Yunvarsitiin bakka rakkoon kamiyyuu mariidhaan itti furamu ta’uu qaba

Rakkoon nageenyaa tibbana Yunivarsitii Waldiyaa keessatti mudate gara yunivarsitiiwwan birootti babal’achuun haalli baruufi barsiisuu akka danqamuufi addaan citu taasiseera. Rakkoo nageenyaa yunivarsitiiwwan adda addaa keessatti mudates barattoonni hedduun mooraa gad lakkisanii akka... Read more »

Gunfura: Filannaa dabbassaa qeerroo

Qeerroon umriinsaa fuudhaaf gahe ofii bareeduurra darbee uffata aadaatiin of faayee rigaa ilkaan kaawwatee, ulee qabatee, gaafa durbarra ija buufachuu jalqabu lafatu jalaa bareeda. Dargaggummaan yeroo foollummmaa ykn gootummaatis waan qabaniifi dhiisan... Read more »

“Yaada qabantu karoora ofii miilaan deemsisa” -Dargaggoo Barakat Mangistuu

Jireenyi dhala namaa bu’aa ba’ii hedduun kan guutame ta’uusaa hubachuun qorannoo gadi fagoo kan barbaadu miti. Kanarra imala jireenyaa namootni keessa darbuun milkaa’aniifi haalota ittiin qoraman iyyaafachuun ykn gaafachuun beekuun kan danda’amuudha.... Read more »

“Duulli Oromoorratti taasifamaa jiru kan Oromoo tokkoomsuudha” -Jaal Qajeelaa Mardaasaa

Biyyi Itoophiyaa jedhamtu kun haadha saboota hedduu yoo taatu, maqaafi daangaanshii kabajamee  addunyaarratti akka beekamuuf qabsoo hadhaahaafi obsa fixachiisaa ilmaanshii hundi taasisan fakkeenyummaan ka’a. Keessumaa weerara Xaaliyaanii ofirraa qolachuuf aarsaa qaalii qabsaa’onnishii... Read more »

Barattoonni gabaa siyaasa jeequmsaa ta’uurraa of eeguu qabu

Haadha barumsaaf  ijoolleeshee  iddoo birootti ergattee yoom eebbifamee naa gala jechaa osoo eegduu yeroo reeffi  mucaashee fe’amee itti galu arguu caalaa wanti  qalbii  namaa cabsu hinjiru. Ijoollee abdiifi kutannoo barnootaaf qaban galmaan... Read more »

Godaantota dhaabbiin hundeessuurratti muuxannoo Keeniyaafi Ugaandaa

Godaansa akka addunyaatti mudatu miliyoona 7.1 keessaa miliyoonni 3.1 dargaggoota barnoota hinqabne akka ta’e ragaan qorannoo godaantotarratti hojjetame ni mul’isa. Akka Afrikaatti rakkoon hojidhabdummaa kun yeroorraa yerootti waan muudatuuf ardittii keessatti heddummaachaa... Read more »

“Warra hanna baretu ummata gidduutti summii facaasaa jira” -Qeerroo Leellisaa Caalchisaa

Qeerroo Leellisaa Caalchisaa Magaalaa Duukam, Ganda Malkaa Duukam jiraata. Qeerroon kun akka jedhutti, biyya kamittuu hiriira nagaa bahanii yaada ofii ibsachuun miidhaa hinqabu. Hiriira nagaarratti ummatni nagaan bahee sagaleessaa dhageessisee nagaadhaan mana... Read more »

“Waliin caallaa malee, walcaallaan salphina”

Nageenyi bu’uura jireenya hawaas-dinagdeefi siyaasa biyya tokko akka ta’e beekamaadha. Kana mirkaneessuuf ammoo qoodni abbootii Gadaafi amantii, hayyootaa, akkasumas qarreefi qeerroo olaanaadha yoo jedhame dhugaarraa kan fagaatu miti. Keessumaa ammoo qarreefi qeerroon... Read more »

Osuma mortuun mortuu hortuun horti

Tibba tokko qonnaan bultootni lama qe’eerraa fagaatanii  lafa gammoojjii midhaan facaasuu deeman. Inni Tokko Obbo Kilkilee jedhama. Kilkileen gurrisaa duudaadha. Inni biraammoo Abbaa Shaggee jedhama, Gurrisaa ni dhagaha. Guyyaa hojii qonnaarra oolanii... Read more »

Burqaa jaarraa tokkoofi walakka booda

Sanbata darbe ganama barii Finfineetti burqaan jaarraa tokkoofi waggaa 30f duudee ture waan dhoheef ilmaan Kuush malkaa dur itti irreeffachaa turan hora Finfinneetti dhiichisaafi ragadaaa imalaa jiru. Kunis magaalattii miila tokkoon dhaabeera.... Read more »