
Yunvarsitiin Jimmaa torban har’aa barattoota sadarkaa digirii tokkoffaa, lammaffaafi sadaffaatiin leenjisaa ture kuma sadiifi 139 kan eebbisiise yoo ta’u, isaan keessa 254 doktorota fayyaati. Lammileen biyya Somaalee Laandii 11fi Ruwaandaa lamas eebbifamtoota... Read more »

Barataa Waannaa Taayyee Ayyaanaa Yunivarsitii Ambootti barataa Fiiziksii waggaa sadaffaa barana eebbaaf qophaa’aa jiru yoo ta’u, dhiyeenya kana dorgommii ‘Ethiopian Physical Society Award’ mo’achuudhaan doolaara 175 badhaafameera. Barataan kun damee barumsa Fiiziksiitiin... Read more »

Rakkoolee hawaas dinagdeefi siyaasaa dargaggootaa furuuf yeroo baay’ee sagantaawwan garagaraa niqophaa’u. Biyyoonni addunyaas haala qabatamaa dargaggoota biyyasaaniirraa ka’uun hojmaatawwaniifi sagantaawwan qopheessuun hojii baay’ee hojjetaa turaniiru; hojjechaas jiru. Sagantaawwan rakkoolee hawaas dinagdee dargaggootaa... Read more »

Biyya hawaasdinagdeen of dandeesse ijaaruufis ta’e kutaalee hawaasaa karaa hundumaan of gahoomsan uumuuf dargaggoota humna omishaa ta’anirratti hojjechuun murteessaadha. Biyyoonni har’a addunyaarratti guddina dinagdeetiin beekaman dameewwan hunda keessatti dargaggoota bor of jijjiiranii... Read more »

“Araada hamaa dargaggoo mogolee buusu kana furuuf hojjetaa jirra” Obbo Makkiyyuu Mohaammad Guyyaansaa Kamisa; ganama keessaa tilmaamaan sa’aa 4:00 ta’a. Kutaa magaalaa Jimmaa kan taate ganda Bochoo Booreettin imale.Dargaggoonni hedduu bitaafi mirgaan... Read more »

Waggoota 20n darban rakkoolee hawaas-dinagdee dargaggootaa hiikuuf kan dhaabbate dhaabbanni tola oolaa ‘DSW’ (Deutsche Stifung Weltbevolkerung) jedhamuu hojiiwwan hedduu hojjetaa tureera. Keessumaa gama fayyaatiin dargaggoonni ‘HIV/AIDS’fi dhukkuboota sirna walhormaataarraa akka of eeganiif... Read more »

Akka Gadaa Oromoo Maccaa, Tuulamaafi Arsiitti Foolleen dargaggoota ganna 16-24 keessa jiran yoo ta’u, akka Gadaa Oromoo Booranaatti ammoo warra Gaammee Guguddaa jedhamanii waamamani. Hojiin Foollee inni guddaan nageenya, tasgabbiifi naamusaa naannawaa... Read more »

Dargaggoonni Oromoo akkuma hacuuccaafi cunqursaa ofirraa faccisuuf qabsaa’an nageenya mirkaneessuu keessattis adda durummaan hiriiru. Kanaaf ragaan dargaggoota humna nageenyaa ta’an kanneen Kollejiin Poolisii Oromiyaa Dilbata darbe eebbisiiseedha. Kollejichi Poolisii Addaa Oromiyaa marsaa... Read more »
Rakkoon nageenyaa tibbana Yunivarsitii Waldiyaa keessatti mudate gara yunivarsitiiwwan birootti babal’achuun haalli baruufi barsiisuu akka danqamuufi addaan citu taasiseera. Rakkoo nageenyaa yunivarsitiiwwan adda addaa keessatti mudates barattoonni hedduun mooraa gad lakkisanii akka... Read more »

Qeerroon umriinsaa fuudhaaf gahe ofii bareeduurra darbee uffata aadaatiin of faayee rigaa ilkaan kaawwatee, ulee qabatee, gaafa durbarra ija buufachuu jalqabu lafatu jalaa bareeda. Dargaggummaan yeroo foollummmaa ykn gootummaatis waan qabaniifi dhiisan... Read more »