Featured
Featured posts
Rakkoo naannawa daangaa Oromiyaafi Amaaraatti mul’atu qindoominaan kan hojjetamu ta’uun ibsame. Hoggansi Biirolee Bulchiinsaafi Nageenyaa naannolee lamaanii har’a Magaalaa Baahir Daaritti dhimmicharratti ibsa waloo kennaniiru. Ibsicha kan kennan ittigaafatamaa ittaanaa Biiroo Bulchiinsaafi... Read more »
Finfinnee: Oromiyaanis ta’ee akka biyyatti qabeenya beeyladaa qabdurraa haalaan fayyadamuu dhabuudhaan lamaansaaniituu komii jalaa hinbaane. Loon muraasaafi faayidaa guddaa kennuu danda’an hafee loon hedduu faayidaa muraasa kennuu danda’an bal’inaan jiraachuun immoo seenaa... Read more »
Ambo: Waggaa tokkoon dura nama qalbifatee ilaaleef daandiin biyyattiin irra imalaa turte qarqara hallayyaa dhaabbachuunsheefi bittinnaa’uuf guyyoota lakkaa’achaa turuunshee ifaadha. Egereen biyyattii dukkanaa’ee boruufi iftaan kufittii jedhamee osoo eegamuu wanti hin yaadamne... Read more »
Ambo: Waggoota 80n dura nama dhuunfaatiin naannawa warshaadhaaf keessummaa taatetti kan hundaa’e warshichi, waggoota dheeraa naannichatti hojjataa tureen garuu bu’aasaa bira darbee ummata naannawaatiif wanti buuse hinturre. Yeroo dheeraadf warshicharraa waa fayyadamuun... Read more »
Finfinnee: Seenaa Itoophiyaa keessatti hoggantootni biyyattii haqummaan, amanamummaafi qajeelummaan gaggeessaa akka hinturre ragaaleen ragaaleen adda addaa ni eeru. Sirnoota darban keessa gaggeessitootni Itoophiyaa hundarra eenyummaa (seenaa, aadaa, afaaniifi duudhaa) sabootaa, sablammootaafi ummattoota... Read more »
Finfinnee: Bitootessa 18 bara 2010 ummanni Itoophiyaa taatee tokko baruuf gurra qeensee miidiyaa dhaggeeffachaafi ilaalaa ture. Inni kaan miidiyaalee hawaasummaafi bilbilaan odeeffannoo walgaafata. Ciniinsuu guyyoota 17 obbaafachuufis sa’aatii dhumaarra ture. Gaazexeessitoonni miidiyaalee... Read more »
TOI: Sababa walitti bu’insaan lammiileen hedduun qe’ee isaaniirraa godaanaan gara qe’ee isaaniitti deebisuuf hojiin hojjetame ga’aa waan hintaaneef lakkaawwiin ummataafi manaa akka dheeratuuf yaadni murtii dhiyaate. Komishiniin Lakkaawwii Ummataafi Manaa lakkaawwicha adeemsisuuf... Read more »
Finfinnee: Hawaasni tajaajila geejjibaa argachuu, yoo dhukkubsate dafee mana yaalaa deemuu, omishasaa gabaaf dhiyeessuu, yeroofi humnasaa qusachuun salphaatti bakka barbaade gahuu kan danda’u daandiin yoo jiraateedha. Rakkoon daandii gaaffii hawaasni waggoota dheeraaf... Read more »
Shaambuu: Ummanni tokko hawaasa keessatti dhalatee guddateefi iddoo jiraachaa turerraa sababa garaa garaatiin dirqamee gara iddoo biraatti godaana. Inni tokko fedhasaa malee humnaan qe’eessaarraa kan godaansifamu yemmuu ta’u, inni kuun immoo jiruufi... Read more »
Yeroo hedduu wanta riphee nama miidhuu danda’u alaalatti arganii irraa of ittisuun ni ulfaata. Sababiinsaas waan biraa jala miliqee ykn walfakkaatee, gaarummaa olgatee waan dhufuuf. Fakkeenyaaf bofti summaa’aan daggala keessatti kan nama... Read more »