Tokkummaa yaa ilmaan Oromoo…

Mataduree kana weelluu artistii Oromoo beekamaa, Nuuhoo Goobanaarraa fudhadhe. Nuhoon artiistii goddaadha. Garuu hanga guddinasaa olka’ee hindubbatamneef. Seenaan bara baraa ni dubbataaf jedheen yaada. Sirboonnisaa walaloon, yadaloon akkasumas dhaamsa dabarsaniin mudaan tokkollee... Read more »

Akkam Oolte Yaa Maaramii

Jamaa! Akkam Nagumaa? Ganni kun akkam isinitti jira adaraa? Anoo dadhabeera isa dhugaa. Jiruun magaalaas nicima. Akka qe’ee warra keenyaa, kan baadiyyaa sana womti ilkaan jala buufatanii qabbana Hagayyaa kana jalaa itti... Read more »

Irreechaafi gabaa walitti firoomsuu

“Irreechi irree keenya jedhu Qeerroofi Qarreen;” abbaa Gadaafi haadha Siiqqeerraa dhaalanii olqabanii mul’isan. Barana garuu irree keenya qofa osoo hintaane hiree keenya ta’a. Sababiinsaas Mallattoo ilmaan Oromoo gosa malee, gandaafi amantii malee... Read more »

Xalayaa…

Akkamiifi attamitti jirtu. Torban gaarii dabarsinee akka walitti deebine nan abdadha. Jirtuu garuu? Ani nagaadha. Ani amma amma baalaadaraa kana nuffuurraa kan ka’e waanan godhu dhabaan jira. Yeruma hunda maayikii dhaabanii ‘maglacaa’... Read more »

Ashaaraa haaraa

Kutaa 2fa Kutaan jalqabaa barreeffama kanaa torban dabre dhiyaachuun ni yaadatama. Barreeffama torbanii barreessichi haala kamiin yaada mataduree kanaan barreessuu akkamitti akka argateefi dhimmoota biroo waldubbisiisuu eegallee irraa kan bulfanne. Kunootii. dubbisa... Read more »

Seermaleeyyii bataskaana da’eeffatan

Mataduree “Seermaleeyyii Bataskaana Da’eeffatan” jedhukana ta’e jedheen filadhe. Wanti dubbistoonni naa hubachuu qabdan ani amantii kamirraayyuu rakkoo kan hinqabneefi namni kamuu amantii fedhe yoo hordofe fedhiisaa kanin kabaju ta’uu kooti. Jecha “amantiin... Read more »

Imaanaa abbootii qabdii ijoollee

Akkamiif attamitti jirtu. Torban gaarii dabarsinee akka walitti deebine nan abdadha. Jirtuu garuu? Meeqa keessantu guyyaa ashaaraa ilaalchisee biqiltuu dhaabe? Biqiltuu dhaabuu jechuun bar akkuma ilmoo haaraa argachuu nama gammachiisaa. Bona darbe... Read more »

Ashaaraa Haaraa

Ashamaa ilmaan aayyaa…baga ofkaltan. Baga cidha Biqiltuu Abbichuurraa haftan. Misirroon keenya, Abbichuunis baga gammadde yaa ilma Abbaa Gadaa… “Gammannee gammadii Doktora Jaalalaa Abiyyii Ahmadii…” siin jedhe wellisaa Fandisheen. Dhugaadha! abbaa cidhaa caalaa... Read more »

Mootii Saahilasillaaseefi weerarama araddaa Oromoo

Dubbistootaa, maxxansa keenya torban lamaan darbaniitiin mataduree, “Seenaa Baballina Mootota Abisiniyaafi Oromoo” jedhuunwaa’ee babal’ina mootota Abisiniyaafi weerara lafa Oromoo taasifamaa turerratti xiyyeeffachuun kufaatii mootummaa Daamoot kan mootii Lammiin gaggeeffamaa tureefi mootummaan Agawuufi... Read more »

Reenfiyyuu gaaddisa barbaada

Akkamiifi attamitti jirtu? Torban gaarii dabarsinee akka walitti deebine nan abdadha. Jirtuu garuu? Jirra kunoo oduu hiraa… baalaadaraan bulaa….kkkk. “muu yaa haadhatoo jette!” Haati Dammaa gaafa aannan leencaa quuftu daandiirra teessee. Yaa... Read more »