Labsiin ittisa haasawa jibbaa- Barbaachisummaa, sodaafi shakkii haasoftootaa

Paarlaamaan walgahii hatattamaaf waamame odeeffannoo jedhu gaafan dhagahu naasutu natti gale; biyya kanatti wanti nama naasisu hedduu waan ta’eef. Garuu gaafa wiixinee labsiiwwaniirratti  mari’atee raggaasisuuf akka waamame odeeffannoo argadhu qalbiin gartokkeen natti... Read more »

Afaan Qawwee Cuqqaaluu: Abjuu mootummoota Afrikaa

Jidduu kana keessummoonni guguddoon nurra turan. Kan walitti qabaman irra caala biyyoota Afrikaarraayi. Durta’aa Mootummota Gamtoomanii, Antooniyoo Guutereeziifi Ministira Muummee Kanadaa, Jastiin Turuudoo dabalatee keessummoonni addunyaa kora hoggantoota Afrikaa 33fa kanarratti argaman... Read more »

Hojii dhabummaa: Sodaa biyya keenyaa

Akka carraa ta’ee magaalota biyya kanaa hedduun beeka. Kan Oromiyaammoo takka lama jedhee hanga aanaatti danuusaanii nan lakkaa’a. Magaalonni kunniin magaalummaarra kaampii baqannaa fakkaatu; kan dargaggeessiifi shamarran hojii dhabdoonni baadiyyaarraa itti baqatan.... Read more »

Gochoota firaafi farra dimokraasii

“JIRTUU!?” Jechi kun seensa dubbii ta’eera; jabana kana. “Ijoolleen Oromoo jirtuu!?” jedhee kan diinatti geerare Haacaaluu Hundeessaati. “Qeerroo jirtuu!?” kan jedhu abbaa qeerrooti. Amma abbaan waltajjiis yoo dhaggeeffataan irratti muge “jirtuu!?” jedhe... Read more »

Amantii, Alaabaa, Siyaasaafi Ayyaana Cuuphaa Baranaa

Torban kana ayyaana guddaa tokko kabajnee dabarsineerra; ayyaana cuuphaa. Ayyaani kun qeenxeedhaan kan hordoftoota amantii kiristaana Ortoodooksiti. Akka waloottimmoo kan sabaafi sablammii biyya keenyaati.  Sababiinsaas akka lammii biyya tokkotti wanti waliin qoodannu... Read more »

Abbaa Jifaar Sadaffaa

(Kutaa Xumuraa) Ashamaa akkam jirtu maatii Bariisaa? Nageenyi Badhaadhaa! Egaa kutaalee lamaan dabran keessa waa’ee seenaa Oromoota Maccaa kanneen Gibeen gamaa waa xinnoo isiniif qoodeera jedheen yaada. Keessumaa walakkeessa jaarraa kudha saglaffaa... Read more »

Gaaffii ummataa dafee deebii barbaadu

Faranjoonni wanti tokko gaafatamee deebiinsaa yoo ture; ”Justice delayed is justice denied” jedhu. Haqni bubbulte haqa didamte jechuudha. Kuni gaaffii ummata Oromootiif kan hojjatuudha. Ummanni kun gaaffii hedduu qaba. Tokkoffaan gaaffii daangaati.... Read more »

Taaksii Eksaayizii: Maalummaa, faayidaafi miidhaa

Torbaniin deebinee walagarreera. Baga ayyaana guyyaa Dhaloota Gooftaa Yesuus (Oromoon ayyaana Qillee jedha) geessanii, oofkaltan; waarra amantiin kun isin ilaallatu. Gabaan maaliin oolee darbe? Ayyaanni dansaa? Nageenya badhaadhaa? Booranni-Gujiin, Macci-Tuulamni nagaadhaa? Sikko-Mandoo-... Read more »

Abbaa Jifaar Sadaffaa

Kutaa2fa Ashamaa harka fuune warra Bariisaa. Jirtuu? Nageenyi Badhaadhaa? “Nooruu, Hinteenya” jedhu warri soddaa yemmuu nagaa nama gaafatan, Warri Jimmaa. Anis cinaadhaan sanyii mootii ta’uu koo achumaanis naaf beekaa. Qe’ee Abbaa Jifaaritti... Read more »

Filannoofi qophii, sodaafi abdii

Har’a mata dureen koo filannoodha. Filannoon waggaa shaniin marsee deebi’u akka heera biyya keenyaatti barana gaggeeffama. Boordiin filannoo hagam filannoo kana gaggeessuuf qophaa’e?  Jaarmiyaaleen siyaasaa filannoo kanaaf qophiidhaa? Nuti hoo? Filattoonni jechuu... Read more »