Biqiltuuwwan Abiyyi

Torban lakkoofnee walitti deebineerra. Torba Maali? Tapha ijoollee isin yaadachiiseen gara dhimma kootti deebi’a.  Torban gabaa sanbataa, jahan jabbii qaraxaa, shanan quba harkaa, afran mucha saawwaa, sadeen sussummani, lamaan mucha re’ee, takkeen... Read more »

Cidha Biqiltuu Abbichuu

“Oxygen Per Capita” nama tokkoo kan waggaa tokkoo dhiheessuuf yoo xiqqaate muka torbaa hanga saddeetii nu barbaachisa! Biyyi tuni dubra…hintuqamne, akkuma harki Waaqaa uumaa ganamaatiin tolcheen jirti. Isa garaadhaa qabdu dhiisiitii kan... Read more »

Maaliif Komannaa?

Akkamiif attamitti jirtu. Ammaan booda addaan cituu barreeffama kiyyaatiif ibsaa hinkomadhu. Garuummoo tasa yoon addaan kuteefis sababa hindhabu. Silaa  dhaloota sababaan guutamne ta’aa jirra mitii? Waan hundaaf sababa guurra. Sanuu bar sababa... Read more »

Finfinneen kan Tufaa…

Finfinneen sammuu Oromoo keessatti chaappefamteetti. Kan beekus kan hinbeeknes Finfinnee leellisa. Oromoon Beeggii jiru kan Finfinnee telebijiiniin argee hinbeeknellee magaalattiin kan Oromoo ta’uushiirratti shakkii hinqabu. Kan qarqara Mooyyaalee jiruufi kan Cinaaksan jirus... Read more »

Siyaasa Jibbinsaa OROMOOtti Aggaamame

‘OROPHOBIA’ Ashamaa ilmaan biyyaa! “Jaalaluma aayyootuu waanii isaa wallaale” jette jedhan ilmoon jaldeessaa. “Ganama ganama garaa jalatti na baattee fixeensarra na harkifti; guyyaa guyyaa ammoo dugdatti na huddeellatte aduudhaan na waadditi jaalaluma... Read more »

Aannan Leencaa…

Akkamiif akkamitti jirtuun keenya akkuma ittuma fufetti jira. Egaa “ollaan akkam bultee beeka akka itti bulemmoo abbaatu beeka” jedha Oromoon. Kanumaafin akkamiif attamii kana irra daddarba. Torbanoota darban keessa dhimmoota adda addaa... Read more »

Karoora, baajataafi raawwii

Akkuma bara taree baranas muudannoon adda addaa biyyattii quunnamus baatiin Waxabajjii nagayaan xumurreera. Warra Gadaa Oromoo gufachiisuuf hawwaniifi yaalan yoomiyyuu Waaqayyo Guddaan hin milkeessin jechaa ummanni keenya  jijiirama wajjin fuulduratti deemaa jira. Mootummaanis... Read more »

Balaa dorgommii siyaasa olaantummaa

Taateen torbee darbe raawwate dhimma siyaasa biyya kanaarratti deddeebinee akka mari’annu nu dirqisiisa. Addunyaa maaltu walitti naqa? Biyya maaltu walitti buusa? Waraanni maaliif ka’a? Gama kanaan hayyoonni bulchiinsa walitti bu’iinsaa (conflict management)... Read more »

“Hiyyummaan fafa” jedha Oromoon

Dhaabni biyya keenya bulchu ADWUIn Dr Abiyyiin hogganamu kun erga gara aangootti dhufee keessumaa haaromsa akka biyyaattis tahe keessoo dhaabaatti jalqaba bara 1990taa taasiseen toora biyyattiin ittiin hogganamtu ifatti boceera. Kanaanis haala... Read more »

Amajaajii Waxabajjii

Bara 2010 Oromoon yeroo duraatiif aangoo biyyattii muummichatti ol bahe. Doktar Abiyyi Ahmad ministira muummee Itoophiyaa ta’uun filataman. Asirratti adeemsa waliigalaa kaasuuf osoo hintaane taateewwan biyyattiitti dhalataniifi abdii nurra darbee addunyaan biyya... Read more »