Irreechi Oromoo biratti seenaa bara dheeraa qaba. Umurii sirna gadaa qabaachuu ni mala jedhamee yaadama. Oromoon akkuma naannawasaatti malkaatti ba’ee irreeffatee, dhibaafatee kabaja; nyaatee dhugee, sirbee, shubbisee, garmaamee ayyaanefata. Sirni Irreechaa umurii... Read more »
Qaammeen (Inquxaaxaashinooyyeen) dabrtee Masqalli dhufeera. Qaammeen ayyaanaafi tapha dubaraati. Kan sidaamaa (Amaaraa) tiifi kan Oromoo jedhamtee adda baati gara Showaa Lixaa Ada’aa Bargaafi Meettaa Roobitti. Ishiin Fulbaana tokkoo kan Sidaamaati jedhu. Kan... Read more »
Bara haaraa. Miiraa haaraa, afuura haaraa, kaka’umsa haaraa… fedhii dhala namaati. Waan xiinsammuu namaa keessaa yeroo hunda jiruudha. Garuu akkuman kanaan dura jedhe waggaa qofa osoo hin taane guyyaan itti aanus haarawaadha.... Read more »
Lafti utubaashiirra marsitee alkaniifi guyyaan uumama. Guyyaan lakkaawamee torbaniifi ji’atti jijjirama. Jiini walirratti dabalamee waggaa ta’a. Guyyoota waggaa keessaa guyyaan bara haarawaa, akka keenyatti Fulbaanni 1, carra qabeessa; sirna ho’aadhan kabajama. Namni... Read more »
Waasihun Takileetiin “Shan daddaakaa shan dandeenyee akka waaqaaf har’a geenye” jedhee Weellisaa Keekiyyaa Badhaadhaa. Oromoon sirna hudhaa isatti ta’e kaan daakee kaanimmoo dandahee sirna Gadaasaatiin dhidhiibee waaltessee ijaarama Itoophiyaaf saba utubaa ta’eedha.... Read more »
Ragaa Koviid-19 yeroo yeroon nan ilaala. Ragaa biyya keessaatiif maddi koo gabaasa guyyaa guyyaan Ministeerri fayyaa gadi-lakkisuudha. Ragaa sadarkaa addunyaa kanan irraa hordofu weebsiaayitii <http//www:worldmeter.info> jedhurraayi. Lamaanuu odeeffannoo wayitaawaa qabu. Torbee kana... Read more »
Jechi lammii jedhu waan hedduu of keessatti hammata. Mirgaafi dirqama qaba. Lammiin akka lammummaasaatti dirqamarraa eegamu kan bahu; mirgoota uumaman badhaafameefi seeraan aragate kan tikfatuudha. Mirga qofa gaafachuun dirqama bahuu dhiisuun waan... Read more »
Haalli biyyi teenya yeroo ammaa keessa jirtu yeroo kamuurra yaachisaadha. Tarkaanfiin olaantummaa seeraa kabachiisuuf jedhamee jalqabame haala yaadameefi karoorfameen xumuramuu dadhabee osoo asiifi achi jedhuu ji’oonni saddeetii ol lakkaa’amaniiru. Wayyaaneen baduuf holqa... Read more »
Riippoortara gaazexichaatiin Murni shororkeessaa ABUT waggoota 27f biyya qorqaafi golgoleessaa ture wayita aangootti dhufu sana ABO dabalatee jaalleewwan isa waliin qabsaa’aa turan deeggartootasaa hedduu rasaasaan fixeera. Kaleessa Dargii kuffisuuf wajjin qabsaa’aa turanii... Read more »
Qalbiin namaa bakka tokko hinjiru, bakka adda addaatti facaeera. Bara kana, akka dhuunfattis ta’ee akka biyyaatti, wanti yaadan hedduudha. Yaadni namaa heddun kaaba jira, gartokkeen kibbaa, kuun baha, gariin lixa. Bakka hundaa... Read more »