Keessummaa Bariisaa
Dhiittaa mirgaa sirni nama nyaataa sabaafi sablammiilee Itoophiyaanotaarratti qaqqabsiisaa tureen miirri saba ofii fakkaachuu, aadaafi duudhaa ofii dhaaluu jaarraa hedduuf ukkaamfamaa tureera. Ukkaamsaa qaqqabaa ture kanaan Oromoon ta’e saboonni biroo maqaa agarsiistuusaanii,... Read more »
Doktar Abarraa Dheereessaa hayyooota Oromiyaan biyyattiif gumaachite keessaa isaan tokkoofi keessumaa haala jiruufi jireenya hawaasa keessatti dhalatan jijjiiruuf dhama’aniidha. Daa’imni barnoota kutaa gadaanaarra jiru erga barumsa xumurtee maal ta’uu barbaadda? jedhamee yemmuu... Read more »
Dhaabbilee siyaasaa hangafa Oromoo keessaa tokko kan ta’e Addi Bilisummaa Oromoo (ABO), jireenya baqaa waggoota dheeraa booda erga biyyatti deebi’e waggaa tokko caaleera. Filannoo baranaarratti hirmaachuufis Boordii Filannoo Biyyaalessaa Itoophiyaatiin galmaa’ee waraqaa... Read more »
Dhaabbilee siyaasaa hangafa Oromoo keessaa tokko kan ta’e Addi Bilisummaa Oromoo (ABO), jireenya baqaa waggoota dheeraa booda erga biyyatti deebi’e waggaa tokko caaleera. Filannoo baranaarratti hirmaachuufis Boordiif Filannoo Biyyaalessaa Itoophiyaatiin galmaa’ee waraqaa... Read more »
Dubbistootaa, Gaazexaan Bariisaa Waxabajjii darberraa eegalee erga gama qabiyyeefi haala dhiyyeessaatiin jijjiirama keessa seenee as fuula kanarratti keessummoota hayyootaafi namoota ogummaawwan adda addaa qaban, seenaa jireenyaafi muuxannoosaaniirraa waa barachuufi hubachuun danda’amu dhiyeessaa... Read more »
Koloneel Abbabaa Garasuu yeroo ammaa Hoogganaa Ittaanaa Biiroo Bulchiinsaafi Nageenyaa Oromiyaa ta’anii tajaajilaa jiru. Gaafdeebii Gaazexaan Bariisaa Koloneel Abbabaa waliin taasise akka armaan gadiitti dhiyaateera. Bakka dhalootaafi haala guddina keessanii gabaabaatti nuu... Read more »
Oromoon waadaa hinganu, imaanaa hin nyaatu aadaafi duudhaa safuu ganama ittiin guddate waan ta’eef saba ofiirra darbee ormaaf abbaa harmaafi abbaa guddifachaa ta’ee dhalasaatiin qixa kunuunsee guddisa. Oromoon saba guddaaf bal’aa jiraachuu... Read more »
“Yeroo jalqaba barsiisummaarraa muudamaan gara hooggansaatti yeroon dhufu waantonni hundi bitaa natti galan. Yunvarsiitii keessatti haalli hojii keenyaa ifaafi bilisaan waan barattootni baruu qaban hunda iccitiifi of eeggannaa tokko malee barsiisaa turre.... Read more »
Ispoortiin atileetiksii dorgommiiwwan baay’ee kan hammatuufi meedaaliyaawwan hedduu kan nama hammaarrachiisuudha. Dorgommiiwwan atileetiksii keessaa dadhabsiisaan fiigicha fageenya dheeraa kan meetira dhibbaa hanga kiiloo meetira 42.195 (maaraatooniitti) kan jirani jechuun ni danda’ama. Seenaa... Read more »
Qaroominni qaroominarra caalu yoo jiraate waa’ee eenyummaa ofii sirnaan beekuufi ormatti beeksisuuti yoo jedhame dhugaarraa kan fagaatu hinta’u. Sababnisaa waa’ee ofii osoo hinbeekiin, jireenya biyya lafaa kana duuchaatti dhandhamachuun daran rakkisaa waan... Read more »