Kutaa 2fa -Sirna Gadaafi Caffee Mootummaa Oromoo Caffeen lafa jiidha bishaaniifi dheeda loonii qabu araddaa banii hawaasni naannoo gamtaan itti fayyadamu dirree bal’adha. Kun ka’umsa jecha Caffee yoo ta’u, dhawaata lafa waloo... Read more »
Kutaa tokkoffaa Seenaa mootummaa Sirna Gadaatti osoo hinseeniin dura jechi mootummaa jedhu kun hiika maal akka qabuufi seenaa hundeeffama isaa ibsuun barbaachisaadha. Akka galmee jechootaa Oksifordiitti “Mootummaa jechuun biyyaa akka gamtaatti walitti... Read more »
Kutaa 6fafi isa xumuraa Sirni Muudaa sirna walta’insi Oromoo karaa aadafi seeraa ittiin mirkanaa’uudha. Kadhannaa, eebba, seerota qaacessuu, Muudaa wantoota sirna Muudaarratti raawwatamaniidha. Aadaafi seera konfedereeshiniin ittiin walbulchan ni sakkatta’ama. Seerri dabe... Read more »
Kutaa 5fa Ragaa qabatamaan yaada kana mirkaneessu Qaalluu Gujiifi Oditu Booranaati. Qaalluun Odituufi Karrayyuutti akkauma sirna duriitti gahee abbaa Muudaa bahaa turan. Seenaa dhufaatii Qaalluurratti afoolli iddoo baay’eetti Waaqa waliin walqabsiisa. Akka... Read more »
Kutaa 4fa Odaa Nabee Jaarraa 1faa Kuufaatii Mootota Oromoo Warjii bara 1285 booda Baballinsa Mootota Kiristaanaafi Isilaamaa lafa Oromoorratti godhamaa tureen Abbaan Muudaa naannoo Tuulamaa ture gara kibbaati socho’uun Aadaa muudaa cuqqaalaafi... Read more »
Kutaa 3fa Taklahaymaanot bakka itti dhalataniifi jiraachaa turan wajjin daangaa kan taate Konyaa Minjaar jedhamu yoo ta’u, ragaan xiinqooqaa waa’ee Minjaar ibsu akka mul’isutti, Minjaar jechuun, jecha mana ijaari jedhurraa kan mogga’edha.... Read more »
Kutaa 2fa Biyyi Fugug kun eessatti akka argamu ilaalchisanii Mahammad Hassan yaada barreessaa ‘Martial de Salviac’ jedhamu eeruudhaan akka ibsanitti: In one Oromo tradition, there is a reference to a far way... Read more »
Kutaa 12fa Wanti ragaa barreeffamaarraa waa’ee Yoodit himus Jaarraa 10fa keessa akka turtedha. Kunis barreeffama adda addaa kan akka Greenfieldifi Mahammad Hassaniin Oromoon jaarraa 10fa keessa Shawaa keessatti argamu jedhaniin deeggaramuu isaati. ... Read more »
Afoola olii kana irraa kan hubannu gosni Oromoo fagoofi dhiyoo jiran kan akka Meettaa, Sulultaa, Eekkaa, Galaan fi Gullalleen loon isaa hora Finfinnee obaafataa turan booda hin dhorkaman.Yoo xiqqaate waggaatti yeroo tokko,... Read more »
Irreechi aadaa galateeffannaati. Waaqa dukkana gannaatii gara booqa birraatti nagaan isaan dabarse gamtaan malkaatti ba’un galata galchuudha. Ummatni Oromoo aadaa baroota dheeraaf Sirna Gadaa keessati kufate qaba. Aadaan immoo muuxannoofi yaadota bara... Read more »