“Humni nuti baasnuufi miindaan nuuf kanfalamu wal hinmadaalu” -Hojjettoota Paarkii Indastirii Kombolchaa

Kombolchaa: Babal’achuun misooma paarkii indastirii rakkoo hojidhadummaa furuu keessatti shoora ol’aanaa kan taphatu yoo ta’u, yeroo ammaatti Itoophiyaa keessatti abdii ijji dargaggootaa irra boqatu ta’aa jira. Ta’us paarkiiwwan indastirii biyyattii keessa jiran... Read more »

“Boora’uun nageenya Oromiyaa lixaa magaala Amboo irratti dhiibbaa uumaa jira” – Obbo Saahluu Dirribaa

Amboo: Lixa Oromiyaatti erga rakkoon nageenyaa uumameen asitti hawaasni  gara giddu biyyaatti imalu hundi qaxxaamuree kan darbu Magaalli Amboo, keessa qaxxaamuruu qofa osoo hintaane, achumatti turtii kan taasisanis hedduun jiraachuusanii  Kantiibaan magaalaa... Read more »

Barnootni seenaa waggoota 20f addaan cite ture barana semisteera 2fa irraa eegalee kennama

Finfinnee: Barnootni seenaa qabiyyeen isaa waa’ee seenaa mootummaafi gara Kaaba Itoophiyaa qofa irratti xiyyeeffata jedhamuun irratti waliigalamaa waan hinturreef waggoota 20f addaan cite turuun isaa ni yaadatama. Mojuliin seenaa qabiyyeen isaa fooyya’ee... Read more »

Sirna afaan tokkeerraa gara afdaneessummaatti

Finfinnee: Itoophiyaan imaammata afaanii si’a jalqabaaf barana kan qopheessite yoo ta’u, afaanota afur (Afaan Oromoo, Somaalee, Tigireefi Affaar) Amaariffaa waliin afaan hojii mootummaa federaalaa gochuuf murtaa’eera. Manni maree ministirootaas imaammaticha erga raggaasiseen... Read more »

“Ibsi Ameerikaan ijaarsa hidha guddichaa irratti baafte dantaa biyyattii kan tuquudha” -Paartilee morkattootaa

Finfinnee: Ameerikaan Hidhaa Haaromsaa Guddichaa Itoophiyaa ilaalchisuun, walga’ii Itoophiyaan irratti hinargamne irratti Sudaaniifi Misrii waliin ta’uun ibsa torban har’aa baafteen, waliigaltee dambiifi qajeelfama ittiin bishaan guutamuufi gadi lakkisamu qophaa’e utuu hinmallatteessin hidhicha... Read more »

“Dizaayiniin Hospitaala Tarsharii Walloo hanqinoota heddu qabaachuusaatiin jijjiirame” -Pirezdaantii Yunvarsiitii Walloo

Dasee: Dizaayiniin Hospitaala Tarsharii Walloo duraanii hanqinoota heddu qabaachuusaatiin kan jijjirame ta’uu, Pirezdaantiin Yunvarsiitii Walloo beeksisan. Pirezdaantiin yunvarsiitichaa Doktar Abaata Geetaahuun ibsa tibbana addatti Gaazexaa Bariisaaf kennaniin, ijaarsi hospitaalichaa bara 1994 eegalus... Read more »

“Abbootii qabeenyaa maxxantummaan jiraatantu dargaggoota biyyaa baasaa jira” -Aadde Zahaaraa Humad

Samaraa: Godaansa seeraan alaa akka biyyaatti hammaachaa jiruuf akka sababa ijootti kan ka’u hojidhabdummaa ta’uu yeroo baay’ee ni ka’a. Dargaggoonni rakkoo kanaaf saaxilaman hedduunsaanii naannoo Affaar riqicha godhachuun biyyaa bahaa kan jiran... Read more »

Walharkaa fuudhiinsa waadaa, imaanaa addaa

Gudar: Yeroo rakkoon biyyattii hammaatte san, gaafa namni waan afaanitti fidu dhabee afaan hoomachaa’e, gaafa  dhalli namaa osoo lubbuun keessa jirtu gogee muka qoraanii fakkaate, gaafa Itoophiyaan maqaa hanga ammaa keessaa bahuu... Read more »

“Piroppoozaala bocanii fiduun invastara ofiin jechuun dur hafe” -Obbo Solomon Alamuu

Dasee: Gahee invastarootni rakkoo hojidhabdummaa dargaggootaa furuufi dinagdee biyyaa saffisiisuu keessatti qaban salphaa miti. Invastaroonni ga’umsaan hojiisaanii mo’atanii hojjetan baay’inaan dhibamuun garuu hawaasa biratti komii bal’aa uumaa jira.  Komiin hawaasaa akka bal’atu... Read more »

“Sirna siyaasa Itoophiyaa okkolaa jiru qajeelchuuf filannoo walabaa adeemsisuun dirqama”-Paartiilee morkattootaa

Finfinnee: Sirna siyaasa Itoophiyaa okkolaa har’a gahe  wal’aanuuf ykn qajeelchuuf furmaatni filannoo walabaa karaa hundumaan guutuu ta’e adeemsisuun dirqama ta’uu paartileen morkattootaa ni ibsu. Xinxaltootni siyaasaas yaaduma kanarratti waliigalu. Miseensi hoggansa Paartii... Read more »