Keessummaa Bariisaa
Gaazexaan Bariisaa akkuma kanaan dura keessummoota guguddoo muuxannoonsaanii dubbistootaaf barumsa ta’a jedhee amane wajjin gaafdeebii gochuun dhiyeessaa jira. Maxxansa kanaanis Afyaa’ii Caffee Oromiyaa, Aadde Loomii Badhoo keessummaa godhachuun isinii dhiyeesseera. Bariisaa: Aadde... Read more »
Jijjiiramootni siyaasaa biyyattii keessatti erga mul’achuu eegalanii waggaa tokkorra darbeera. Pirezidaantonni naannolee, ministirootniifi hoggantootni duraanii gara sadarkaa federaalaatti kan darban yoo ta’u, gariin ammoo humna haaraan bakka buufamaniiru. Pirezidaantiin Bulchiinsa Mootummaa Naannoo... Read more »
Waggaa 82 dura lubni lammii Israa’eel tokko amantii barsiisuuf gara Dirre Dhawaa dhufe. Utuma achi jiranii hiriyyaan isaa dubartii tokko mataa baqaqsee gara Finfinneetti baqata. Achittis nama Fitaawuraarii Waaqjiraa jedhamuun walbaree, isaan... Read more »
Obbo Bulchaan ni dubbatu: “-Oromoon mirga argate malee Bilisummaa guutuu hin arganne -Mirga abbaa biyyummaa Finfinnee malee babal’inni Finfinnee nu yaachisuu hin qabu -Badii Finfinneen qonnaan bulaashee irratti raawwatte ogeeyyotaan qoratamu qaba... Read more »
Gaafa ummanni Oromoo Somaaleerraa buqqa’ee sana “Ani isinii jira” jechuudhaan magaalaa Galaaniifi Dukamitti manneen 16 ijaaruun meeshaa hunda guutuun keessa qubachiisan. Naannawaasaattis baalota kanneen akka (Cilaattammo) cilaaddaamaa, roozmariinoofi kanneen biroo dhaabuun keessummummaan... Read more »
Obbo Haayilee Gabreetiin Oromoon wallaalee jira jechuun fafa. Isaan umurii isaanii guutuu Oromoof nama jiraate ta’uu seenaan jireenya isaanii ni agarsiisa. Faayidaa ummata isaanii dursuun gidiraa hedduu arganiiru. Hoggantoota biratti jibbamanii dhiibamaniiru.... Read more »