Oromoofi ijaarsa tokkummaa Itoophiyaa (1855-1889) falmiif diddaa ture

Kutaa 8ffaa Warraaqasa warshaalee (Industirial revolution ) Awurooppaatti jaarraa 18ffaa keessa gaggefamaa tureen immoo biyyoonni Awurooppaa ennaa gara Afrikaa ilaalan ganfi Afrikaas xiyyeeffannoo isaanii keessaa tokko ture. Akkasuma lafti Itoophiyaan har’a qabattee... Read more »

Oromoofi ijaarsa tokkummaa Itoophiyaa (1855-1889) falmiifi diddaa ture

Kutaa 7ffaa Ganda Nugus gaalerraa gara kaabaa jiru, Waajiraat, Allaamaaxaafi Dayyuu immoo nama Tolaa Abbaa Marawwaaf kenname. Tolaa Abbaa Marawwaa kirstinnaa ka’uun maqaa Dajjaash Dastaa jedhamu Yohaannisiin moggafamuuf ture. Namni Dajjaash Hagos... Read more »

Oromoofi ijaarsa tokkummaa Itoophiyaa (1855-1889) falmiif diddaa ture

Kutaa 6ffaa Warri Himanuus Walloo deeffachuuf qabsoo mataasanii itti fufan. Warqituufi Mastawotitti ilmi Alii nama Geex jedhamtu Gindabaratirraa bitamte jedhamturra dhalate bakka baqatee jiruu Amaara Saayintii gara qabsootti seene. Geex ilmashee kana... Read more »

Oromoofi ijaarsa tokkummaa Itoophiyaa (1855-1889)

falmiif diddaa ture Kutaa 5ffaa Eegan Ingilizoota waliin mari’achuu Warqituufi Mastaawotiin dhaga’anii booda waraanni Tewodroos bay’een gara Ingliizitti harka yoo kennatu Tewodroos garuu hidhamtoota isaa eeguufi du’a isaa cinqiin eeggachuu malee eessattuu... Read more »

Oromoofi ijaarsa tokkummaa Itoophiyaa (1855-1889)

Falmiif diddaa ture Kutaa 4ffaa Du’a Amadeetti aansee immoo Warqituun maqaa ilmashee Amadee Aliin qabsooshee finiinsaa dhufte. Karaa biraa immoo obboleessi Amadee Bashir Shumiinis lola eegale. Teewodroos Walloo yeroo hunda waan deebi’ee... Read more »

Oromoofi ijaarsa tokkummaa Itoophiyaa (1855-1889) Falmiifi diddaa ture

Kutaa 2ffaa Falmiifi diddaa Oromoo Walloofi Mootii Tewodroos II Atsee Tewodroos II ykn maqaansaanii ganamaa Kaasaa Hayiluu (kanaan booda barreefama kana keessatti Tewodroos jennee kan waamnu) akkuma mootii ta’aniin kan xiyyeeffatan Oromoota... Read more »

Oromoofi ijaarsa tokkummaa Itoophiyaa (1855-1889) falmiifi diddaa ture Kutaa 1fa

Ummanni Oromoo gurmaa’iinsa Sirna Gadaan ijaramee bulaa akka ture ni yaadatama. Yeroo booda garuu babal’ina daldalaafi tamsa’ina amantaa addunyaa lamaaniirra guguddaarraa kan ka’e iddoo tokko tokkotti Sirni Gadaa laafaa dhufe hawaasni Oromoo... Read more »

Seenaa mootummaa Sirna Gadaafi guddinasaa

Kutaa 15fafi isa xumuraa Caffeen Oromoo gosa gosaan ta’ee akka araddaa waliigalaatti iddoo murtaa’e tokko qabaachuu ni danda’a. Kunis ardaa miseensi tokko waggoota afurtamaan (40) altokko itti godaanuufi Gadaan garuu waggoota saddeet... Read more »

Seenaa mootummaa Sirna Gadaafi guddinasaa

Kutaa 14fa Miseensonni shanan aangoo qabatan dabareen mana maree ykn Caffee isaanii filatu. Caffeen filatamu kunis hojii gosa maraa kan hojjetan malee, kan gosa tokkoo qofa kan hojjetan miti. Hojii gosaa qofa... Read more »

Seenaa mootummaa Sirna Gadaafi guddinasaa

Kutaa 13fa 6.14 Siyaasa Gadaa Tuulamaafi Yaadrimee Dimokraasii Dimokraasiin jecha afaan Giriikotaa ta’ee jechoota ‘Demo’ fi ‘kiraasiyaa’ jedhurraa madde. Kunis ‘Demo’ jechuun ummata jechuu yoo ta’u, kiraasiyaa jechuun immoo bulchiinsa jechuudha. Kanaaf,... Read more »