Duudhaaleen Raayyaa Ittisaa sirriitti haa hubataman

Hojiin ogummaa kamuu duudhaa mataa isaa qaba. Ogummaan Raayyaa ittisaas saayinsaawaa waan ta’eef duudhaa hojii isaa ittiin gaggeefatu miidhagaa ta’e qaba. Kanaafuu raayyaan ittisaa sochii isaa guyya guyyaa keessatti  duudhaa isaa eeggatee... Read more »

Duudhaalee naamusaa jireennya fooyya’aaf

Shamarreen maqaanshii Kiristiinaa jedhamu al tokko maallaqa guddaa festaalii gurraachaan hidhamee bu’e oggaa lafatti argitu ijashii amanuu hindandeenye. Maallaqni kun mindaashii waggoota 20f hojjettee argattu caala. Maallaqa kana eenyu akka gate ni... Read more »

Tola ooltummaa boqonnaa sammuutiif

Barataa cimaa qormaata kutaa 10fa Roobii darbe xumurame fudhate tokko akkuma barame qormaanni akkami jedheen gaafadhe. Innis, “Gaariidha. Akkan sodaadhe miti. Garuu qormaata barumsa lamaatu xiqqoo natti ulfaate” jedhee naa deebise. Anis... Read more »

Bariisaaf bari’uu eegale

Gaazexaan Bariisaa bu’aalee maxxansaa Dhaabbbata Pireesii Itoophiyaa keessaa tokko yoo ta’u afaan, aadaafi duudhaa ummata Oromoo beeksisuufi dagaagsuu keessatti gahee guddaa taphateera, taphataas jira. Bariisaan bara 1967 yeroo Afaan Oromoo barreessuu mitii... Read more »

Waliigalteen irra gahame haa tikfamu

Sirni Gadaa mallattoo walabummaa Oromiyaa qofa osoo hintaane, hundee qaroomina ilmaan namaa keessaa kan hangafaa ta’uunsaa ragaadhaan mirkanaa’ee, sadarkaa addunyaatti beekamtii argachuun galmaa’eera. Aadaa bulchiinsa sirna Gadaa keessaa inni guddaan tokko, garaagarummaa... Read more »

Duudhaan waliin jireenya ummattoota Itoophiyaa cimee ittifufa

Itoophiyaan biyya sabootni, sablammootniifi ummattootni afaan, aadaafi amantii adda addaa qaban hedduun keessa jiraataniidha. Ummattoonni biyyattii afaan, aadaafi amantiidhaan adda adda ta’aniyyuu duudhaa nagaa, jaalalaafi tokkummaatin waliin jiraachuu jaarraa lakkoofsise qabu. Waltajjiin... Read more »

Dhimma daangaa furuuf ummatni tumsuu qaba

Sababiiwwan waldhabdee Itoophiyaa keessatti uumamaa turaniifi jiraniif ka’umsi ijoon dhimma daangaati. Daangaan ummataaf hiika abbummaarra darbe qaba. Daangaa keessaan seenaafi eenyummaatu jira. Kanaafi ummattoonni dhimmichatti xiyyeeffannaa kennuun kan dubbatan. Yeroo hunda garuu... Read more »

Waltajjiileen marii nageenya waaraaf bu’uura

Naannolee saglanifi bulchiinsota magaalaa lamaan Itoophiyaan qabdu keessaa akka Oromiyaa marii ummataatti kan amanu hinjiru. Duudhaan marii sirna Gadaa keessatti muuxaneeffamee baroota qaari’ee as gahe kun ammaan tanas ilmaan abbaa Gadaatti ce’ee... Read more »

Oromummaan hammachuudha

Hortee Kuush kan ta’an Oromoofi Somaaleen cunqursaa hamaa gita bittoonni dabaree walfuruun irraan gahaa turan ofirraa fonqolchuuf wajjummaa kufaa ka’aa turaniiru. Walqixxummaaf irree tokkoon qabsaa’aniiru. Bilisummaaf waloodhaan dhaabataniiru. Qabsoo kana milkeessuuf Oromoofi... Read more »

Du’aa ka’uu: Mallattoo Araaraafi jaalalaa

Ayyaanota guguddoo keessaa hordoftoota amantii Kiristaanaa biratti sirnootaafi duudhaalee gara garaatiin dabaalamuun  haala addaatiin kabajamu keessaa tokko ayyaana Du’aa Ka’uu Iyyasuus Kiristoosi. Ayyaanni Du’aa Ka’uu dhoksaawwan guguddoo of keessaa qaba. Hordoftoonni amantichaa... Read more »