Qabsoo Oromoon ijaarsa biyyaafi eenyummaasaatiif gochaa ture

Kutaa 6fafi isa xumuraa Kanaafis Oromoon yeroo jalqaba jaarraa 16fa sochii gaggeesse giddugaleessa Itoophiyaaf  keessummaa miti jedha. Akkuma olitti eerame biyyi Dawwaaroo jedhamu daangaan isaa Kaaba Baha Shawaa si’anaa akka of keessatti... Read more »

Qabsoo Oromoon ijaarsa biyyaafi eenyummaa isaaf gochaa ture

Kutaa 5fafi isa xumuraa Akka dokimentiin Kibre Nagasti ibsutti, mootummaa Abisiiniyaa kan aangoo dhaaluu danda’u nama sanyii Mootii Jiwuush Salamoon qabu qofa. Kanaafis Mootonni Abisiiniyaa “Nuti mootii Mootota Itoophiyaati” ofiin jedhu. Akka... Read more »

Qabsoo Oromoon ijaarsa biyyaafi eenyummaa isaaf gochaa ture

Kutaa 4fa Akka ragaaleen tokko tokko ibsanitti, Oromoon jaarraa 16faa naannoo lageen gurguddoo kanneen akka Mormor, Awaash, Gibeefi Gannaalee akka jiraachaa ture himama. Kun immoo daangaan yoo xinnaate Kaabaan Laga Abbayyaa gara... Read more »

Qabsoo Oromoon ijaarsa biyyaaf eenyuma isaaf gochaa ture

Kutaa 2fa Barreeffamoonni Itoophiyaa keessatti saboota akka Oromoo irratti ilaalcha kana keessatti barreeffaman irra caalaa ilaalcha tuffii warri koloneeffattoonni Awurooppaa, Afrikaarratti calaqqisiisan waliin walfakkaata. Qorataan afaanii lammii Ingilizii ‘Ulendroff’  keessa bahee “Oromoon... Read more »

Qabsoo  Oromoon ijaarsa biyyaafi eenyuma isaaf  gochaa ture Kutaa 1fa Oromoon ummata guddaafi lafa bal’aa kaabaafi baha Afriikaa keessa jiruufi jiraachaa tureedha. Barreeffamni  kunis irracaalaan seenaa ummata Oromoo jaarraa 16faa hanga jalqaba... Read more »

Seenaa guddinaafi jijjirama pilaanii Magaala Finfinnee

 Kutaa 7fafi isa xumuraa Baay’inni uummata magaalaa Finfinnee yeroodha gara yeroottii ariittiidhaan guddachaa kan dhufeefi lafa kanaan dura qonnaaf oolaa ture irraa qonnaan bulaa buqqisuun gara magaalatti kan jijjiireedha. Magaalonni Oromiyaas siyaasa,... Read more »

Seenaa guddinaafi jijjirama pilaanii Magaala Finfinnee

Kutaa 6fa Heera mootummaa bara 1987 qophaa’e Heerri mootummaa FDRI bara 1987 tumame. Heerri kun waa’ee magaalaa Finfinnee dhimmootni gurguddoo sadii akka jijjiiraman ifatti tume. Inni tokkoffaan Finfinneen mirga naannoo ta’uu dhabdee... Read more »

Seenaa guddinaafi jijjirama pilaanii magaala Finfinnee

Kutaa 5fa Finfinneefi Imaammata Dargiin bara 1983 dura lafarratti qabu Ittaanee carraa biyya bulchuu kan argate mootummaan Dargiis, akkuma aangootti baheen Aydiyoolojii Sooshaalizimii akeeka guddina diinagdeefi hawaassummaa biyyattii godhachuufi sirna ittifayyadama lafaa... Read more »

Seenaa guddinaafi jijjirama pilaanii Magaala Finfinnee

Kutaa 4fa Daandiiwwaan gurguddoo hedduun hanga ammatti Finfinnee keessa walqaxxaamuranii jiran kan hojjataman bara Xaaliyaaniinti. Yeroo sanatti, manni ammayyaa dhagaan ijaaramee ture, kuusaan bishaan dhiha magaalatti, Gafarsatti hundaa’uufi buufanni humna ibsaa kallattii... Read more »

Seenaa guddinaafi jijjirama pilaanii Magaala Finfinnee

Sirnaafi adeemsi lafaafi mirga ittifayyadama lafa ummata mulquufi lafa ummanni irra jiru waliin warra kaaniif hiruun kun sirna Gabbarii jedhamee beekama ture. Gabbarii jechuun, nama gibira yookaan kaffaltii irraa barabaadamu kaffalu jechuu... Read more »