitti damee barnootaarratti mul’ate qabeenya ofiirratti murteessuu danda’uurraa kan maddeedha” -Tolaa Bariisoo (PhD)

Bitootessa bara 2010 irraa kaasee haalli siyaasaa, hawaasummaafi dinagdee biyya kanaa adeemsa siyaasaa haaraa keessa kan itti galte yemmuu ta’u, haala siyaasaa lammiilee karaa nagaatiin yaadasaanii ummata biraan gahuuf qabsaa’an hundaaf kan... Read more »

 “Akka nama haadhaafi abbaa dhabeetti osoo gadda keessa jirruu harmi gu’e mirgise, ijji raajii arge, gurri aaga dhagahe” -Obbo Ramadaan Alihajii

Barri 1996 baatii sadaffaan nuuf gadda cimaa ture, boonyee mankaraarree akka nama haadhaafi abbaa dhabeetti imimmaan keenya lakkuu lakkuu ofirra lolaasnee boqonnaa sammuu keenyaa, madda haara galfii, irbaata guyyaa keenyaatu nuharkaa bahe,... Read more »

 “Yaadamni haaraan carraawwan qabnu adda baafnee ittifayyadamuun hiyyummaa keessaa ba’uurratti xiyyeeffata” – Obbo Usmaan Surur

Keessummaan Bariisaa torban kanaa Naannoo Itoophiyaa Giddugaleessaatti, Sadarkaa Pirezidaantii Ittaanaatti, Qindeessaa Damee Qonnaafi Misooma Baadiyyaafi Hogganaa Biiroo Qonnaa naannichaa Obbo Usmaan Sururi. Gaafdeebii dhiyeenya haala qonna waliigalaa naannichaarratti xiyyeeffachuun Obbo Usmaan waliin... Read more »

 “Nageenya naannoofi ollaa keenyaa yoo eegneedha nageenya biyyaa mirkaneessuu kan dandeenyu”- Obbo Indaashaawu Xaasawu

Keessummaan Bariisaa maxxansa kanaa Pirezdaantii Naannoo Itoophiyaa Giddugaleessaa Obbo Indaashaawu Xaasawu yoo ta’an, gaafdeebii dhimmoota nageenyaa, bu’uuraalee misoomaa, galii, qonna, barnoota, fayyaa, invastimantii, hojiirra oolmaa sagantaa ‘Maaddii Guutuu’ carraa hojiifi walitti hidhamiinsa... Read more »

 “Warraaqsi keenya diina ofirraa qolachuurra darbee ollaaf wabii ta’uudha” – Obbo Geetuu Gammachuu

Mammaaksa tulluu darban biddeenni tulluudha jedhuun biyya keessatti qabsaa’ee diinasaa injifachuu osoo danda’uu biyyaa ba’ee karaatti kan hafe tokko lama miti. Haala qilleensaa mijataa hojjetanii diina ofii seenaa gochuun danda’amu keessa osoo... Read more »