
Dargaggoo Eebbisaa Daani’eel Dhugoo, Godina Gujii Lixaa, Magaalaa Bulee horaarraa tibbana Adaamaatti agarre. Kolleejjii Barnootaafi Leenjii Teeknikaa Bulee Horaa irraa gosa barnootaa Water Supply’dhaan bara 2010 eebbifame. Waggaa kana hojii barbaadaa ba’us... Read more »

Dargaggoonni humna omishaa biyya tokkoo ta’uu hundatu beeka. Humna omishaa yoo jedhamus humna haaraa hojiilee bu’aa qabeessa ta’an hojjechuun ofiifi maatii, akkasumas biyyasaanii jijjiiruu danda’an jechuudha. Dargaggoonni naannolee Itoophiyaa hunda keessatti maqaa... Read more »

Tibbana ministira muummeetii hanga ministiraafi ministir deetaa Ministeera Qonnaatti, Pirezdaantotaa hanga hoggantoota biiroolee qonnaa naannooleetti, hoggansa godinootaatii hanga aanaatti dhibdee biyyaa irratti fala barbaachaa oolan. Biyyootu lolaan haramee lafti qullaatti hafe, bosonatu... Read more »

Iddoo dur boqonnaafi bashannanaaf namoota biyya keessaa qofaan osoo hintaane lammiilee alaatiis filatamu har’a kaan bakkaa dhibee, kaan bakkaa dhibuuf deema. Dachee dur bishaaniin qananiituu turtetu har’a gammoojjin moo’amtee aduun taa’aafi dhaabbii... Read more »

Tibbana ogeeyyiin fayyaa kutaa biyyattii jiran hoggantoota waliin marii taasisaa turaniiru. Keessumaa mariin kun bal’ate kan itti adeemame lagannaa hojiifi hiriira ogeeyyiin fayyaa magaalaa Finfinnee Hospitaala Xiqur Anbassaa taasisan irraa ka’uunii. Kunis... Read more »

Ummattoota waliin cunqurfamaafi dhiitamaa turetu har’a wal cunqursuufi wal dhiituuf walitti gaarreffachaa jira. Warra waliin du’aa turetu wal ajjeessuuf walirratti duuluu eegalee miila wal sakaale. Waliin buqqa’aa turuusaanii dagatanii har’a wal buqqisuuf... Read more »

Qormaanni naannoo kutaa saddeettaffaafi biyyaaleessaa kutaa 10fi 12 dhuma ji’a Caamsaafi jalqaba Waxabajjiitti akka kennamu sagantaan ba’ee ni mul’isa.. Haaluma kanaan qorumsi biyyaalessaa kutaa 10fa Waxabajjii 3-5, kan seensa yunvarsiitii (kutaa 12fa)... Read more »

Namni uumama kan kaleessaa irraa baratu, har’a irra taa’ee ammoo boriif yaaduufi karoorfatuudha. Namni yeroo qaroominni hinbabal’annettiyyuu gogaa duugee halluudhaan seenaa kaleessaa barreessee dhalootaaf dabarsaa tureera. Dubbisuufi barreessuun dhala namaaf daran murteessaadha.... Read more »

Pirezidaantiin duraanii Mootummaa Rippabilikii Federaalawaa Dimokraatawaa Itoophiyaa (RFDI), Doktar Nagaasoo Gidaadaa Qaam’ee 3 bara 1935tti abbaasaanii Luba Gidaadaa Soolaniifi haadhasaanii Aadde Dhinsee Shooliirraa Naannoo Oromiyaa, Godina Qeellam Wallaggaa, Magaalaa Dambi Doollootti dhalatan.... Read more »

Biyya keenyatti shira yeroowwan adda addaatti xaxameen ummanni miliyoona sadii caalu qe’eefi qabeenyasaarraa buqqa’ee rakkoo afaaniin ibsamuu hindandeenyeef saaxilameera. Itoophiyaa, biyya lammiishii mitii kan biraatiifuu ta’uun hawaasa addunyaa biratti beekamtu, ummata aadaawwaniifi... Read more »