Seenaa atileetiksii fiigicha dheeraa keessatti atileetonni keenya injifachuutti dabalee riikardiiwwan addunyaa heddu harkatti galfachuun kan qixxaatuun hinjiru. Atileetota haala kanaan injifannoo danuu gonfachuun beekaman keessaa tokko atileet, Komaandar akkasumas investar Maarqoos Gannatii... Read more »
Finfinnee:Gareen Olompikii dubartoota Itoophiyaa Luusiiwwan walmorkii gulaala deebii Sanbata darbe magaalaa guddoo Ugaandaa, Kaampaalaatti adeemsifatetti garee dubartoota Ugaandaa 1-0n mo’achuun tapha ittaanuf darbe. Walmorkii gulaalaa dubartoonni umrii 23 gadii irratti hirmaataan kanatti... Read more »
Atileet Fayyisaa Leellisaa beekamtii argate Finfinnee: Jila atileetiksii Itoophiyaa dorgommii qaxxaamura biyyoolessaa addunyaa 43fa Denmaarki, Magaalaa Arihusitti torban tokko dura adeemsifametti meedaaliyaawwan 11 hammaarratee addunyaarraa 1fa bahuun deebi’e Mootummaan Federaalaas Kibxata darbe... Read more »
Raayyaan Ittisa Biyyaa Sudaan Pirezdaanti Omar Hasan Albashir to’annaa jala oolchuun taayitaa biyyattii bulchuu qabate. Omaar Hasan Albashir waggootii 30f biyyattii kan bulchan yammuu ta’u, har’a raayyaa ittisa biyyattiitiin taayitaarraa kaafamaniiru. Raayyaan... Read more »
Koloneel Rijaaluun bara 1903 abbaasaanii Obbo Marabbaa Diimaafi haadhasaanii Aadde Jimmittii Abbaa Qoyyaas Abbaa Kimbilaarraa Godina Jimmaa, Aanaa Gumaayitti kan dhalatan yoo ta’u, amma maanguddoo waggaa 108ti. Koloneel Rijaaluun Gaafdeebii tibbana Jimmatti... Read more »
Warshaan Simiintoo Daangotee ALA bara 2015 Bulchiinsa Mootummaa naannoo Oromiyaa, Godina Shawaa Lixaa Aanaa Ada’aa Bargaa, Ganda qonnaan bulaa Ulaa goraa naannoo magaalaa Mogor argamuutti lafa heektaara 137 irratti hojiisaa eegale. Finfinneerraa... Read more »