Maariyyeen Jaldeessaa yookaan Monkey pox dhukkuba darbee darbee mul’atu ta’ee kan vaayirasii ‘Monkey pox Virus’ jedhamuun dhufudha. Monkey Virus’n gartuu vaayirasii keessaa isa tokkodha. Bineensota yookaan bineeldota irraa gara namaatti daddarba. Edda... Read more »
Bineensota summii cimaa ykn hadhaa (poisoning) qabaniin nama galaafataniifi gargaarsa duraa godhaman
Bineensonni uumamaan rabbi yoo isaan uumu waan ittiin diina isaanii ofirraa faccisan, kaaniif gaafa ittiin waraanan, kaaniif dandeettii fiigicha saffisaa ittiin baqatanii ba’an, kanneen biroof ammo humna ittiin diina isaanii caccabsan kennee... Read more »
Namoonni tokko tokko “Garaachan qaba” yoo jedhan dhaga’ama. Kunis dhukkuba garaachaa ibsuuf haala isaan itti fayyadamaniidha. Garaachi qaama dhala namaati malee dhukkuba miti, kanaaf “dhukkuba garaachaan qaba” jedhamee osoo sirreeffamee gaariidha. Garaachi... Read more »
Marsaan laguu (xurii) dubartootaa sababa jijjiiramuu hormooniirraan kan ka’e dhiiga baatii baatiin gadameessa dubartootaa keessaa dhangala’udha. Shamarri tokko marsaa laguu arguu kan jalqabdu giddugalaan waggaa 13 irraa kaasteeti. Marsaan laguu giddugaleessaan guyyaa... Read more »
“Dhukkuba busaatu sammuu seenee ebeluun ajjeese” yoo jedhamu ni dhageenya, dhuguma dhukkubni busaa sammuu seenaa? Dhibeewwan daddarboo tahan yeroo jennu dhibeewwan karaa garagaraan bineensarraa namatti ykn namarraa namatti daddarban jechuu keenya. Baattuwwan... Read more »
Uumaan gaafa nama uume badhaasa addaa tokko dhala namaaf kenne. Badhaasa dhala namaa qofa ilaallatu! Dachee kana Uumaa gaditti akka to’atuuf aangoo guutuu kenneef. To’achuu akka danda’uuf immoo sammuu yaadu kenneef. Uumama... Read more »
Jireenya guyyaa guyyaan dabarsinu keessatti wantootaa dhimma fayyaa waliin wal hinqabanne kan biroo yoo hojjennu karaalee hedduudhaan fayyaa ofii keenyaa miidhuu dandeenya. Kunis Fayyaan nama tokkoo kan miidhamu tarii waan fayyaa keenyaaf... Read more »
Utaalloon kan nu qabu qaamni sirna hargansuu keenyaa qoonqoo olitti argaman yoo rifatan ykn infeekshinii nu qabe kan dhufuudha. Qaamonni hargansuu keenyaa kanneen qoonqoo olitti argaman funyaan keenya dabalatee sababoota garagaraarraa kan... Read more »
Osoo hindhukkubsatiin yookaan mallattoo dhukkuba kamiiyyuu osoo ofirratti hinargiin mana yaalaa deemanii of qorachiisuun dhukkuboota akkamii irraa nu baraaruu danda’aa? Hangamis barbaachisaadha? Yeroo baay’ee namoonni baay’een dhibee ofirraa ittisuun alatti erga baay’ee... Read more »
Faalama qilleensaafi fayyaa (The health effects of air pollution) Dhalli namaa addunyaa kanarratti yoo uumamu, oksiijiinii malee daqiiqota muraasa qofa, bishaan malee guyyoota xiqqoo, akkasumas, nyaata malee guyyoota xiqqoo jiraachuu danda’a. Wantoota... Read more »