Dargaggummaan umrii murteessaa ofiifis ta’e biyya ofiif waardiyyaa dhaabachuun wabii itti ta’an yoo ta’u, keessumaa gaafa xiiqii ga’umsaan diina dura dhaabatee walabummaa biyyaa kabajuufi kabachiisuun dhaloota utubaa biyyaa ta’edha jechuun ni danda’ama.... Read more »
Dargaaggoo Musliim Naasir dhalatee kan guddate Godina Iluu Abbaa Booraatti yommuu ta’u, dura taa’aa Waldaa Warshaa Nyaata Beeyiladaa Musliimiifi Soofiyaa; kan Bulchiinsa Magaalaa Shaggar, Kutaa Magaalaa Galaan Guddaatti argamuuti. Warshaan kun miseensota... Read more »
Oromoon jaarraa tokkoofi walakkaa oliif lafasaa qofa osoo hintaane aadaa, afaaniifi eenyummaasaa dhabeera. Sabni guddaan safuu uumaafi uumamaa beekee jaalalaafi kabajaan jiraatu kun xiqqeeffamee toora dhala namaa gaditti ilaalamaa qoodniifi aadaansaa balaalefatamaa... Read more »
Dargaggootaa goondaa ta’aa jedheen eegala. Dhugaadha goondaan uumama xiqqoo garuummoo qorqalbiin cimtuu taatedha. Maaliif jechuu dandeessu, dhufaatii gannaa beektee bona midhaan guurtee mankuusa lafajalatti qotame keessa tuullatti. Ganni dukkanaa’ee yoo dhufu roobaaf... Read more »
Goobeen, ayyaana dhiirotaati. Ayyaana dargaggoonni dhiiraa gammachuu, abdiifi hawwii gaariin ifa Birraa ittiin simatanidha. Quufa Birraa, gammachuu bari’uu lafaati. Abdiifi haamilee magariisa waliin dargaggootaaf biqilee ifa habaaboo godhatuudha. Kan fedhe ilaallatee fuudhuuf... Read more »
Ayyaanni Goobeefi Shinooyyee barana Magaalota Finfinnee, Shaggar, Bishooftuufi Adaamaatti bifa qindaa’eefi adda ta’een kaleessa, Qaammee 1 bara 2016 irraa kaasee hanga Fulbaana 13 bara 2017tti kabajama. Baniisi ayyaanichaa kaleessa Finfinnee, Giddugala Aadaa... Read more »
Dargaggoonni keenya hojii barbaacha keessaa bahanii aadaa hojii uummachuu akka gabbifatan mootummaadhaan gorfamanis kanneen dhagahanii seeraan hojiirra oolchan badhaadhinatti akkuma ce’an warreen didanii akkasumaan yeroosaanii barbaacha hojiin gubaa jiran ammoo ammallee eeggattummaa... Read more »
Wiirtuun Haaromsaafi Gabbisa Ogummaa Dubartootaa ‘Yanagawaa” yaada kantiibaa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee maddisiisaniin ijaarame. Wiirtuun Finfinnee, Kutaa Magaalaa Aqaaqii Qaallittiitti ijaarame Bitootessa 5 bara 2016 bakka Ministirri Muummee Doktar Abiyyi Ahmad,... Read more »
Yeroonsaa akka lakkoofsa Awurooppaa bara 1859tti ture kan waraanni hamaan tokko biyyoota Awurooppaa Lixaa keessatti adeemsifamee lubbuu namoota hedduu dabarsuufi du’aa immoo awwaalcha malee irbaata allaattii taasisuusaatiin dhaabbanni gargaarsaa yeroo ammaa akka... Read more »
Dargaggoo Lalisaa Daani’eel Guutamaa Naannoo Oromiyaa, Godina Qellem Wallaggaa, Magaalaa Dambi Dollootti dhalatee guddate. Barnootasaa sadarkaa tokkoffaafi lammaffaa bakkuma dhalootasaatti baratee xumure. Barnootasaa digrii tokkoffaafi lammaffaa Falaasamaan Yunivarsitii Finfinneerraa eebbifamuun Yunivarsitii Dambi... Read more »