Abbaa Jifaar Sadaffaa

Ashamaa harka fuune warra Bariisaa. Nageenyi Badhaadhaa? Har’a seenaa tokkon isinii qooda. Seenaa Oromoo Kibba Lixaa, seenaa Oromoo Jimmaa. Isa keessaa ammoo waa’ee mootii Abbaa Jifaar. Abbaan Jifaar Seenaan lamuma qofa ibsa:... Read more »

Kiristaanaafi Islaama: Amantiilee bara dheeraaf nagaan waliin jiraatan

Torbee darbe oduun tokko mataduree miidiyaalee qabatee ture, miidiyaalee idileefi hawaasaa. Goojjaam Bahaa naannawa Mooxaa jedhamutti masjiidni gubate kan jedhu ture oduun kun. Eenyutu gube? Akkamitti gubate? Sababa maaliif gubate? kan jedhu... Read more »

Aktivistoota keenya

Ashamaa yaa warra badhaadhinaa, Nageenyi badhaadhaa! Baara Fayyaa? Daadoo! Kanan armaan olitti kaase akkaataa nagaa walgaaffii Oromoo Booranaafi Gujiiti. Hayyuun gita hinqabuu anaa miti kan jedhe. ‘Karl Marx’ gaafadhaa. Gaafa itti tole... Read more »

Balaa Finfinneefi aanaalee naannawa Finfinnee fuuldura dhaabbate

Finfinneen Oromoodhaaf hiika guddaa akka qabdu irra deddeebiin himamaa kan tureefi jiruudha. Hiikni Finfinneen Oromoof qabdu inni guddichi hiika xinqalbiiti. Maaliif jedhaa? Kan Finfinneen waan fakkaattu argee hinbeekne Beegii teessee Oromummaa Finfinneetiif... Read more »

Yaa’ii yaadmalee jaarolii Maqalee

Magaalaan Maqalee torbee tare konfiransii tokko keessummeessaa turte; konfiransii jaaroleefi kan isaan fakkaatanii.  Konfiransiin kun ajandaa guddaa ta’uu baatus hanga tokko qalbii namaa harkiseere. Miidiyaaleen idilees ta’e kan hawaasaa yaada tokko tokko... Read more »

Nageenni Badhaadhaa?

Ashamaa, akkam jirtu? “Nageennii badhaadhaa?” jedha Booranni hoggaa nagaa wal-gaafatu. Nageenyi bu’uura waan hundaati. Siyaasi biyya keenyaa miillaafi mataansaa hamma wallaalchisutti raafama. Waraana qawwee miti raafama kana uumaa kan jiru. Akka bara... Read more »

Siyaasa jibbaa biyya gaaga’aa jiru

Bara kana wanti hunduu bubbeerra gulufa. Oduu haaraa dhagahuuf akka dur sa’aatii oduu raadiyoo eeguu hinbarbaachisu. Taatee ammee arguuf sa’aatii oduu TV jala taa’uun dirqama miti. Teknolojiif galanni haa dhaqqabuu oduu harkatti... Read more »

Shira fashaleessuun tokkummaa ummataa jabeessuu gaafata

Ummanni Oromoo saba guddaadha. Guddinnisaa Xoobbiyaatti kan daangeffamee miti;  akka addunyaatti yoon jedhu ragaadhaani. Ummata Xoobbiyaa amma gara miliyoona 112 tti tilmaamamu (Tilmaama Baankii Addunyaati) keessaa %35-40 akka ta’u ragaaleen dhugaa bahu.... Read more »

Maakiyaatoo

Akkamiif attamitti jirtu. Jirtuu garuu? Sa’aa namni alaa manni, maatii waatiin isiniif nagumaa? Ani miskiinni keessan naagaa kooti. Maalin ta’a jettaniiti. Isin naaf jirtuu, anaa ofii kootiif jiruu, hunda caalaammoo Waaqa anaaf... Read more »

Federaalizimii sabaa, federaalizimii dhugaa

Barreeffamoonni hedduun akka ibsanitti sirni mootummaa (‘mode of government’) heddutu addunyaa kanarratti hojiirra jira. Sirnoonni kunniin moonaarkii, aristookraasii, oliigaarkii, dimookraasii, oteeriteeriyaan, tootaliteeriyaaniifi kkf jedhamanii eeramu. Haalli maqaaleen kunniin ittin moggaafaman akkaataa aangoo... Read more »