Keessummaa Bariisaa
Doktar Sisaay Raggaasaa Yunivarsitii Finfinneetti, pirofesara gargaaraa ikkonomiksiiti yoo ta’an, hayyuu dhimmoota taaksiifi dinadgee ilaallatanirratti qorannoowwan adda addaa geggeessaniidha. Jireenyisaanii bu’aa ba’ii hedduu keessa kan darbe yoo ta’u daandiirra jiraachuu, fira bira... Read more »
Irra caalaan biyyoota Afrikaa Itiyoophiyaa dabalatee biyyoota guddinarra jiran keessatti ramadamu. Yeroodhaa yeroottis hongeefi beelaan waan dararamaniif lammiileensaanii gara ardii Ameerikaafi Awurooppaatti godaanuun beekamu. Namootni ardiittii keessatti dhalatanii guddatanis erguma barnootaan jijjiiramanillee... Read more »
Abbaa Duulaa Gammadaa abbaasaanii Obbo Waldagiyorgis Gammadaafi haadhasaanii Aadde Tawaabachi Birraatuurraa bara 1950 baatii Waxabajjii keessa Godina Arsii, Hexosaatti dhalatan. Maqaansaanii dhalootaa Bajigaadha. Bajigaa jechuun waanta jabaa kan ibsuudha. Eessumnisaanii ammoo maqaa... Read more »
Bitootessa 24 bara 1948 Godina Shawaa Lixaa, Aanaa Dandii naannoo magaalaa Ginciitti dhalatan. Akkuma daa’imman naannoosaanii umriinsaanii wayita ga’u loowwan tiksaa turan. Yeroon booda garuu gulufa fardaatiin beekamuu danda’aniiru. Ajajaa shantamaa Baqqalaa... Read more »
Dubartii mana barumsaatti abukaatoo barattootaa taatee falmaa turte har’a iddoo gaafa ijoollee taatee yaaddu sanatti argamte. Haadha seeraa Godinarraa hanga hoggantuu Biiroolee gara garaatti, dhaabbilee miti mootummaatii hanga hoggansa waajjiraalee sadarkaa federaalaatti... Read more »
Gaazexaa Bariisaa akkuma kanaan duraa dhimmoota adda addaa iftoomina barbaadanirratti hayyoota afeeree dubbistootasaatiif dhiyeessaa ture maxxansa kanaanis hayyuu dhimma walitti makamuu ADWUIrratti namoota biroo wajjin qoratan, Doktar Taaddasaa Jaalataa, Yunivarsitii Finfinneetti barsiisaafi... Read more »
Gaazexaan Bariisaa fuula kanaratti keessummoota adda addaa afeerrattee dubbistootaaf dhiyeessaa jiraachuun ni yaadatama. Maxxansa kanaanis gaafdeebii dargaggoo damee teknolojiitiin biyyasaa jijjiiruuf of kenneefi dhimmamee hojjetaa jiru wajjin taasisne isin dubbisiisna. Bariisaa: Wal... Read more »
Waggoota 20 dura kolleejjiin ilmaan Oromoof ta’u ilma Oromoo tokkoon baname. Ilmi Oromoo kun Ameerikaatti barataa turee, achitti maatii dhaabbateefi ijoollee shan (dhiira tokkoofi dubara afur) kan hore yoo ta’u, ummatasaa caalchifate... Read more »
Keessummaan keenya maxxansa kanaa hayyuu saayinsii bosonaa Doktar Girmaa Amanteeti. Doktar Girmaan yeroo ammaa Sadarkaa Pirezidaantii Ittaanaatti Qindeessaa Misooma Baadiyyaa Oromiyaa ta’uun hojjechaa jiru. Gaafdeebiin isaan Gaazexaa Bariisaa wajjin taasisanis akka armaan... Read more »
Dhiittaa mirgaa sirni nama nyaataa sabaafi sablammiilee Itoophiyaanotaarratti qaqqabsiisaa tureen miirri saba ofii fakkaachuu, aadaafi duudhaa ofii dhaaluu jaarraa hedduuf ukkaamfamaa tureera. Ukkaamsaa qaqqabaa ture kanaan Oromoon ta’e saboonni biroo maqaa agarsiistuusaanii,... Read more »