Torbee kana mil’uu koo gara qabeenya uumamaattin deebise; gara kunuunsa bosonaafi lubuqabeeyyii bosona keessa jiraatanitti. Maaliif jettanii akka na hingaafanne nan abdadha. Walumaan dhagahaa waan turreef. Akkuma miidiyaadhaan dhagahaafi ilalaa turretti,... Read more »
Kibxata tare paarlaamaan biyya kanaa, kan yeroosaa xumuruuf ji’oonni muraasti qofti isa hafe, walgahee ture. Ministirri muummichaa Doktar Abiyyi Ahimad walgahii kanarratti dhihaatanii gaaffii dhihaataniif deebii kennaniiru. Hawaasnis gaaffilee ka’aniifi deebii kenname... Read more »
Guyyaan guyyaarratti dabalamee torban ta’a; torban ji’atti nama ceesisa, jiinimmo waggaadhaan nama gaha. Wanti hunduu haala kanaan lakkaawameeti kaleessi dheengadda, har’I kaleessa, boru har’a, iftaan boru ta’aa deema. Jiruufi jireenyi uumamaa yeroo... Read more »
‘March-8’ guyyaa dubartootaati; Guyyaa Dubartoota Addunyaa. Akka lakkoofsa baraa biyya keenyaatti Guraandhala 29 oola. Guyyaan kun eddii kabajamuu ykn yaadatamuu eaagalee bubbuleera. Seenaa waggoota dheeraa qaba. Akka addunyaatti barana si’a 109faf kabajame.... Read more »
Guraandhala 23 ilaalchisee wanti hinhaalamne ni jira. Dirree waraanaarratti waraanni ummata gurraachaa waraana ummata adii Awurooppaa mo’ateera. Waraanni ummataa kan Xoobbiyaa waraana Xaaliyaanii hinjifateera. Waranni ogummaa hinqabne kan ummataan socho’u waraana ammayyaa... Read more »
Dachaasaa Roorrootiin Oromummaa jechuun sabboonummaa Oromoo jechuun ala hiika biraa ni qaba jedhee hin yaadu. Sabboonummaa jechuunammoo hiiknisaa akkuma abbaan ilaaletti. Sababiinsaa sabboonummaan gosa addaddaa addunyaa kanarratti mul’atee waan jiruuf. Akkuma waliigalaatti... Read more »
Dachaasaa Roorrootiin Itoophiyaan biyyoota ollaa jaha qabdi. Isaanis Somaalee, Jibutii, Eertiraa, Suudaan, Suudaan Kibbaafi Keeniyaadha. Biyyoonni kunniin, Itoophiyaafi Yugaandaa dabalaa biyyoota gaanfa Afriikaa jedhamuun beekamu. Waldaa “IGAD’ jedhamu, kan teessoonsaa Jibutii ta’e,... Read more »
Maqaan Odaa jedhuufi fakkiin Odaa oromiyaa keessatti akkasuma Oromoo biratti bal’inaan dhagahama; mul’atas. Maaliif Oromoon Odaaf iddoo addaa qaba jedhanii namonni gaafatanillee ni jiru. Kuunimoo Odaa akkuma salphaatti akka mukaatti fudhatu. Odaan... Read more »
Magaalaan Finfinnee magaalaa guddittii biyya keenyaati. Magaalaa guddittii biyya keenyaa qofa osoo hintaane kan Afirikaatis. Teessoo waajjiraalee addunyaa kan akka Komishina Dinagdee Afriikaa (ECA)ti. Kanaaf, maqaan magaalaan tun addunyaarratti qabdu guddinashii caala.... Read more »
Dachaasaa Roorroo Bilbila tokkotu naa bilbilame; torbeedhuma kana keessaa. Namuman itti dhihaadhurraa naa bilbilame. Akkuma duriiti jedheen nagaa gaafadhe qoosaa wayii irra buuse. Dhimma addaatiif na barbaade jedhees hin yaadne. Eddii xiqqoo... Read more »