Gaaffii naannoo ummata Sidaamaafi yaaddoo mootummaa

Hawaasaa: Ummatni Sidaamaa saboota, sablammootaafi ummattoota naannoo Kibbaa keessatti hammatamuun jiraatan keessaa saba guddaadha. Ummata Oromoo waliin hortee tokko waan ta’aniif, seenaafi aadaan, akkasumas afaaniifi duudhaa qabaniin daran walfakkaatu. Ummanni Sidaamaa akkuma... Read more »

“Magaalaan Galaaniifi Biiroon Aadaafi Turizimii Oromiyaa qabiinsaafi ittifayyadama bajataarratti rakkoo guddaa qabu” -Mana Hojii Odiitara Muummee Oromiyaa

Finfinnee: Manneen hojii mootummaa tokko tokkobajata ramadameef sirnaan itti fayyadamaa akka hinjirre, ijaarsi bu’uuraalee misoomaa saffisaafi qulqullina barbaadamuun deemaa kan hinjirre ta’uufi hojiileen misoomaa garagaraa naannawaa faaluun miidhaa guddaa qaqqabsiisaa kan jiran... Read more »

“Marii Ministirri Muummee qaamota haqaa waliin taasise kutannoo olaantummaa seeraatiif qaban agarsiisa” – geessoota seeraa

Finfinnee: Caamsaa 29 marii Ministirri Muummee Doktar Abiyyi Ahimad abbootii alangaafi abukaatota biyyattii waliin taasisan  kutannoo ijaarsa sirna dimokraasiifi olaantummaa seeraatiif qaban kan agarsiisu ta’uu  Ogeeyyiin seeraa ibsaniiru. Yunvarsiitii Saayinsiifi Teknoolojii Adaamaatti... Read more »

Qonniifi humni elektirikii Itoophiyaa yoom kolugaltummaa roobaa jalaa ba’a?

Finfinnee: Qorannoo waggoota muraasa dura Waldaa Ikonomistoota Itoophiyaatiin adeemsifame akka mul’isutti, dinagdeen Itoophiyaa bu’urrisaa qonna. Qonnimmoo kan hirkatu roobarratti. Adeemsi kun jijjiiramuu baannaan dinagdee biyyattiif yaaddeessaa ta’uu mul’isa. Humni elektirikii biyyattiis roobarratti... Read more »

Sudaanitti raayyaan ittisaa tarkaanfii mormitootarratti fudhateen lubbuun namoota 60 darbe

Manni Maree Cee’umsaa Raayyaa Ittisaa Sudaan addabaaba’ii mormiin itti gaggeeffamutti tarkaanfii fudhateen walitti bu’iinsi mudate babal’ateera. Raayyaan Ittisaa Sudaan Wiixataa eegalee namoota addabaaba’ii ba’anirratti tarkaanfii fudhachaa akka jiru ibsameera. Sababii kanaan dhaabbilee... Read more »

Ayyaanni Iid Alfaxir baranaa bilisummaan kabajamuunsaa adda jedhame

Ayyaanni Iid Alfaxir baranaa bilisummaan kabajamuunsaa adda akka isa taasisu hordoftoonni amantichaa sirna kabaja ayyaanichaarratti dubbisne dubbatan. Ayyana Iid Alfaxir barana yeroo 1440ffaaf magaalaa Finfinneetti kibxata kabajamerratti hordoftoota amantichaa  dubbisne keessaa jiraataa... Read more »

Waliigalteen irra gahame haa tikfamu

Sirni Gadaa mallattoo walabummaa Oromiyaa qofa osoo hintaane, hundee qaroomina ilmaan namaa keessaa kan hangafaa ta’uunsaa ragaadhaan mirkanaa’ee, sadarkaa addunyaatti beekamtii argachuun galmaa’eera. Aadaa bulchiinsa sirna Gadaa keessaa inni guddaan tokko, garaagarummaa... Read more »

Taaddasaaf siidaa miti seenaatu ijaarame

Fiichee: Dilbati darbe warra Salaaleef darbees Oromoo hundaaf guyyaa gammachuu ture. Gaaffiilee Oromoon Salaaleefi warri kaan yeroo dheeraaf gaafataa turan keessaa inni guddaan deebi’eera. Goota Oromoo, Itoophiyaafi Afrikaa kan ta’e Birgaadeer Jeneraal... Read more »

Doktar Abiyyi buqqaatoota Gujiifi Geedi’oo qe’eetti deebi’an daawwatan

Finfinnee: Jilli Ministira Muummee Doktar Abiyyi Ahimadiin durfamu Gujii Lixaa aanaa Qarcaa ganda Gurraacha Jalduutti lammiilee qe’ee isaaniitti deebi’an daawwate. Akkasumas, Ministirri Ministeera Nageenyaa Aadde Mufriyaat Kamiil, Pirezdaantii Ittaanaan Oromiyaa Obbo Shimallis... Read more »

“ABOfi mootummaa qofa osoo hintaane jaarmiyaaleen kaanis waliigalanii kaayyoo tokkoof socho’uu qabu” -Hayyoota

Finfinnee: Addi Bilisummaa Oromoo Jaal Daawud Ibsaatiin durfamu waamicha mootummaan Itoophiyaa taasiseef fudhachuun gara biyyaatti erga galee ji’oota sagal caaleera. Ta’us Waraanni Bilisummaa Oromoo (WBO)n bosona jiru hundi hidhata waan hinhiikanneef waldhabdeen... Read more »