Seenaa mootummaa Sirna Gadaafi guddinasaa

Kutaa 12fa Seera miseensi duraa tumee kenne kana miseensi dhufu hojiirra oolchuunsaa kan madaalamu gumii madaallii ni qabu. Kunis ceephoofi gorsa guddaan kan madaalamu ta’ee, hariiroo ulfina Gadaa keessatti walaannaan seera qaban... Read more »

Seenaa mootummaa Sirna Gadaafi guddinasaa

Kutaa 11 Seerri Oromoon ittiin bulu waggoota saddeet saddeetiin caffeerratti itti aggaamama. Yoo seerri haaraan tumamuu baatellee, seeronni jiran irra deebi’amanii akka waan haaraa tumamaniitti hawaasaaf labsamu. Haala jiruufi jireenya hawaasaa waliin... Read more »

Seenaa mootummaa Sirna Gadaafi guddinasaa

Kutaa 10fa 6.11. Seerota Caffee Tumaa Tuulamaatti Tumaman Akkuma olitti caqasuuf yaalame, seeronni Caffee Tumaatti tumaman gosa garagaraa akka qaban hubanneerra. Boqonnaa kana jalatti tokko tokkoonsaanii kaasnee ilaalla. Seerota Ulfoo Seerota ulfoo... Read more »

Seenaa mootummaa Sirna Gadaafi guddinasaa

Kutaa 9faa 6.8 Faajjii Oromoo Mallattoolee mootummaa Sirna Gadaa keessaa tokko Faajjii Oromooti ykn Faajjii Walaabuu yoo ta’u, bakka tokko tokkotti immoo ‘Baqqalaa Faajjii’ jedhama. Kun immoo bulchiinsa Sirna Gadaa keessatti mallattoo... Read more »

Seenaa Mootummaa Sirna Gadaafi guddinasaa

Kutaa 8fa Caasaa bulchiinsa Gadaa keessatti Abbaan Bokkuu qaama olaanaa siyaasa Gadaa haa ta’u malee iddoo baay’eetti hojii kan hojjetu Abbaa Gadaa jaarraati. Kanaaf, Abbaan Gadaa miseensa isaa keessaa dhalootaan ykn hangafoomaan... Read more »

Seenaa Mootummaa Sirna Gadaafi guddinasaa

Kutaa 7fa Sirna Gadaa keessatti miseensi ykn paartileen shanan duraa duuban ykn marsaadhaan shaakala bara dheeraa booda sadarkaa Lubaa seenuun gara aangootti dhufu. Bara Roobaleen aangoo fudhatu, Birmajiin Doorii ta’ee barumsa fudhachaa... Read more »

Seenaa Mootummaa Sirna Gadaafi guddinasaa

Kutaa 6fa Abbaa Gadaa tokkoof qachaan kan ijaaramu Caffee tumaa isaarrattiifi iddoo miseensonni itti luboomaniidha. Kanarraa ka’uun fakkaata kan miseensonni Gadaa shananuu Kattaa Daalotaa (Duukam) keessatti Ardi Odaa Nabee Odaalee Shanan jiran... Read more »

Seenaa Mootummaa Sirna Gadaafi guddinasaa

Maqaan Caffee jedhamus ta’ee gumii ykn Odaan qaama olaanaa mootummaa Sirna Gadaa Oromooti. Dhimma Caffee Oromoo mara dhiisnee otoo Caffee Tuulamaa akka fakkeenyaatti fudhanne, kan armaan gadii fakkaata. Caasaa Mootummaa Sirna Gadaa... Read more »

Seenaa Mootummaa Sirna Gadaafi guddinasaa

 Kutaa 4fa Kanarraa kaanee Oromoon gurmaa’ina hawaasummaa yeroodhaa gara yerootti guddiseera jechuu ni dandeenya. Kun immoo gara seeraan buluufi jireenya dhuunfaa ykn gosarraa gara bulchiinsa paartii jaarmiyaan of bulchaatti isa dabarse. Seeraan... Read more »

Seenaa mootummaa Sirna Gadaafi guddinasaa

Bal’ina biyyaafi baay’ina ummata Oromoorraa kan ka’e waan tokkoof maqaawwan adda addaa kennamuu danda’eera. Maqaan Caffee jedhamus ta’e gumii ykn Odaan qaama olaanaa mootummaa sirna Gadaa Oromooti. Dhimma Caffee Oromoo mara dhiisnee... Read more »