Ashamaa Barri nagaya, bariin nagaya, Bariisaan nagaya. Ani hardha haala haaraadhaanin isin wajjin walbaruu barbaada. Duraan dursee ani Oromoodha. Ittaansee Musliima. Kana jechuun sabaan Oromoo yoon ta’u, amantiin ani hordofu ammoo Islaama.... Read more »
Torbeen kun waan haaraa tokko tokko nu dhageessiseera. Inni tokko Ministirri Muummee Mootummaa Federaalawaa Rippublika Xoobbiyaa, Doktar Abiyyi Ahmad mana maree bakka bu’ootaatti argamuudhaan gaaffii bakka bu’oonni ummataa kaasaniif deebii kennuusaaniiti. Inni... Read more »
Ashamaa! Jirra jirtuu warri Bariisaa? Hardhaafis waanan taajjabe guduunfadhee dhufeeraa as siqaa. Egaa gabaan taajjabbii gidduu kanaa wantonni hundi gatiinsaanii garmalee olka’ee jira. Waanuma beektan deebisee isinitti hima silaafuu. Gabaan siyaasaa,... Read more »
Maalummaa afoolaa yunivarsiitittan dhagahee; baradhe. Amma afoolli maali? jedhee gara hiikasaatti hin seenu. Seenus keessaa bahuun rakkoo waan ta’eefi. Garuu gosawwan afoolaa keessaa mammaaksa ilaalchisee yeroo hunda yaada tokkotu sammuutti na dhufa;... Read more »
Ashamaa harka fuune? Akkam jirtu warri Bariisaa? Ani galata Waaqayyoo nagaan qaba. Egaa lafa biyyi guutuun golfaadhaan qabamee dhibamaa jirutti hinjedhama malee Nagaa maaliitu jira gaa yaa jamaa, Waaqayyo dhibee ijaa gurra,... Read more »
Yeroonsaa fagaatee deemeera. Bara Mootii Hayilasillaasee sireerraa buusuuf qabsoofi fincilli karaawwan hunda ittifufe sana; baroota 1960 keessa. Gaaffii guddaan siyaasaa yeroo sanaa dhimma abbummaa lafaati. Gaaffii kana adda durummaan kan balballoomsaa turan... Read more »
Guyyaa torba lakkoofnee walitti deebineerra. Nageenyi badhaadhaa? akkan isiniin hinjenne koronaan nagayaa nu dhorkaa jira. Osuma siquu galaana ce’ee, tulluurraan qaari’ee qe’ee nu ga’eera. Sodaas nutti naqeera; akka waliin hin nyaanne, akka... Read more »
Ji’a Guraandhalaa yoo maqaa dhahan kan dura sagalee ol-kaasee owwaatu Guyyaa Injifannoo Adwaati. Guraandhalli 23 bara 1888. Kuni dhugaadhuma. Haata’u malee ji’a kana keessa seenaan biroos galmaa’uusaanii isin yaadachiisee ijoo dubbii kootii... Read more »
Yunvarsiitiin Jimmaa akka yunvarsiitiitti erga hundaa’e waggaa 20 lakkoofsiseera. Akka yunvarsiitiitti utuu hinhundaa’in dura Koollejjii Qonnaafi Koollejjii Saayinsii Fayyaa ta’ee hojjechaa ture. Yunvarsiitiichi bara 2025tti yunvarsiitiiwwan sadarkaa Afrikaa sadarkaa duraarratti argaman faana... Read more »
Baayyellee yoon of jajuu baadhe kitaaba seenaa dubbisuu nan jaaladha. Kitaabni “Gizatina Gizot” kan Olaanaa Zogaa qubee saabaatiin barraa’e al-tokko osoo hinta’in irra deddeebi’ee dubbiseera. Kitaabni kun Waldaa Walgargaarsaafi Misoomaa Maccaafi Tuulamaa... Read more »