ODUU

Finfinnee: Balaan lolaa hidha laga Abbayyaa akka hinmiineef misooma sululaa lageen guguddoo bara 2012-2017tti hirmaannaa ummataatiin Oromiyaatti misoome qarshii biliyoona 29 olitti akka shallagamu Waajjirri Mana Maree Qindeessa Hirmaannaa Ummataa Damee Oromiyaa... Read more »

Dirree Dhawaa: Geejibni baaburaa Itiyoo-Jibuutii meeshaaleefi namoota geejibsiisuuf baasii xayyaaraafi konkolaataa %60 hir’isuu Raawwachiisaa Hojii Olaanaan Korporeeshinii Hojiiwwan Ijaarsaa Itoophiyaa Injiinar Yoonaas Ayyaalewu ibsan. Injiinar Yoonaas waltajjii Waa’ee Itoophiyaa bu’uuraalee misoomaarratti xiyyeeffachuun... Read more »

Finfinnee: Masaraan Biyyaaleessaa torban kana daawwannaaf banaa ta’uun ni beekama. Masarichi erga ijaaramee kaasee mootummoonni garagaraa keessa jiraatanis xiyyeeffannaan kennameefii otoo hinhaareffamiin tureera. Erga Ministirri Muummee Doktar Abiyyi Ahmad gara aangootti dhufanii... Read more »

Dirree Dhawaa: Hojii amansiisaa nageenya saayibariirratti hojjetameen guyyaatti daddabarsi maallaqaa karaa teleebirrii taasifamu qarshii biliyoona saddeet dhaqqabuu Raawwachiiftuu Hojii Olaantuun Itiyoo-telekoom Aadde Firewoot Taammiruu ibsan. Waltajjii Waa’ee Itoophiyaa ijaarsa bu’uuraalee misoomaarratti xiyyeeffate... Read more »

Finfinnee: Ministirri Muummee Doktar Abiyyi Ahmad tibbana abbootii qabeenyaa, artistootaafi paartiilee morkattootaa wajjin marii bal’aa taasisaniiru. Keessumaa marii Roobii darbe paartiilee morkattootaa wajjin taasisan ilaalchisuun ergaa ittaanu karaa fuula miidiyaa hawaasaasaanii dabarsaniiru.... Read more »

Halaabaa: Naannoo Itoophiyaa Giddugaleessaatti kan argamu Godinni Halaabaa omisha barbateetiin beekama. Barbareen godinichaa gabaarratti daran barbaadamaafi filatamaadhas. Qajeelcha Qonnaa Godina Halaabaatti, Ittigaafatamaa Ittaanaafi Ittigaafatamaan Damee Qonnaa Obbo Huseen Roobaa turtii dheengadda waajjirasaaniitti... Read more »

Kitaabileen ABC Tuurizimii Itoophiyaafi Oromiyaa Afaan Oromoo, Amaariffaafi Ingiliffaan Komishinara Ittaanaa Komishinii Tuurizimii Oromiyaa Obbo Naggaa Wadaajootiin qophaa’an Godambaa Yaadannoo Injifannoo Adwaatti Dilbata darbe eebbifameera. Obbo Naggaan sirnicharratti akka jedhanitti, kitaabileen kunniin... Read more »

Asallaa: Dhiyeenya kana wayita dhimma hojiitiif Bulchiinsa Magaalaa Asallaatti argamnetti hojiilee misooma koriidariifi kana ilaalchisuun kantiibaa Ittaanaa magaalattii Obbo Abdullaahii Hammuu dubbisee isaanis ibsa gabaabaa ittaanu Gaazexaa Bariisaatiif kennaniiru. Asallaa Asallaan magaalaa... Read more »

Biqiltuuwwan miliyoonni tokko tuqaa shan qophaa’aniiru Xaa’oon kuntaalli 11fi 315 qophaa’eera Finfinnee: Naannoo Harariitti hojii qonna gannaa hanga ammaatti gaggeeffameen hektaarri kuma torbaafi 416 sanyiidhaan uwwifamuu Biiroon Qonnaa Naannoo Hararii beeksise. Waliigala... Read more »

Asallaa: Inisheetivii Imala miidiyaa Biiroon Kominikeeshinii Oromiyaafi Biiroon Bishaaniifi Inarjii Oromiyaa qopheessaniin pirojektotni bishaan dhugaatii ijaarsisaanii xumuramaniifi ijaarsarra jiranii kanneen Godinaalee Arsii Lixaa, Arsiifi Baaleetti argaman Caamsaa 19-23 bara 2017tti daaw’atamaniiru. Hoggantuun... Read more »