Guyyoota kurnan ittaananitti omisha ga’e sassaabuuf haalli qilleensaa mijataadha

Finfinnee: Guyyoottan kurnan ittaananitti omisha ga’e sassaabuuf haalli qilleensaa mijataan jiraachuu Inistitiyuutiin Meteworolojii Biyyaalessaa beksise. Hawaasi filannnoo qabu hunda fayyadamee omisha ga’e akka sassaabu Ministeerri Qonnaa ibseera. Inistitiyuutii Meteworolojii Biyyaalessaatti Daarekterri Ittaanaan... Read more »

Turiizimiin Oromiyaa sadarkaa daran fooyyaa’arra jira

Finfinnee:  Oromiyaan qabeenya turiizimii hedduu qabaattus waggoota afur dura hangas mara kan hinbeekamne turus hojii dhaadhessaa bal’inaan hojjetameen amma sadarkaa daran fooyya’aarra jiraachuu Komishiniin Turiizimii Oromiyaa (KTO) ibse. Komishinarri komishinichaa, Komishinar Lalisee... Read more »

Addunyaan fuulasaa gaarummaa gara Itoophiyaatti deebisaa jira

Itoophiyaan biyya beelaan akka fakkeenyaatti eeramtuufi waggoota muraasa rakkoo nageenyaatiin dura walqabatee dhagaan badiisaa itti guuramaa ture taatus osoo rakkoof hinjilbeenfatin jabaattee hojjechuusheen har’a seenaan jijjiiramee gara faara tolaadhaan ilaalamuutti saffisaan imalaa... Read more »

Ji’oota sadan darbanitti namooti miliyoona 2.9 dhibee busaatiin qabaman

Saaphanni siree miliyoona 2.2 yoo raabsamu, dhiyeessii qorichaaf qarshii miliyoonni 8.6 baasii ta’eera Finfinnee: Ji’oota sadan darbanitti namootni miliyoona 2.9 ta’an dhibee busaan qabamuu Ministeerri Fayyaa beeksise. Baay’ina ummata biyyattii keessaa %69... Read more »

Qajeeltoo kennanii fudhachuun fedhii ulaa galaanaa milkeessuu

Fedhii biyyaalessaa milkeessuuf Ministirri Muummee Abiyyi Ahmad (PhD) Yaa’ii idilee 3ffaa  bara hojii 4ffaa  waggaa 6ffaa Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataarratti qajeeltoo kennanii fudhachuu fala ta’uu ibsaniiru. Ibsasaanii keessattis seenaa ulaa galaanaa... Read more »

 Gaambeellaatti nageenyi fooyya’uusaan hawaasni fuulasaa gara misoomaatti deebiseera

Finfinnee: Naannoo Gaambeellaatti nageenyi fooyya’uusaan hawaasni fuulasaa gara misoomaatti deebisuu Mootummaan Naannichaa beksise. Jijjiirraan Hoggansaa fooyya’uu nageenyaaf sababa ta’uunis ibsameera. Hogganaan Biiroo Kominikeeshinii Naannichaa Obboo Ujuluu Gilo Roobii darbe Gaazexaa Bariisaaf akka... Read more »

 Oromiyaatti Pirojektiiwwan invastimantii 4,400 simatamaniiru

Finfinnee: Naannoon Oromiyaa bara baajataa 2017 kurmaana tokkoffaa keessa Pirojektiiwwan invastimantii 4,400 kan simate ta’uu Biiroon Invastimantiifi Industirii Naannichaa beeksise. Hogganaan biirichaa Obbo Ahmad Idiriis tibba darbe Gaazexaa Bariisaaf akka ibsanitti, Naannoo... Read more »

Xiyyaara “Air bus A350-1000” Afrikaatti xayyaara isa jalqabaa

Finfinnee: Daandiin qilleensaa Itoophiyaa waggoottan torbaatama darbaniif daandii qilleensaa maqaa gaarii qabuudha. Nageenyisaa amansiisaa ta’uufi mijaa’innisaa imaltoota hedduu biratti filatamaa waan isa taasiseef dinagdee biyyattii keessatti gahee guddaa akka taphatuuf ka’umsa ta’eeraaf.... Read more »

 Walga’iin kaawunsilii Sakretariyati Ministeerota Zoonii Daldala bilisaa har’a eegala

Finfinnee: Walga’iin daldala walabaa waliinii biyyoota Afriikaarratti xiyyeeffate kan qaamolee olaanoo qaxanichaa guyyaa har’arraa eegalee Finfinneetti akka adeemsifamu Ministeerri Daldalaafi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa ibse Guyyoottan sadeen darbaniif walga’iin Ogeessota olaanoo daldalaa biyyoota... Read more »

 Kurmaana tokkoffaatiin gandootni 26 tajaajila elektirikii argataniiru

Finfinnee: Raawwii hojii kurmaana tokkoffaa bara 2017tiin gandootni baadiyyaafi magaalaa 26 tajaajila elektirikii argachuu Tajaajilli Elektirikii Itoophiyaa beeksise. Daarektarri Kominikeeshinii tajaajilichaa Obbo Malaakuu Taayyee ibsa miidiyaaf tibbana kennaniin akka jedhanitti, Tajaajilichi kurmaana... Read more »