Yeroo ulfaataa kan ce’uuf tokkummaatu furmaata

Itoophiyaan rakkoolee yeroo garagaraatti ishee mudachaa turan tokkummaa ilmaansheetiin ce’uu dandeessetti. Yommuu rakkinni tokko biyyattii mudatu lammileenshee addaddummaa sanyii, amantii, ilaalchaa, umuriifi kanneen biroo dhiisanii akka gurmuu kannisaa wal ta’uudhaan yeroo ulfaataa... Read more »

Waliigaltee biyyaaleessaa tokkummaa biyyaaleessaaf

 Haala qabatamaa Itoophiyaan amma irra jirturraa ka’uun hayyoonni siyaasaa hedduun tokkummaan bu’uura cimaa qabu ijaaramuu akka qabu akeeku. Kunimmoo ta’uu kan danda’u keessummaa warreen siyaasa tarkaanfachiisaniif dhimmichi kallattiin isaan ilaallatu yoo walitti... Read more »

Caalaatti walutubuun amma

Ummanni Itoophiyaa haleellaa garee shororkeessichi ABUT biyya diiguuf bane ofirraa qolachuuf lammiin hundi of gurmeessee tokkummaan ka’uun duulee jaalalaafi birmadummaa biyyaasaa eeggachuufi kunuunsu kan qabu yeroonsaa amma. Gareen shororkeessaa kun ergama badii... Read more »

Muudamni keenya muddama akka hinfinne; mudaa eeggachaa

“Isa taa’ee ilaaluuf daakuun boqqolloo dinbilaala” jedha Oromoon, Itoophiyaa keessatti murnoota aangoorra jiran caalaa waa’ee biyyaaf natu beeka kan jedhan qondaaltota siyaasaa kumaatamni guutaniiru. Kanamalees kara deemaan xiinxalaa siyaasaa of godhee waa’ee... Read more »

Ammas hunda caalaa nageenyaa ummataatiif xiyyeeffannaa

Maalummaa nageenyaa karaa salphaafi gabaabaadhaan ibsuun ulfaataadha. Oggaa nagaan jiru akka laayyootti kan ilaalamu; oggaa boora’u ammoo gatiinsaa hammam ulfaataafi barbaachisaa kan ta’e duudhaa dhaloota jidduutti gabbataafi dagaagaa kan as ga’e, qabeenya... Read more »

Mootummaa haaraarraa maaltu eegama?

– Gaaffiin ummanni Oromoo barootaaf qabsaa’aafii ture dhimma Afaan Oromoo Afaan hojii federalaa taasisuufaa hojiitti hiikuu qaba. – Lola araaraan jibba jaalalaan injifatee lammiilee Itoophiyaa hunda keessummeessituufi dimokraatawaa taate ijaaruu qaba. (Obbo... Read more »

Ergaawwan ijoo sadan boqonnaa haaraa

Wiixata darbe biyyi keenya waaree duraafi booda taatee seenaqabeessa raawwatteetti, hoggantootashii imala boqonnaa haaraaf muuddachuufi addababa’iitti sirna ho’aadhaan simachuu. Sirna hundeeffama mootummaa haaraa filannoo marsaa 6fa haala nagaqabeessaan ummata miliyoona 40 hirmaachisuun... Read more »

Waadaa seename hojiitti hiikaa deemuu

Yeroo tokko namichatu akka tasaa lubbuun namaa harkatti bade jedhama. Namni kun seeratti dhiyaatee adabbii maluuf akka argatu ummanni mootummaa gaafata. Manni murtiis gochichi aadmaleefi yakka ta’uu oggaa isa hubachiisu namni kun... Read more »

Itoophiyaa mootummaa haardhaan gara daandii haaraatti

Jijjiiramni mootummaa bara 2010 biyya Itoophiyaatti taasifame gama hundaan waanota danuu geddareera. Kanaanis murnoonni siyaasaa, rogeessitoonni alaa galaniiru, mana hidhaatii yaafamaniiru. Kanneen qabsoo hidhannoo dhiisanii karaa nagaa qabsaa’uuf kutatan qaawweesaanii lafa kaa’aniiru.... Read more »

Hayyee, ayyaana nagaafi milkii haa ta’u!

Oromoon Irreechaa biraafi arfaasaa qaba. Irreechi birraa har’a sirna ho’aadhaan geggeeffamu aadaa galateeffannaati. Sirna Uumaan dukkana gannaa keessaa gara booqa birraatti nagaan nama ceessise uumamne qabatame ittigalateeffamu. Irreeffachuun galateeffachuudha. Galanni immoo Uumama... Read more »