Dhaamsa Bariisaa

Itoophiyaan hundeessa Gamtaa Afrikaatiifis ta’e erga hundaa’ee booda cimina gamtichaatiif biyyoota ardichaa kuun wajjin ta’uun waan guddaa gumaachiteetti. Teessoo gamtichaa waan taateefis walga’iiwwan raawwachiistuu hojiifi dura bu’ootaa waggaa waggaadhaan adeemsifaman haala miidhagaadhaan... Read more »

Gaazexaan Bariisaa miidiyaa maxxansaa adda durummaafi hangafummaan guddina Afaan Oromoo keessatti shoora olaanaa gumaacheefi gumaachaa jiruudha. Gaazexaan bara 1969 irraa eegalee waggoota 45n darbaniif madda odeeffannoofi bu’uura guddina Afaan Oromoo ta’ee tajaajilaa... Read more »

Itoophiyaan hundeessa Gamtaa Afrikaatiifis ta’e erga hundaa’ee booda cimina gamtichaatiif biyyoota ardichaa kuun wajjin ta’uun waan guddaa gumaachiteetti. Teessoo gamtichaa waan taateefis walga’iiwwan raawwachiistuu hojiifi dura bu’ootaa waggaa waggaadhaan adeemsifaman haala miidhagaadhaan... Read more »

Paartiin Badhaadhinaa yaa’iisaa idilee lammaffaa Amajjii 23-25, bara 2017tti Finfinnee Muuziyeemii Adwaatti gaggeeffachuun isaa ni yaadatama. Kanaanis Doktar Abiyyi Ahmadiin pirezidaantii, Obbo Tamasgeen Xirunaafii Obbo Adam Faaraah pirezidaantoota Ittaantootaafi miseensoota 45 ammoo... Read more »

Dhimmi bulchiinsa gaarii yaadrimee barbaachisummaansaa jaarraa 20ffaa keessa cimee bahedha. Yaadrimeen bulchiinsa jedhamu umrii dheeraa kan qabu, guddina qaroomina dhala namaa wajjin kan tureefi babal’ataa dhufe yoo ta’u; tooftaa ykn mala aangoo... Read more »

Waggoonni 1950 hanga 1970mootaatti jiran bara dadamaqiinsi gama ijaarsaafi hawaas dinagdee fooyya’aan tureedha. Sosochiin gama dinagdeen mul’ate sunis magaalattiin akka xiyyeeffannoo guddaa argattu taasisee ture. Waggoota kanneenitti Magaalaan Aggaaroo waan tajaajiloota taaksii,... Read more »

Pirezidaantiin Paartii Badhaadhinaafi Ministirri Muummee Itoophiyaa Abiyyi Ahmad (PhD) yaa’ii 1ffaa paartichaarratti ergaa ittaanu dabarsanii turan. Paartiin Badhaadhinaa dhiibbaa ummataatiin, hoggantoota jijjiirama barbaadaniifi gargaarsa Rabbiin dhalate. Badhaadhinni Itoophiyaa qofatti otoo hintaane Afrikaarrattis... Read more »

Torban darbe keessa Ministirri Muummee Itoophiyaa Abiyyi Ahmad (PhD) jilasaanii waliin hojii misooma koriidarii Magaalaa Gondariifi haaressa Dallaa Faasiladas daawwataniiru. Hojichi yeroo gabaabaa keessatti miidhaginaafi qulqullinaan kan raawwatameedha. Kunis dandeettiin raawwachuu biyyattiitti... Read more »

Qonnaan bulaan keessumaa waggoota muraasaa as sululoota xiyyeeffannaan misoomsuudhaan, isa misoomse kunuunsuudhaan abbummaadhaan eegee qabuudhaan bakkichatti kanniisaa horsiisaa, kuduraafi muduraa omishaa jira. Hojichaan lafti qonnaa, bosonaafi dheedichaan manca’ee faayidaa ala ta’ee ture... Read more »

Waggaa 32 dura kan hundaa’e Dhaabbanni Tola Ooltummaa Guddinaa Tumsaa (Guddina Tumsa Foundation-‘GTF’) hojiilee hawaasummaa adda addaarratti xiyyeeffachuun hojjetaa jira; isa beela’e nyaachisuun, isa dheebote obaasuun, isa daaretti uwwisuun, kaan dinagdeedhaan of... Read more »