Riifoormiin dinagdee biyya keessaa imala badhaadhina Itoophiyaa kan milkeessuudha

Finfinnee: Riifoormiin dinagdee biyya keessaamootummaan hojiirra oolchaa jiru imala badhaadhinaa Itoophiyaa milkeessuun biyyoota Afrikaa dinagdee guddaa qaban keessatti akka ramadamtu kan taasisuufi jiruufi jireenya ummata biyyattii kan jijjiiru ta’uu Ministeerri Maallaqaa beeksise... Read more »

Itoophiyaan durii eenyummaa cululuqaa akkanaa nu dhabamsiiste -Hirmaattota ayyaana sabootaa

Finfinnee: Itoophiyaan durii mirga cululuqaafi agarsiistuu sabaafi sablammii ta’e lammiileerraa mulquun dhiittaa mirgaa qaqqabsiisaa turuu miseensonni sabootaafi sablammiilee gara garaa dubbatan. Saboonniifi sablammiileen kunneen kabaja ayyaana sabaafi sablammii Itoophiyaa yeroo 14faf qopheessummaa... Read more »

Paartiin Badhaadhinaa madaallii eenyummaafi tokkummaa biyyaalessaa ni eegisisa

TOI: Paartiin Badhaadhinaa bu’aalee saboonni Itoophiyaa gonfatan mulquuf otoo hintaane waantota dhaban hunda deebisuuf kan hundaa’e ta’uu waajirri ministira muummee ibse. Waajirichatti waltaasisaan wiirtuulee dimokraasii Doktar Alamuu Simee dheengadda wayita qaamolee hoggansaa... Read more »

ABOn filannichaaf qophii taasisaa jiraachuu beeksise

Finfinnee: Addi Bilisummaa Oromoo (ABOn) filannoo baranaatiif qophii barbaachisu taasisaa jiraachuu ibse. Hayyuu dureen addichaa, Jaal Daawud Ibsaa gaafdeebii dheengadda Dhaabbata Pireesii Itoophiyaa wajjin taasisaniin filannoorratti hirmaachuuf Boordii Filannoo Biyyaalessaa Itoophiyaarraa waraqaa... Read more »

Magaalota godina addaatti pirojektonni invastimantii 67 abbaa hinqaban

Finfinnee: Magaalota Godina Addaa Oromiyaa Naannawa Finfinnee keessatti hojmaatniifi qajeelfamni ifaan ifatti invastimantii haaraa hojii keessa seensiisu waan hinjirreef simannaan guutummaatti dhaabachuusaa ogeessonni  damicharratti hojjechaa jiran mirkaneessan. Gareen gaazexeessitootaa Dhaabbata Pireesii Itoophiyaas... Read more »

Abbichuu: Goota seenaa Itoophiyaa jijjiiraa jiru

Finfinnee: Pirezidaanti Saahilawarqi Zawudee sagantaa ibsannaa gammachuu badhaasa noobeelii Looreetii nageenyaa Addunyaa Ministira Muummee Doktar Abiyyi Ahmad sababeeffachuun dheengadda Masaraa Biyyaalessaatti taasifamerratti haasaa taasisaniin akka jedhanitti, badhaasichi biyyattiin waltajjii addunyaarratti akka ol... Read more »

Ummanni biyyattii dhibbentaan 27 ammas dirreetti qulqullaa’aa jira

Finfinnee: Waggoota shanan darbaniif hawaasni biyyattii aadaa mana fincaaniitti fayyadamuu akka dagaagfatuuf duulli hojii hubannoo uumuuf taasifamaa ture bu’aa buusuu eegaluu Ministeerri Fayyaa beeksise. Itoophiyaatti sababoota guguddoo du’aafi  miidhaa qaamaatiif nama saaxilaa... Read more »

Pirojektiin jallisii lafa hektaara 100 misoomsu osoo hojii hin eegaliin waggoota afur guute

Qoshee: “Misooma jallisii iddoo biraatti hawwaa turre carraan nu ga’ee qe’ee keenyatti ijaaramuusaatiif gammachuun gaafasii har’as fuula kiyya duraa hinbadu. Iddoon nuti jiraannu kun waqtii bonaatti hoo’iifi bubbeensaa hedduu kan nama rakkisu... Read more »

Agarsiisa fayyaa iftaan eegalamuun namoonni kuma 30 tajaajila wal’aansa tolaa ni argatu

Finfinnee: Sadarkaa Afrikaatti isa jalqabaa kan ta’e agarsiisni fayyaa biyyoolessaa Finfinnee, galma Barkumeetti Wiixata, Sadaasa 22 hanga 24 bara 2012tti mataduree, “Fayyaa koo nan eeggadha” jedhuun kan gaggeeffamu ta’uu Waldaan Hojjechiistoota Dhaabbilee... Read more »

Mootummaan Hindii qaama namtolchee 500 ol arjoome

Finfinnee: Mootummaan Hindi qaama nam tolchee 500 ol miidhamtoota qaamaa Itoophiyaaf kan arjoome yoo ta’u miidhamootni qaamaa oliif gadi sosocho’anii hojii idileesaanii haalaan akka hojjetan kan isaan taasisu ta’uun himameera. Sirna walharkaa... Read more »