Yeroo tokko pirezidentiin Zimbaabuwee Rooberti Mugaabeen qoqqobbii biyya Awuroophaa ilaalchisanii haasawaa taasisan keessatti “Biyyoottan Awuuroophaa akka biyya isaanii hinseenne yoo qoqqobbii nurra kaa’an maaltu nu dhibe. Nuti lammiilee Awuroophaa miti” jedhan. Biyya... Read more »
Torbee kana taatee tokkotu ture. Camsaa 20 jechuu koo mit. Isa barri irra darbeera. Wanti hundu yeroofi bara qaba. Ani ayyaana akka Fulbaana 2 isa bara dargii miidhagina qabu argee hin beeku.... Read more »
Har’a xiyyeeffannaan koo magaalaa Finfinnee ilaallata. Finfinneen kan eenyuti jedhee isin hin gaafadhu. Isinuu waan beektaniif. Garuu Finfinneen maal qabdi? Maal dhabde jedhee of gaafadheera. Wantoota tokko tokkos ilaaluufis yaaleera. Wal haa... Read more »
Ayyaanni Iid-Alfaxir kan bara hijiraa 1442n dheengadda kabajameera. Akkuma addunyaa biraa hawaasni musliimaa biyya keenya keessa jiranis ayyaana kana sirna ho’aadhaan kabajataniiru. Hordoftoonni amantii biroos hawaasa musliimaatiin “baga ittiin isin gahe” jechuudhaan... Read more »
Warri keenya haala jiruufi jireenyasanii jecha ofiitiin ibsatu. Yoo gabaa bahanii wanti bitan gatiin garmalee dabale“jireenyi qaala’e” jedhu. “Jireenyi miyaa’ee” ykn “minyaa’e” kan jedhanis hiiknisaa garaagarummaa waan qabaatu miti; garaagarummaa cabaqaa ykn... Read more »
Haalota walmakoo keessatti cidha gaggeeffamuudhaaf guyyaan itti qabamee qophiin itti xumurame keessatti, hamaammootni cidhichaaf qophaa’aa osoo jiru tasa warrootni seeraa yaada adda addaa calaqqisiisuu eegalanii hamaamotatti bitaa galchani. Ciini immoo jarri wal... Read more »
Ji’oota lamaan darban ummanni Kiristaanaa hordoftoota amantii Ortodoksii sooma isa guddaa jedhamu keessa ture; sooma Faasikaa. Hordoftoonni amantaa Ortoodoksii guyyoota Roobiifi Jimaataan alatti yeroo amantii guyyoota dheeraa soomaan dabarsan qabu. Isaan keessaa... Read more »
Dachaasaa Roorrootiin Rakkoon biyya kanaa manuma iyyeessaa ta’eera. Boroodhaan yoo cufan golaan saaqama. Fuulduraan yoo cuqqaalan duubaan banama. Yoo gara tokkoon ajjeeran karaa biraatiin dhim’isa. Osoo asiinis achiinis suphanuu booda jigdi. Suphaan... Read more »
Filannoon dirree falmiiti, dirree falmii karaa nagayaa. Dirree kanarratti jaarmiyaaleen siyaasaa yaadaafi imaammata biyya ittiin bulchan qabatanii irratti walfalmu. Falmiin kun jiraachuuf ulaagaaleen barbaachisan ni jiru. Dimokiraasii, dirree dorgommii mijataa, bilisummaa qaama... Read more »
Ijaarsa biyya tokkoo keessatti hawaasniifi lammii hundi gahee qixa hin qaban. Kuun daandii tolchee irra nama qajeelcha. Kuun daandii tole sanarra deema. Daandiin kun tokko qofaa mitii. Gariin daandiinsaanii gargar ta’us galmisaanii... Read more »