Namni yoo dhukkubsatee mana yaalaa deemu, qoratamee dhukkubasaa addaan baafatee beekee, yoo kan qoricha qabu ta’e qoricha isaa fudhatee fooyya’uuf, yoo danda’ame ammoo fayyuufidha. Kana jechuun namni tokko yoo mana yaalaa deemuu... Read more »
Dhiibbaa dhiigaa (Hypertension) jechuun maal jechuudhaa? Dhiibbaa dhiigaa jechuun dhiibbaa dhiigni qaama keenya keessa yaa’u ittiin ujummoolee dhiigaa (artery) ittiin dhiibu jechuudha. Dhiibaan dhiigaa kun lakkoofsa ‘millimeter mercury’ kan safaramu yoo ta’u,... Read more »
Ilaalchi osoo hindhukkubsatin yaalamuu jedhu biyya keenya keessatti yeroo hedduu kan hinbaratamneedha. Namoonni yeroo hedduu kan of qorachiisan yoo haalonni garagaraa isaan dirqisiisan akka qacarrii hojiiwwan gargaraa, gara biyyoota biraa deemuufi kan... Read more »
Kaleen qaamota dhalli namaa jiraachuuf dirqama barbaadu keessaa isa hangafa jechuun ni danda’ama. Namni fayya qabeessi tokko kalee lama kara bitaafi mirgaa irraa kan qabu yoo ta’u, yeroo tokko tokko uumamaan namni... Read more »
Akka lakkoofsa addunyaatti bara 2012 maree bal’aan faayidaafi miidhaa interneetiirratti gartuu dargaggoota Awustiraaliyaafi namoota Itoophiyaan bakka lamatti qooduun geggeeffamee ture. Baay’ee kan nama dhibu gartuun lamaan iyyuu guyyaatti utuu emeeyila hin ilaallatin... Read more »
Jalqabarratti gaaffii, “Namoota hagamtu tamboo aarsa”? jedhuuf ALA bara 2015 keessa addunyaa keenyarraa namoonni biliyoona 1.1 ta’an tamboo xuuxu. Haa ta’u malee hangi namoonni kunniin xuuxan guyyaatti baay’ina tamboo xuuxaniifi dheerina yeroo... Read more »
Abbaan warraa gartuun dhiigasaa Rh Poosatiivii (Rh+ve) ta’eefi haati warraa gartuun dhiiga ishee Rh negatiivii (Rh-) taate yoo walfuudhanii dhala godhachuu barbaadan; ulfa uumamu (mucaa garaa keessaa) irratti dhiibbaa akkamii fiduu mala?... Read more »
Waa’ee vaayirasii HIV namni hubannoo hinqabne hangi ta’e jiraachuu mala. Namni tasuma dhageettii hinqabne jira jechuun garuu ulfaataadha. Namni kamuu dhageettiifi hubannoo yoo qabaate, haga fedhes yoo waa’ee vaayirasii kanaa dubbiseera yoo... Read more »
Dhukkubni saree maraatuu dhukkuba vaayirasiidhaan dhufuufi kan ciniinnaa bineeldota garagaraan namatti darbuudha. Dhukkubni kun addunyaarraa biyyoota mararratti kan argamuufi namoota qabate keessaa hanga dhibbentaa %99 kan lubbuu galaafataudha. Dhukkuba kana harka dhibba... Read more »
Dhukkubni asmii hawaasa keesatti daran beekamaa kan ta’eefi hawaasa bal’aa kan hubuudha. Dhukkubni kun bakkaa bakkatti argamni (baay’inni) isaa addaa adda yoo ta’u, naannawa tokkotti baay’inaan kan hubu, hawaasa naannawa biraatti ammoo... Read more »