Kutaa 11fa Araddaa Shawaa jedhamuuf qubsuma Oromoo Mootummaan Sulxaanota Shawaa bara 896/7 keessa hunddeeffamee hanga bara 1270 woggoota 400 caaluuf turuunsaa ni yaadatama. Dhugaan kun garuu dhokatee akka turu ta’era. Bara mootummaa... Read more »
Ragaan biroo Afaan Oromoo wajjin hariiroo qabus bara amantiin Islaamaa tamsa’e jalqabame, miiltonni Mahammad Abdallaafi (Nabiyyicha) intallisaa qureeshota biyya isaaniitiin ari’amanii biyya Habashaatti ergamanii mooticha Habashaa Nagaasii (Ahmad al Nagaash) yeroo dubbisan... Read more »
Kutaa 9fa Atsimeen uumeen Walaabuu baate kan jedhamu seera Gadaa akka ta’e hubachuu hindandeenye. Sababni isaas Walaabu akka nama ykn haadhaatti waan fudhateefidha. Kan biraa Atsimeen yaada olitti ibse kanarraa adda kan... Read more »
Kutaa 8fa Seenaan sochii ummata Afrikaa Bahaa yoo xiinxalamu keessattuu Itoophiyaa keessatti sochiin ummataa irra caalaa jaarraa 16fa duraKaabarraa gara Kibbaatti yoo ta’e, jaarraa 16fa tii eegalee garuu kallattiisaa jijjiruun Kibbarraa gara... Read more »
Kutaa 7fa Asirratti toorri qaaccessa keenyaa hariiroon ummattoota Afrikaa bahaa jaarraa 16fa booda bu’aa seenaa hariiroo jaarraa eerame kana dura tureeti. Akka fakkeenyaatti yoo fudhanne waraanni mootummaa Habashaafi Islaamaa “Waraana Giraany” gidduutti... Read more »
Qubsuma Oromoo Itoophiyaafi Keeniyaa keessa jirudeebi’ee ibseera. Akka inni barreessetti, Itoophiyaa keessatti sadarkaa sabaarra kan gahan ummata Amhaaraafi Tigree qofa. Ulaagaa isaa immoo bal’inaan ibsuu irraa ofqoqqobeera. Haaluma walfakkaatuun Mootichi Hayilasillaaseen qomoo... Read more »
Obbo Alamaayyoo Hayilee Kutaa 5fa Ayyaanni kan uumama kamiyyuu keessatti Waaqni ittiin addeeffamu ykn mul’atu. Ayyaana gaariis ta’e yaraa ykn badaan Waaqatu kennaaf. Carraan gaariis ta’e yaraan kan namoonni qaban, ayyaana dhalootasaaniitiin... Read more »
Obbo Alamaayyoo Hayilee Kutaa 4fa Qorannoo Seenaa Oromoorratti kanaan dura adeemsifamanii kitaaboota barreeffaman kamiinyyuu caalaa kitaabni kun Orom Duroo (Orom Kontom), gosaafi balbaloota Oromoo adda addaa qabatee kan bahedha. Barreeffamni kunis kan... Read more »
kutaa 3fa Nutis akka amantaa keenyaatti, waliin jireenyaafi wal amantaa saboota biyya kanaa gidduutti uumuuf jalqaba seenaan sabootaa kan dogoggoraan barreeffaman sirriitti xiinxalamanii dhiyaachuu qabu jennee amanna. Haa ta’u malee kaayyoon keenya... Read more »
Kutaa 2fa Ummanniifi sabni tokko dhuunfaadhaanis ta’e gamtoominaan hanga tokko eessa akka jiraate dhalootaaf ibsuuf seenaasaa beekuun murteessaadha. Kunis beekumsi dhalootaafi yeroo darbee bareeffamaanis ta’e mammaaksaan (knowledge of the past) yoo jiraateedha. ... Read more »