Finfinneetti manneen barnootaa mootummaa 113 keessatti barnootni Afaan Oromootiin ni kennama

-Galmeessi barattootaa kuma 32fi 970rra gaheera Finfinnee: Kutaalee Magaalaa Finfinnee hunduma keessatti manneen barnootaa mootummaa 488 ta’an keessaa 113 keessatti  barnootni Afaan Oromootiin kan kennamu ta’uusaa Biiroon Barnoota Magaalaa Finfinnee beeksise. Hogganaa... Read more »

“Bifa saayinsawaa ta’een leenjifamuu baannaan qabxiin gad bu’uu hinhafu” -Suppar Intandanti Huseen Shaboo

Olompikii Siidiinii ALA bara 2000 yeroo 27ffaaf adeemsifame irraa kaasee leenjisummaadhaan  olompikoota  shanirratti hirmaateera.Olompikoota Landaniifi  Riyootti leenjisaa garee Atileetiksii Itoophiyaa ta’uunis durseera. Olompikootaa alatti garee biyyaaleessaa dursuun meedaaliyaawwan 365 ol akka argaman... Read more »

Magaalotni kontirobaandiin hundeeffaman madda jeequmsaa ta’aa jiru

Samaraa: Namni gara lafa dhalootaa, akkoosaa Affaaritti imalu takkaa gaafa  dhaqu  ta’uu baannaan ,immoo gaafa galu waan tokko sammuusaatti qabachuunsaa  waan hinoolle. Daandii sanarratti magaalotni sadii immoo magaalota iddoo biroorraa amala addaatiin... Read more »

Gabaa tasgabbeessuuf hojjetamus daballiin gatii hordoffii dhabaa jira

Gabaa tasgabbeessuuf bakki gurgurtaa omishaalee kan qophaahe ta’us hordoffiin daballii gatii tasgabbeesuuf taasifamu laafaa ta’uu Dhaabbanni Gabaa Omisha Qonnaa Oromiyaa beeksise. Hoogganaan dhaabbatichaa, Obbo Hayiluu Dajanee ibsa dheengadda Gaazexaa Bariisaatiif addatti gabaa... Read more »

Finfinnee: Magaalaa heddummina sabootaan miidhagde

Iddoowwan har’a magaalaan Finfinnee daran babal’attee irratti argamtu buufata siyaas-dinagdee gosoota Oromoo Eekkaa, Gullalleefi Galaan ta’uu galmeewwan seenaarraa hubachuun ni danda’ama. Walakkeessa jaarraa 18farraa kaasee garuu Oromoon lafa margaafi qonnaa isaarraa dirqamaan... Read more »