“Bakka hinsehanneen bootti baati” jedha BAALE

-Baale ardaa jilaa Oromtichaati! achiin boohichi ba’e Ilmaan aayyaa akkam jirtan? Galatasaa ani fayyaadha. Bara baranaa kan amma haaraa jalqabne kana, 2012 Oromoodhaaf bara addaati jedhaan ture ammallee bara addaati. Waan addunyaa... Read more »

Birokraasii!

Akkamiifi attamitti jirtu? Jirtuu garuu? Sa’aa namni alaa manni, maatii waatiin isiniif nagumaa? Ani miskiinni keessan naagaa kooti. Maalin ta’a jettaniiti. Isinii naaf jiruu, anaa ofii kootiif jiruu, hunda caalaammoo Waaqa anaafi... Read more »

Yaadaan walmo’achuu: Siyaasa qaroominaafi ammayyaa’aa

Dhalli namaa eddii bara lakkaawuu jalqabee fagoodha.  Barkumee ykn miliniyeemii lama xumurree barkumee 3fa qabanneerra. Akka lakkoofsa Giriigooriyaaniitti eddii barkumee lama xumurree waggoonni 20 lakkaa’amaniiru. Akka dhaha Juuliyaaniittimmoo barkumee 3fan eddii xumuramee... Read more »

Diina otoo hintaane tokkummaa ofiirra ejjechuutu Oromoo cabse

Ashamaa! Nageenyi Badhaadhaa? Kudha afree dabre waa’ee ida’amuurratti yaada harcaatuu gama kootiin qabu isiniif qoodee jira. Isinitti toleetuma cal jettan malee otoo waanti jettan jiraatee silaa yoona hafuura keessan inuman dhagaha jedheen... Read more »

Birokraasii!

Akkamiifi attamitti jirtu. Jirtuu garuu? Sa’aa namni alaa manni, maatii waatiin isiniif nagumaa? Ani miskiinni keessan naagaa kooti. Maalin ta’a jettaniiti. Waa’een qaala’uu jireenyaa kan na balleessu isinitti fakkaatee? Torban ‘gaarii’ dabarsinee... Read more »

Jibba facaasanii nagaa hin funaanan

Oromoon waan hundaafuu jecha hindhabu. Cigoofi mammaaksi yaada bal’aa gabaabsee haala namaa galuun bareechee hima. Barsiisaan koo tokko yunivarsiitiitti “Mammaaksi Oromoo falaasama” jedhee kutaa keessatti nutti himaa ture. Kanaaf, mee anis mammaaksa... Read more »

Ida’amuun Idaa miti…

Kutaa 2fa Harka fuune, jirra jirtuu yaa lammii koo… Maatiin Bariisaa fayyaa keessanii? Maxxansa keenya Onkololeessa 8 bara 2012tiin waa’ee “Ida’amuu” kana isin taphsiisaa tureen haasaa koo isa hafe kutaa lammaffaatiin torbee... Read more »

Ida’amuun idaa miti

Ashamaa yaa biyyaa, jirtuu? Torbee darbe waa’ee Irreecha Hora Finfinneerratti barreeffama tokko isinii dhiheesseen ture. Barri 2012 kun Oromoo biratti silaafuu bara seenaqabeessa akka ta’e homaa walnama hingaafachiisu. Seenaawwan guguddaa laman arge... Read more »

Jaalatamaa Jibbuu!

Akkamiifi attamitti jirtu? Torban gaarii dabarsinee akka walitti deebine nan abdadha. Jirtuu garuu? Sa’aa namni alaa manni, maatii waatiin isiniif nagumaa? Ani miskiinni keessan nagaa kooti. Maalin ta’a jettaniiti. Waa’een qaala’uu jireenyaa... Read more »

Irreecha baranaa maaltu adda taasisa?

Siyaasni biyya kanaa bokokee; dhiitahee dhoohuu! Dhohuu! jedhullee Oromoon ayyaana irreecha Hora Finfinneefi Hora Harsadii nagayaan kabajatee xumureera. Galanni Waaqa Gurraacha haa ga’u. Ameen!   Irreechi baranaa iddoowwan lamaanittuu kabajame kan yeroo... Read more »