“Baguma waaqayyo carraa hojii mootummaa nadhorke, hadhaa’aa dhandhamee Baatuuf ifa baaseera” – Dargaggoo Magarsaa Gadaa

Jaarsatu dargaggoota lama ofjalaa qabu, lamaansaaniifuu maallaqa kennanii hojjetanii akka of jijjiiraniif bobbaasan. Dargaggoo inni tokko maallaqichaan waantota garagaraa daldalee bu’aa guddaas buusee mataa maallaqaafi bu’aasaa adda baasee abbaasaatiif kenne. Inni lammataa... Read more »

 “Mindeeffamee hojjechuu keessaa baheen warshaa guyyaatti kaalsii darzana 400-500tti omishu banadhe” – Shamarree Qaalkidaan Silashii

Akkuma, biiftuu jirtu suksuku jedhamu umriin dargaggummaa yeroo itti olii gadi fiiganii humnaafi beekumsa qabanitti fayyadamanii egeree ofiifis ta’e dhaloota dhufuuf waa itti olkeewwataniidha. Shamarree Qaalkidaan Silashii dhalattee kan guddatte Magaalaa Adaamaatti.... Read more »

“Maatii qonnaan bulaafi harkaqal’eeyyii keessatti dhaladhus hawwiin koo dhugoomeera” – Gaaddisee Ittafaa eebbifamtuu qaxalee

Barattuu Gaaddisee barattoota barana yunivarsitiirraa qabxii olaanaa galmeessisuun biyyaafi hawaasa gammachiisan keessaa ishee tokko. Milkaa’inni Gaaddisee toora miidiyaa hawaasaarratti namoota hedduun qooddatamuu cinatti mataduree dubbii ta’eera. Gaaddiseen barnoota Ikkonoomiksii (Dinagdee)n ‘A+- 25’fi... Read more »

 Jallisii Gidaaboo: Pirojektii dargaggoota hojii barbaachaaf gara magaalotaatti godaanaa turan qe’eetti deebisaa jiru

Waggoota hedduuf lafa marga malee midhaan biqilchitee hinbeekneefi ni biqilchitis jedhamee hin yaadamnetu waggoota sadeen darbanitti waggaatti yeroo lamaafi sadii omishuudhaan gumbii midhaanii ta’aa jira. Naannawa kanaan dura gammoojjummaafi qilleensa gogaatiin miidhamee... Read more »

 Dargaggoonni odeeffannoo sobaa tamsa’uun burjaaja’uu utuu hintaane dhugaa jiru addabaafachuurratti xiyyeeffachuu qabu

Wirtuun Leenjii Dhaabbata Pireesii Itoophiyaafi Bulchiinsi Magaalaa Shaggar wajjin ta’uun leenjii mataduree, ‘Kominikeeshinii bu’aqabeessa tajaajila si’ataaf’ jedhuun qophaa’e kominikeetarootaafi ogeessota miidiyaa Magaalaa Shaggariif Finfinneetti kennamaa jira. Leenjicha kennaa kan jiran miseensi Mana... Read more »

 “Inisheetiivootni carraa hojii bal’aa uumaafi gatii gabaa tasgabbeessaa jiru” – Obbo Isheetuu Mitikkuu

Magaalaa Shaggaritti, Ittigaafatamaa Waajjira Carraa Hojii Uumuufi Ogummaa Kutaa Magaalaa Galaan Obbo Isheetuu Mitikkuu akka jedhanitti, barana akka magaalattiitti carraa hojii uumuun xiyyeeffannaa addaatiin hojjetamaa ture. Keessumaa inisheetiivota mootummaan qabatee hojjechaa jiruun... Read more »

 “Biraandii Qellem Wallaggaan ruuzii alatti erguuf karooran qaba” -Dargaggoo Abirhaam Eeliyaas (Abbaa Qabeenyaa)

Rakkoo nageenyaa mudateen walqabatee godinaalee Wallaggaa keessatti nama alaala taa’ee ilaaluuf hojiin misoomaa abjuu fakkaata. Haata’u malee, tibba darbe daawwannaan misooma qonnaa Biiroo Qonna Oromiyaan durfamu godinaalee Wallagga Bahaa, Wallagga Lixaafi Qellem... Read more »

“Gara fuulduraatti kalaqaalee Itoophiyaa sadarkaa addunyaatti waamsisan hojjechuun barbaada” – Barataa Barakat Ballaxaa

Agarsiifni kalaqa saayinsii marsaa 9ffaa waliigala Magaalaa qindeessummaa Biiroo Barnoota Magaalaa Finfinneetiin qophaa’e mataduree “Qulqullina Barnootaa Mirkanaa’a Badhaadhina Biyyaaf” jedhuun Caamsaa 16-18 bara 2016tti Paarkii Michoommaatti adeemsifameera. Agarsiisicharratti kalaqaaleen saayinsii barsiisotaafi barnootaan... Read more »

 Qeerrootu marsee eegaa eenyutu…

“Qeerrootu Marsee eegaa, eenyutu Abbichuu jeeqaa” jedhamee weellifameefiira. Dhugaadha. Qeerrummaas ta’e qarrummaan yeroo itti ari’anii qaban, yeroo itti hojjetanii of jijjiiran, jireenya dhala namaa keessatti bakka olaanaa qabuufi umrii ittigaafatamummaan olaanaa namatti... Read more »

Avokaadoo: Omisha yeroo ammaa madda galii ta’uurra darbee dargaggootaaf carraa hojii bal’aa uumaa jiru

Omishni avokaadoo yeroo ammaa wabii nyaataa mirkaneessuurra darbee madda galii sharafa alaa argamsiisu ta’uun dinagdee qonnaan bultootaafi biyyaa utubuu keessatti gumaacha guddaa taasisaa jira. Omishaafi omishtummaa avokaadoo daran guddisuuf hojiin biqilaa avokaadoo... Read more »