Maarqoos Gannatii: Atileetii, miseensa raayyaafi investara

Seenaa atileetiksii fiigicha dheeraa keessatti atileetonni keenya injifachuutti dabalee riikardiiwwan addunyaa heddu harkatti galfachu­un kan qixxaatuun hinjiru. Atileetota haala kanaan injifan­noo danuu gonfachuun beekaman keessaa tokko atileet, Komaandar akkasumas investar Maarqoos Gan­natii... Read more »

Luusiiwwan milkiidhaan galan

Finfinnee:Gareen Olompikii dubartoota Itoophiyaa Luusiiw­wan walmorkii gulaala deebii Sanbata darbe magaalaa gud­doo Ugaandaa, Kaampaalaatti adeemsifatetti garee dubartoota Ugaandaa 1-0n mo’achuun ta­pha ittaanuf darbe. Walmorkii gulaalaa dubar­toonni umrii 23 gadii irratti hirmaataan kanatti... Read more »

Atileetonni injifannoodhaan deebi’an badhaafaman

Atileet Fayyisaa Leellisaa beekamtii argate Finfinnee: Jila atileetiksii Itoophiyaa dorgommii qaxx­aamura biyyoolessaa addunyaa 43fa Denmaarki, Magaalaa Ari­husitti torban tokko dura adeem­sifametti meedaaliyaawwan 11 hammaarratee addunyaarraa 1fa bahuun deebi’e Mootummaan Federaalaas Kibxata darbe... Read more »

Raayyaan Ittisaa Sudaan taayitaa biyyattii bulchuu qabate

Raayyaan Ittisa Biyyaa Su­daan Pirezdaanti Omar Hasan Albashir to’annaa jala oolchuun taayitaa biyyattii bulchuu qabate. Omaar Hasan Albashir wag­gootii 30f biyyattii kan bulchan yammuu ta’u, har’a raayyaa it­tisa biyyattiitiin taayitaarraa kaafamaniiru. Raayyaan... Read more »

Duulli qulqullinaa iftaan adeemsifama

TOI: Duulli qulqullinaa ilaalcha gaarii barsiisuuf ga­ragaaru naannolee biyyattii hundatti akka adeemsifamu ministirri muummeen ibsan. Doktar Abiyyi kana kan dubbatan kaleessa Kibxata galgala atileetota dorgommii qaxxaamura biyyaa addun­yaa 43fa irratti hirmaatanii mo’ataniif... Read more »

Jiraattota wallagga Bahaa wajjin mariin geggeeffame

Ministirri Muum­mee Doktar Abi­yyi Ahmadiifi p i r e z i d a a n t i i n mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Lammaa Magarsaa bakka buutota Godina Wallagga Bahaa wajjin Magaalaa... Read more »

Koloneel Rijaaluu Marabbaa: Umuriidhaan jaarsa, qaamaan ga’eessa

Koloneel Rijaaluun bara 1903 abbaasaanii Obbo Marabbaa Diimaafi haadhasaanii Aadde Jimmittii Abbaa Qoyyaas Abbaa Kimbilaarraa Godina Jimmaa, Aanaa Gumaayitti kan dhalatan yoo ta’u, amma maanguddoo waggaa 108ti. Koloneel Rijaaluun Gaafdeebii tibbana Jimmatti... Read more »

Warshaa Simintoo Daangotee sochii dinagdee keessatti

Warshaan Simiintoo Daangotee ALA bara 2015 Bulchiinsa Mootummaa naannoo Oromiyaa, Godina Shawaa Lixaa Aanaa Ada’aa Bargaa, Ganda qonnaan bulaa Ulaa goraa naannoo magaalaa Mogor argamuutti lafa heektaara 137 irratti hojiisaa eegale. Finfinneerraa... Read more »

Barattootni Oromoo 2500 gara Yunvarsitii Jigjigaatti deebi’aniiru

– Waliigalaan barattootni Oromoo 4000 ta’an yunivarsiitichatti argamu Jigjigaa: Rakkoo nageenyaa ummattoota obbolaa, Somaal­eefi Oromoo gidduutt uumamee tureen inni tokko isa biraa of keessaa ari’uu bira darbee, sa­darkaa barattootni naannoo tok­koo hanga... Read more »

Tarkaanfiin ijaarsa seeraan alaarratti fudhatamu kan ittifufu ta’uun ibsame

Finfinnee: Ijaarsi seeraan alaa rakkoo ijoo magaalotaa waan ta’eef tarkaanfiin itti­fufiinsa qabu kan fudhatamu ta’uu Ministeerri Misooma Magaalaafi Konistiraakshinii beeksise. Ministirri ministeerichaa Obbo Jaanxiraar Abbaay ibsa Kibxata darbe gaazex­eessitootaaf kennaniin akka jedhanitti,... Read more »