Sakatta’a seenaa Oromoo

Kutaa 8faafi isa xumuraa Hojiin guddaan seenaafi madda Oromoon walqabatee hojjatame qorannaa ‘Eike Haberlandiin bara 1963’ keessa maxxanfame ximmadda (Theory) seenaa Oromoofi afaansaarratti armaan dura ture kan jijjiiruu danda’eedha. Hanga baroota 1974tti... Read more »

Seenaa Oromoofi hubannoo dhalootaf ta’u

Kutaa 1fa Ummanniifi sabni tokko dhuunfaadhaanis ta’e gamtoominaan hanga tokko eessa akka jiraate dhalootaaf ibsuuf seenaasaa beekuun murteessaadha. Kunis beekumsi dhalootaafi yeroo darbee bareeffamaanis ta’e mammaaksaan  (knowledge of the past) yoo jiraateedha. ... Read more »

Sakatta’a seenaa Oromoo

Kutaa 7fa Seenaafi guddina barreeffama Afaan Oromoo Qorannoo seenaafi afaan ummatoota Itoophiyaa keessaa kan dursee qoratamuu eegale afaan Gi’iizii ta’uun beekamaadha. Kunis amantiidhaan walqabatee wiirtuuwwan amantii akka Iyyeruusaalem, Roomaafi Alaksandariyaa keessatti qofa... Read more »

Sakatta’a seenaa Oromoo

Kutaa 7fa Bara duula guddaa Ahmad Giraanyi sana ajajaan waraana Dawwaaroo gara mootichaa ture, Faanu’eel Tulluu mo’amee erga achii ka’ee booda namniDawwaaroo bulchaa ture Oromticha Daaglaa jedhamuudha. Namichi kun booda ajajjaa waraanaa... Read more »

Sakatta’a Seenaa Oromoo

Kutaa 6fa 6. Moototaafi Aanga’oota Oromoo Bara Jiddugalaa Yeroo baay’ee seenaan mootota Itoophiyaa yoo ka’u, kutaalee kaaba Itoophiyaa keessaa ka’uun namoota biyya bulchaa turan qofarratti akka xiyyeefatamaa ture ni beekama. Kunis mootota... Read more »

Sakatta’a seenaa Oromoo

Kutaa 5fa Seenaa ardoota siyaasaa, daldalaafi amantii dur durii kan akka naannawa Malkaa Abbayyaa  kanneen akka Suuba, Saaba, Nappaata,  Marawweefi boodas Aksum magaalota saboota Kuushiin baroota adda addaa keessa, duraa duubaan hundeeffamaniidha.... Read more »

Sakatta’a seenaa Oromoo

Kutaa 4fa Bifuma kanaan walitti dhufeenyaafi walfakkii ummata Oromoofi Saboota damee Kuushirraa maddan saayinsii xinqooqaafi sanyaba (linguistics and Antroograpological evedens) fudhachuu ykn irratti hunda’anii qorachuun dhugaan kun akka ifa ta’e godhameera. Ragaaleen... Read more »

Sakatta’a seenaa Oromoo

Kutaa 3fa 2. Oromoo akka damee Saba Kuushitti Akka Barreessaa ‘Christopher Ehret’ jedhutti sabni Kuush durumaa qabee lafa baddaafi badda daree akkasumas gammoojjiwwan Itoophiyaa keessaafi naannawa qubatee jiraachaa kan ture  ta’usaa ifa... Read more »

Sakatta’a seenaa Oromoo

Kutaa 2fa Hayyoota falmiirra turan keessa kan akka “Paulitischke’ Alaqaa Taayyee, Alaqaa Atsimee, I.M.Lewis, H.Lewis, Cerulli, Haberland I.K.,  Baraukamper, Gaetaachoo Hayilee, Alam Isheteefi kan kana fakkaatan eeruun ni danda’ama. Namoota Oromoon alaa... Read more »

Sakatta’a seenaa Oromoo

Kutaa 1fa Sabni Oromoo ummatoota Itoophiyaa keessatti argaman keessa isa tokko. Ummanni kun saboota seenaansaanii otoo hinbarreeffamiin hanga yeroo dhiyootti turan keessaa isa tokko yoo ta’u, seenaa barreeffama dhabuusaa qofa miti. Kanumti... Read more »