Dargaggoota gaafa xiiqii lubbuusaanii hinwaakkanne qabna

Tashoomaa Qadiidaatiin Uumamaan namni tuqama fedhu hin jiru. Akkuma kana ammoo kan mirga namaatti darbus ni jira. Ummata Itoophiyaa ummati tuqama hinfeene. Garu ammoo mirga isa birooti hincee’ne ta’uusaatiin seenaa keessatti kan... Read more »

Moggaasa maqaafi saayinsii moggaasa maqaa qo’atu

Dachaasaa Roorrootiin Mee ganni akkami? Jidduu kana waan cime fakkaata. Finfinnee teenya gaarren Inxooxxoo, Ekkaa, Furiifi Hococarraan hurrii itti mareera. ‘Hococarraan duumessaa’ee fooliin gootaa urgaa’ee’ jedhu yoo sirban. Duumessa waliin qorrisaa garmalee... Read more »

Seenaa dhugaa barreessuu haa aadeffannu

Waasihun Takileetiin Ummanni Oromoo kabajamuu walabummaa Itoophiyaaf aarsaa qaalii dhangala’uu dhiigaa cabuu lafeefi hanga wareegama lubbuutti kaffaluun biyya har’a abbaan fedheefi kara deemaan natu ijaare jedhu kana asiin gaheera. Mootonni biyyattii hogganaa... Read more »

Waan waloodhaann jalqaban waloodhumaan xumuruu

Akka dhahaa yeroo biyya keenyaatti seensa ji’a Waxabajjiirraa eegalee hanga jalqaba ji’a Fulbaanaatti tibba gannaati. Ji’oonnisadeen kunniin yeroo roobni itti danatuufi hojiiwwan misoomaa babal’aan ittiraawwatamaniidha. Yeroon kun qonnaan bulaa keenya biratti yeroo... Read more »

Duula Ashaaraa Magariisaa: Hojii dhalootaaf bu’aa qabu

 Ashaaraa magariisaa! Aranguwaadee Ashaaraa! ‘Ethiopian Green Legacy Initiative’! Sagantaan moggaasa maqaa “ashaaraa magariisa” jedhamu kun bara 2011 jalqabame. Waggaa sadaffaaf ittifufeera. Bara 2011: Manii biqiltuu biliyoona afur dhaabuu. Guyyaa tokkotti biqiltuu miliyoon... Read more »

Nageenyi dursa argachuu qaba

Taateewwanirratti taateen dabalamaa barri bajataa 2013 xumurameera. Mootumaan bajata bara 2014 raggaasisee bara ittaanuuf haala mijeesseera. Mootummaan haarofti dhufu bajata kana hojiirra oolcha.    Kanumaan walqabatee Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa Waxabajjii... Read more »

“Maal Mallisaa?”

Mataduree kana nan ergifadhe. Bakkan ergifadhee beektu. Moggaasa albamii  Artisti Haacaaluuti. Jildii.3fa ;  kan torbee kana eebbifame. Beekaarraa fi tujaararraa waa ergifatu. Haceen goota Oromooti. Abbaa xiiqiiti; xiiqii dhiira. Kanaaf wareegame. Inni... Read more »

Taateewwan Ji’a Waxabajjii

 Jiini tokko tokko taatewwaniin kan guutameedha. Wantooti ji’a sana keessatti raawwatan gariin  kan seenaa qofaaf galmaa’anii kuufamanii miti. Kan hanguma giingoon yeroo naann’e dhufu yaadatamaniifi qalbii namaatti dhufaniidha. Jiini Waxabajii anaaf amala... Read more »

Xoobbiyaafi Ijibtii: Hariiroo kaleessaafi har’aa

 Jidduu kana kitaaba tokkon dubbisaa ture. Kitaabni kun waa’ee walitti dhufeenya Xoobbiyaafi Ijiptiin waggoota dheeraaf qaban balballoomsa. Hariiroon biyyoota lamaanii kun kan tureedha.  Gaariis yaraas of keessaa qaba.  Kitaaba kana yeroo ammaa,... Read more »

Rakkoowwan keessootiif furmaata keessoo

Guyyaan filannoo dhihaateera. Asii ol osoo hinta’in achii gadi lakkaa’uun jalqabameera. Kan faranjoonni ‘count down’ jedhan sana.  Halaa kanaan har’arra dhaabbatamee yoo mil’atamu guyyaan hafte muraasa. Ji’a Caamsaa keessaa guyyoota guyyaa lama... Read more »