‘Kudaadee’: Ji’a hordoftoota amantichaatiif eebbifamaa, sanyii qurxummiif immoo hamaa

 Bayyanaa Ibraahimiin Finfinnee: Akaakuuwwan nyaataa fayyaa dhala namaatiif daran barbaachisaniifi filataman keessaa tokko qurxummiidha. Omishni qurxummii garuu sababoota garaa garaatiin daran hir’achaa jiraachuutu himama. Jiinni sooma Kiristaanaa ‘Kudaadeen’ waqtii qurxummiiwwan baay’inaan itti... Read more »

“Bajanni kanfaltii kuufama mindaa ji’a sadii ‘JEG’ barsiisotaa naannoleef ergameera”

Tigraayitti barnoota eegaluun qo’annoo adeemsifamaa jirurratti hundaa’a Ministeera Barnootaa Saamraawiit Girmaatiin Finfinnee: Bara 2012 ji’a Bitootessaa keessa hojii sirreessuuf jecha qorannoo addatti barsiisotaaf taasifameen sirreeffamni mindaa taasifamuun ni yaadatama. Kunis Adoolessa bara... Read more »

“Imaammanni dhaabbileen dhuunfaa barsiisummaa akka hinleenjisneef ba’e irra deebiin ilaalamuu mala” – Dubree Salaamaawiit Lammaa Guyyaa

“Seerri barnootaa haaraan qophaa’aa jiru gaaffii kanaaf deebii kenna” – Doktar Garramawu Hulluuqaa Saamraawiit Girmaatiin Finfinnee: Dhaabbileen dhuunfaa leenjii barsiisummaa akka hinkennineef dhorkamuun isaa ni yaadatama. Kanarratti namoonni tokko tokko komii kaasu.... Read more »

Mooyyaleen rakkoo bishaan dhugaatii keessaa bahuufi

Bayyanaa Ibrahimiin Mooyyalee: Waggoottan hedduuf rakkoo bishaan dhugaatii hamaa keessa kan turte magaalli Mooyyalee, dhiheenyatti rakkoo kana jalaa bahuuf akka jettu Bulchiinsi Aanaa Mooyyalee ibse. Naannawi magaalattiin irratti argamtu sun gammoojjii ta’uusaatiin... Read more »

“Hanga ani koree raawwachiiftuu hojii keessa turetti naannolee hunda kan bulchaa ture murna ABUT” -Obbo Eeliyaas Guyyoo

Bayyanaa Ibraahimiin  Finfinnee: Waggoota 27 darban kan naannoleen ofiisaaniitiin ittiin of bulchan osoo hintaane gareen tokko warreen hafan akka ofii fedhetti bulchaa waan tureef federaaliizimii maqaan malee akka hinturre miseensi raawwachiistuu duraanii... Read more »

“Seeraan alummaan utuu nu hinballeessin dhabamsiisuu qabna” -Aadde Adaanech Abeebee

Finfinnee: Finfinnee, aanaalee 121 keessatti lafti kaare meetira miliyoona 13fi kuma 523fi 634 karaa seeraan alaa weeraramuu bulchiinsi magaalattii ibse. Weerarichi kutaalee magaalotaa hundatti mul’atus keessumaa Boolee, Eekkaa, Nifaas Silkiifi Laaftoo, Aqaaqii... Read more »

Yunivarsitiin Maqalee barattoota kuma sadii ol eebbisiise

Finfinnee: Yunivarsitiin Maqalee barattoota marsaa 28faf barsiisaa ture kuma sadiifi 291 Kamisa darbe eebbisiise. Barattoota eebbifaman keessaa kumni sadiifi 390  digirii jalqabaatiin, tokko ammoo digirii sadaffaa (PhD)n eebbisiiseera. Sirnacharratti kan argaman raawwachiisaa... Read more »

Indastiriin Qonna Qindaa’aa Bulbulaa barana hojii eegala

Wayinisheet Kaasaatiin Finfinnee: Paarkiin Indastirii Qonna Bulbulaa (Bulbulaa Agroo Intigireetid Industiriyaal Paarki) ijaarsisaa xumuramee barana hojii akka eegalu Korporeshiniin Misooma Paarkota Industirii Oromiyaa beeksise. Daarektarri korporeeshinichaa, Obbo Sisaay Gammachuu Wixata darbe akka... Read more »

Miseensota ABO Shanee irratti tarkaanfiin fudhatamuun ibsame

Riippoortara gaazexichaatiin Finfinnee: Garee Juuntaa TPLF waliin qindaa’uun Naannoo Oromiyaa godinaalee garagaraa keessatti walitti bu’insa, ajjeechaafi saamichaa raawwataa turan humnoota badii ABO Shanee 782 irratti tarkaanfiin garagaraa fudhatamuu Biiroon Dhimmoota Kominikeeshinii Mootummaa... Read more »

“Nageenyi Mooyyaleetti uumame mo’amuu juuntichaatiin walqabata” -Obbo Turaa Mallichaa Bulchaa Aanaa Mooyyalee

Bayyanaa Ibraahimiin Mooyyalee: Guyyaa walakkaan yemmuu magaalattii keessa seennu wanti tokko hinsocho’u. Hunduu bakka jirutti akka dhaabbatu waan ajajame fakkaata. Warri mana ture immoo gara alaatti akka hinbaaneef meeshaa waraanaatiin waan ittifame... Read more »