Korporeeshiniin Misooma Paarkiiwwan Indastirii erga hundeeffamee waggoota afur kan lakkoofsise yoo ta’u, umurii gabaabaa keessatti paarkiiwwan indastirii 11 ijaarsisuu danda’eera. Kanneen keessaa paarkiiwwan indastirii jaha hojii keessa seenuun misooma dinagdee biyyattii utubaa... Read more »
Mootummaan yeroowwan addaddaatti bu’uuraalee misoomaa ijaarsisuuf dhaabbilee maallaqaaa alaafi keessa jiranirraa liqii fudhachaa kan ture yoo ta’u, wayita ammaa doolaara biliyoona 26 gahuusaa Ministeerri Maallaqaa mootummaa RFDI ji’a Amajjii jalqabaarra gabaasa dhiyeessee... Read more »
“Ilmaan keenya bosona keessa jiran nutti makamanii nu haa eegan”- Obbo Baqqalaa Garbaa Amajjii 16 guyyaa Oromoo biratti adda taateefi abdii ifaa gonfachiifteedha. Akkasumas, sirni Gadaa hammam Oromoo biratti kabajaafi fudhatamummaa akka... Read more »
Akka aadaa Oromootti yeroo araaraa kormi qalamee tiruun nyaatama. Tiruu nyaatanii nuti tiruu tokko jedhanii, foon nyaatanii nuti foon tokko jedhanii, lafee walirratti cabsanii nuti lafee tokko jedhanii araaramu. Kana jechuun Oromoon... Read more »
Jaarmiyaalee siyaasaa maqaa Oromootiin socho’aa turan keessaa Addi Tokkummaa Walabummaa Oromoo (ATWO) isa tokko yoo ta’u, yeroo dhiyoo keessa maqaasaa gara Paartii Biyyaalessaa Oromiyaa (PBO)tti jijjiirratee qabsoo karaa nagaa gaggeessuuf hojjechaa jira.... Read more »

Guyyoonni 305n darban Itoophiyaadhaaf guyyoota jijjiiramaa turan. Gaaffiileen lammiileen biyyattii haala hinbaramneen waggoota 27 gaafataa tura deebi’aafi imimmaan isaanii haqamaa jira. Guyyoota kanneen keessatti jijjiiramoonni karaa siyaas dinagdeefi hawaasummaa mul’atan ummatatti abdii... Read more »