
Saamraawiit Girmaatiin Finfinnee: Haleellaan ji’a tokko dura Raayyaa Ittisa Biyyaa Ajaja Kaabaarra qaqqabe ummata kallattii arfaniin dheekkamsiiseera. Kanuma balaaleeffachuunis aantummaa RIB’f qaban karaa garaagaraan ibsaa jiru. Kaan qabeenyaan kaan ammoo dhiiga kennuun... Read more »

Takkaalliny Gabayyootiin Finfinnee: Dhaabbatni Pireesii Itoophiyaa ogeessota miidiyaa tarkaanfii seeraa mootummaan federaalaa garee juuntaarratti fudhachaa jiru bakkichatti argamuun gabaasaniif beekamtii kenne. Duula biyyattii baraaruuf taasifame keessattis kutannootiin odeeffannoo wayitawaafi sirrii gurra ummataan... Read more »

Har’arraa (Sadaasa 27 bara 2013) kaasee qaamni biyya goolu, qabeenya gubu, dhala namaarratti aggaammii kamuu raawwatuufi sabaafi amantaan nama addaan qoodee miidhuudhaaf yaalu kamuu ummata Oromoo kan bakka hinbuuneefi abaaramaadha” Abbootii Gadaa... Read more »

Natsaannat Taaddasaatiin Finfinnee: Yunivarsitiin dhaabbata barnootaa ol’aanaa bakka barattoonni naannoleefi biyyoota garaa garaa walitti dhufanii itti barataniidha malee dirree walitti bu’iinsaafi jeequmsaa akkasumas, bakka itti lubbuun barataa darbu miti. Bara darbe rakkoo... Read more »