Finfinnee: Ispoortiin hawaasa tokko keessatti jaalalaafi walitti dhufeenyi gaariin akka uumamuufi aadaan walkabajuu akka cimu gochuu keessatti iddoo guddaa qaba. Akkasumas misoomaafi guddina itti fufiinsa qabu mirkanneessuu keessattis ga’een isaa olaanaadha. Kanaan... Read more »
– Baankiin daldalaa dursaa jira Finfinnee: Shaampiyoonaan kubbaa miilaa kilaboota liigii piriimeerii Itoophiyaa baranaa xumuramuf taphawwan sadii qofti yoo hafu Hambaarichoo Duraameefi Shaashamanneen gara liigii biyyaalessaatti gadi deebi’unsaanii beekameera. Kilaboonni kunniin gara... Read more »
Finfinnee: Bara injifannoo gootota maraatoonii Abbabaa Biqilaafi Maammoo Waldeerraa kaasee hanga har’aatti dirreewwan atileetiksii addunyaarratti, keessattuu fiigicha fageenya dheeratiin Itoophiyaan adda durummaan eeramti. Injifannoo maraatoonii biyya keenyaa bara Abbabaa Biqilaafi Maammoo Waldee... Read more »
Finfinnee: Magaalaan Boqojjii Oromiyaa, Godina, Arsii, Aanaa Boqojjiitti argamti. Finfinneerraa gara Kibba Bahaatti kiiloo meetira 231 irratti kan argamtu magaalaan tun, haalli qilleensashee baddaafi baddadareedha. Boqojjiin gootota Olompikii, shaampiyoonaa atileetiksii Addunyaa, dorgommii... Read more »
Finfinnee: Ardiiwwan mararraa dubartoota addunyaa dirree tokkorratti kan walitti fidu walmorkiin waancaa kubbaa miilaa guddattootaa addunyaa ALA bara 2008 Niiwuzilaanditti jalqabame. Qopheessummaa Waldaa Kubbaa Miilaa Addunyaa ‘FIFA’tiin waggaa lamatti al tokko biyyoota... Read more »
Finfinnee: Olompikii 33ffaa Paariisitti adeemsifamuuf jedhu gara ji’oota sadiitu isa hafa. Biyyoonni miseensa koree olompikii addunyaa 209 ta’anis Olompikicharratti hirmaachuuf atileetotasaanii filachuun qophii olaanaarratti argamu. Biyyoota miseensa korichaa keessaa Itoophiyaanis tokko ta’usheetti... Read more »
Finfinnee: Dorgommii maraatooniin Itoophiyaa bakka bu’ee dorgomee mo’achuudhaan kan beekamu Atileet Xannaa Nagarii addunyaa tanarraa du’aan boqoteera. Atileet Xannaan, dhukkubsatee biyya keessaafi alatti wal’aanamaa turus Ebla 25 bara 2016 umri 54tti boqotee... Read more »
Finfinnee: Itoophiyaan sadarkaa Afrikaattis ta’u addunyaatti akaakuuwwan ispoortii hedduudhaan walmorkiiwwan garagaraarratti hirmaachaa turteetti, ammas hirmaachaa jirti. Kanneen keessaa shaampiyoonaawwan guutuu addunyaa maraarratti maqaa gaarii kan ittigalmeesisteefi galmeesisaa jirtu atileetiksiidhaan ta’uun beekamaadha. Kanumaafi,... Read more »
Baankiin Daldalaa Itoophiyaa liigicha dursaa jira Finfinnee: Sababa rakkoo nageenyaatiin waggoota muraasaaf liigii piriimeerii Itoophiyaarraa gargar bahanii kan turan kilaboonni Naannoo Tigraay gara liigichaatti akka deebi’aniif Koreen Raawwachiiftuu Hojii Federeeshinii Kubbaa Miilaa... Read more »
“Dargaggoo Roonaaldoo faarsu miti Roonaldoo caalu horachuuf hojjechuu qabna” – Obbo Tijjaanii Naasir
Jimma: Waa’een kubbaa miilaa biyya alaa gafa ka’u dhiirri, dubartiin kara deemaan seenaa kilabiisaanii, seenaa taphattootaa, akkaataa taphasaanii gola jireenyasaanii xiinxalee balballoomsu kumaaf kitiladha. Jarri waa’ee taphattoota kanneenii haasa’an waa’ee taphattoota kanaa... Read more »