“Fedhiin bittaa elektirikii Taanzaaniyaan dhiyaate hidhi laga Abbayyaa Itoophiyaafi biyyattiif bu’uura guddinaa ta’uu qabatamaatti agarsiisa” – Ambaasaaddar Diina Muftii

Finfinnee: Gaaffiin bittaa humna elektirikii Mootummaan Taanzaaniyaa Mootummaa Itoophiyaaf dhiyeesse hidhi Laga Abbayyaa bu’uura guddina biyyoota lamaanii ta’uu agarsiisa jechuun Ambaasaaddar Diinaa Muftii ibsan. Miseensi Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataafi Walittiqabaan Koree... Read more »

 Tajaajilichi lammiilee alaa Itoophiyaa keessa socho’an galmeessuuf qophaa’aa jiraachuu ibse

Finfinnee: Tajaajilli Immigireeshiniifi Lammummaa RFDI lammiilee biyya alaa Itoophiyaa keessa socho’an galmeessuufi to’achuun seera biyyaa kabachiisuuf qophaa’aa jiraachuu beeksise. Tajaajilichatti Daarektarri galmeessaafi to’annoo lammiilee biyya alaa Obbo Adaanaa Dabbabaa ibsa Kamisa darbe... Read more »

 Hojiin misooma koriidarii Harar hawwattummaan magaalattii akka dabalu taasiseera

Finfinnee: Misoomni koriidarii Nuur Pilaazaafi naannawaansaa xumuramuu Mootummaa Naannoo Hararii beksise. Pirezidaantii Ittaantuufi Hoggantuu Biiroo Qonnaa naannichaa Aadde Roozaa Umar ibsa tibbana Gaazexaa Bariisaaf kennaniin akka ibsanitti, misoomi koriidarii Nuur Pilaazaafi naannaawaasaa... Read more »

 Waliigalteen Ankaaraa Itoophiyaafi biyyoota gaanfa Afrikaa birootiif faayidaa damdaneessa qaba

Finfinnee: Waliigalteen Ankaaraatti Itoophiyaafi Somaaliyaan waliimallatteessan kan Itoophiyaafi biyyoota gaanfa Afrikaa biroo fayyadu ta’uu paartiileen siyaasaa morkattootaa ibsan. Paartiileen kunneen ibsa kaleessa Gaazexaa Bariisaaf kennaniin akka jedhanitti, Itoophiyaaf dhimmi ulaa galaanaa dhimma... Read more »

Waliigalteen Ankaaraa gaaffii ulaa galaanaa deebisuun dinagdee biyyaa cimsa

Finfinnee: Tibba darbe mootummaa Itoophiyaafi Somaaliyaa gidduutti waliigalteen Ankaaraa mallatteeffamuun ni yaadatama. Waliigalteen kun akka mallattaa’uufis shoora olaanaa kan taphatan Pirezdaantii Tarkiyyee Xaayib Erdogaan yoo ta’an, waliigaltichi hariiroo siyaas dinagdeefi hawaasummaa qaamolee... Read more »

“Gaaffiin keenya jaarraa tokkoofi walakkaa marii kanaan deebi’uu qaba” -Hirmaattota marichaa

Adaamaa: Oromoon harma hoosisee guddifachaan orma Oromoomsee hammatee guddisee qe’eefi qabeenyasaarratti kabaja dhabee cunqurfamaa  jaarraa lakkoofsisaa tureera. Abbaa Gadaa Siikkoo Mandoo Baalee kan ta’an Aliyyii Mohaammad Suruur turtii Gaazeexaa Bariisaa waliin taasisaniin... Read more »

Itoophiyaan Yaa’ii Gamtaa Afrikaa 38ffaa baranaaf qophii barbaachisu xumuraa jirti

Finfinnee: Itoophiyaan Yaa’ii Hoggantoota Gamtaa Afrikaa 38ffaafi walga’ii koree hojraawwachiiftuu 46ffaan  Guraandhala 5-9 bara 2017tti Finfinneetti adeemsifamuuf qophiin barbaachisu xumuramaa jiraachuu himu Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataatti, Miseensi Koree Dhaabbii Dhimma Hariiroo... Read more »

“Ilmaan haadha takkaa walajjeessanii geeraruutti Oromoon gammadu hinjiru” -Birgaader Jeneraal Hayiluu Gonfaa

Finfinnee: Ilmaan Oromoo qe’eefi bosona jiran gidduutti nagaan bu’ee qilleensi nagaafi tasgabbii dachee Oromiyaa akka dhuunfatuuf tattaaffiin ummatni Oromoo sadarkaan jiru taasiseefi taasisaa jiru daran olaanaadha. Tattaaffiin kun hanga tokko ija godhatee... Read more »

 Waldichi namoota 400 oliif carraa hojii uumeera

Finfinnee: Waldaan Hojii Gamtaa Qalma Horii Sulultaa namoota 400 oliif carraa hojii kan uume ta’uu beeksise. Hojigaggeessaan Waldichaa Lubni Taayyee Lataa torbee darbe ibsa Gaazexaa Bariisaaf kennaniin akka jedhanitti, waldichi gama hawaasummaafi... Read more »

 Atara boonsituufi boloqqeen godinichaa kuntaala miliyoona tokkoo ol gabaa alergiif qophaa’e – Obbo Masfin Tashoomaa

Finfinnee: Misoomni Atara Boonsituufi Boloqqee bifa addaan Godina Shawaa Bahaa keessatti oomishamaa ture sassaabamee gabaa alergiif qophaa’uu Itti Gaafatamaan Waajjira Qonnaa godinichaa beeksisan. Ittigaafatamaan Waajjira Qonnaa Godina Shawaa Bahaa Obbo Masfin Tashoomaa... Read more »